Abbaan Aangoo #Asmallaash_Walda_sillaasee Magalaa Sulultaa irraa lafti koo na jalaa bade jechaa jira
Abbaan Aangoo #Asmallaash_Walda_sillaasee Magalaa Sulultaa irraa lafti koo na jalaa bade jechaa jira. Eessa fuuudhee as kaa'e laa? === Asmalaash nama "komaandi poostiin labsamuu banaan na du'a" jechuun Oromoo irratti du'a labsaa lafa bara saamuu danda'u saame meeqa keessa tokkotu na jalaa bade jechuun Sulultaati marmaaraa jira. #Maqaa feedareeshiinii ispoortiitiin lafa gurrachaa turan dhabanii barbaacharra jiru. ==== Bara maqaa tuuta atleetiitiin lafa Sulultaa gootoota atleetiksiittii maxxannuun saaman sana ball'aan Asmallaash w/sillaalee kan labsii muddamaa labsiisiisuu kessatti gahee olaanaa taphatu fi mana mariicha gidiiraan raasaa jiru laftii tun jalaa baddee barbaadaa jira. Haatii warraa isaatiis guyyaa guyyaan dhaabbannii(Oolmaan) ishii waajjira lafa magaala sulultaa ta'eera. ====== Egaa laftii tun essa buteen ishii dhabamee jira . Haga yoonaa komaand postiiniis argachuu hin dandeenye. Ofii naminni iun dhalataa Sulultaatti moo akkamiti...