Odeessa kana keessa beekessa tokkotu naa erge. Miidiyaaleen keenya biyya keessaa dubbii kana qorattanii ummatatti saaxiluutu isinirraa eegama. Oromia Media Network, OBN Afaan Oromoo, Raadiyoo Daandii Haqaa - RDH fi kan biroonis. ========================== Dhimma armaan gadii kanarratti yoo miidiyaan qorate (investigative) gaarii dha. Haaromsi bakka san waan jiru miti. Waan PFSA(pharmaceutical Fund and Supply Agency) kana mootummaan quba qabaa laata? Miidiyaan immoo kanarratti maal hojjechaa jiru laata?Hannatu baay'ate,hanna qorichaa. PFSA'n kun dhaabbata qorichaa fi meeshaalee tajaajila fayyaa dhiyeessuun Itiyoophiyaa keessatti beekama. Bulchiinsi PFSA ministeera fayyaa federaalaa jalatti hoogganama. Haatahu malee bara 2010 keessa qofa kuusaa(store) bakka 3 (Shogolee,Qaallittii ,Jimmaa) fi 2011 immoo bakka 1(አደስ አበባ ቅርንጫፍ ቁጥር 2,naanoo Jacrose adda babbahii) hatame. KAN SHOGOLEE: #Qoricha tilmaama qarshii miliyoona 4 olitu hatame. #Hojjettoota waajjira kan Shogolee ho...