Shannee Jecha Jechu Hika isa. meaning of Shanee OROMO by Abse
Hikaa Shanee mee Shanee jechii ja'uu kun mal sitii fakataa ati aka ketitii?
SHANEEN Shanan Abba Gadatii gaditii angoo addan fudhatanii bakaa shanitii Safufii Adda Umataa aka egamu wareen godhudhaa shanen kabajaa gudaa qabaa Oromo biratii Nama hikaa shanee beku qofaf. SHANEEN warreen Eritiriya jiran kan maqaa Shanee jedhamu demanimitii. SHANEEN bulchitudhaa, shaneen kan Umataa keessa jiratee Rakofii Safuu Hordofudhaa, SHANEEN maluma UmattUmattaa OROMO ka bekuu kan barsisuu. Adda fi tokkuma umattaa Oromo kan barsisudhaa...

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.