Posts

Showing posts from 2019

An kaa Na dhibee Maltuu Isin Arsaa Wan ppn godhatef Asxaa Isanitif malt...

Image

Gubachuu Masjidaa Nannoo Amhara Kana fakataa dhugaan Malif aka Gubatee S...

Image

Gubachuu Masjidaa Nannoo Amhara Kana fakataa dhugaan Malif aka Gubatee S...

Image

AVOKAADOO YOO NYAANNU FAYIDAALEE ARGANNU.

Image

Gubatuu Masjidaa Nannoo Amaratii kana fakataa.

Image

Satellite Ethiopian Kenya Jatee Video Gadlakiftee Sobaa Gutuman Gututii.

Image

BALAQQAMA ( HAQISUU ) KONKOLAATAA KEESSAA /MOTION SICKNESS.

Image

FOOLII AFAANII BADAA MAALTU FIDAA ? FURMAANNI HOO MALII ?

Image

DHUKKUBA ABDURREEN /BASHON NAMAATTI DADABARSITU KEESSAA HANGAA TOKKO

Image

EEGGANNOO IJA KEENYAAF.

Image

MINISTIRRII RAAYYAA ITTISA BIYYAA FI DURA TAA’AA ITTI-AANAAN HUNDEEFAMAA ብልፅግና ፓርቲ MORMUU BEEKSISAN

Image
Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Dura taa'aa itti-aanaan ODP Obbo Lammaa Magarsaa hundeeffama ብልፅግና ፓርቲ mormuu beeksisan. Obbo Lammaa Magarsaa gaaffii fi deebii VOA Afaan Oromoo waliin taasisaniin hundeeffamaa fi akkaataa hundeeffama ብልፅግና ፓርቲ irratti mormii akka qaban himaniiti jiru. Obbo Lammaa Magarsaa walitti baquu paartiilee irratti jalqabumaa qabee yaada addaan qaba jedhan. Jalqabumaa qabee akkan walitti baquu sana irratti mormii qabu ibsaan ture jedhan Obbo Lammaa Magarsaa. Uummanni Oromoo gaaffiilee hedduu nuuf dhiheesseera, nutis gaaffilee isaa deebisuuf waadaa seenneefi turre kan jedhan Obbo Lammaan, Gaaffiin Uummatichaa osoo deebii hin argatin murtoo walitti baquu paartilee kanarra ga'uun adeemsa sirrii fi yeroosaa eeggate miti jedhan. VOAn Afaan Oromoo gaaffii fi deebii taasise hin dhiheessine. VOAn Afaan Amaaraa gaaffii fi deebii guutuu Obbo Lammaa Magarsaa waliin taasifame deebii paarticha irraa yoo arganne ni dhiheessina jedhe. Obbo Lammaan ho...

Jawar Mohamed fi Waraa Ethiopia Dhadhesuu.

Image

#JawaarMohamed Waa’ee Jawaar Yeroo Duraatif Kanin Dhagahee Yaya Beshir.

Image

HAATI WARRA MM ZINNASH TAAYYAACHOOS GAREE ADP KEESSAA JIRTII. DHAGEFADHA...

Image

JAWAR MOHAMED Vs SKENDER NEGA ????

Image

All about Health

https://youtu.be/LP9WsHFDrOU

Breaking News

BREAKING! (edited) Jia'a 6f irratti hojjetamee torbaan 3 dura kan mallatteeffame dha. Jaarmiyaaleen Siyaasa Oromoo (JSO) ejjennoo waloo armaan gadii irra gahanii jiru. Kun injifannoo guddaa dha. =============== Ejjenno Waloo Jaarmiyaalee Siyaasa Oromoo (JSO) I. SEENSA Nutii Jaarmiyaaleen Siyaasa Oromoo (JSO) jijjiirama siyaas-dinagdee yeroo ammaa naannoo fi biyya keenya keessatti dhufe irratti yeroo dheeraa fudhannee marii bal’aa geggeessineerra. Qaama hawwaasaa Oromoo adda addaa marisisuun, haala siyaasaa, nageenyaa, dinagidee fi hawaasummaa Oromiyaa, Itoophiyaa fi naannoo gaanfa Afrikaa gaddifagenyaan xiinxalleerra. Mariifi xinxala goone keessatti gaaffi qabsoo Oromoo irratti garaagarummaa bali’aa akka hin qabne hubanneerra. Hanqinni guddaa moora qabsoo Oromoo keessa waggoota dheeraaf ture wal-hubannoofi wal-dhaggeettiin JSO gidduutti dhabamuu ta’uu isaa adda baafanneera. Carraa jijjiiramaa ammaan kana argametti fayyadamuudhaan hanqinoota nu gidduu jiran furuun moora ...

#SEENAA #DHUGAA Ani Dhalataa Magaalaa Adaamaati Garuu Amma Kan Jirahu Fi...

Image

Mallattoo waliigaltee paartileen Oromoo ammas irra deebiin waliigalle jechuudhaan kaleessa waliif mallatteessan uummanni keenya akkamitti ilaala laata?

Image
Mallattoo waliigaltee paartileen Oromoo ammas irra deebiin waliigalle jechuudhaan kaleessa waliif mallatteessan uummanni keenya akkamitti ilaala laata? Kanaan dura mallattoo yeroo hedduu waliif mallatteessanii jennaan uummatni gammadee, baga naaf tokkoomtan jedhe e eebbise. Homtuu hojiitti wanti hiikame hinjiru, uummannis itti qaana'e, gidiraaf saaxilame. Ni dararame, hidhaatti guurame, ni ajjeefame, du'a keessaammoo akaakuu du'aa bara Wayyaanee mul'atee hinbeekneenis ajjeefame. Kanaaf amma namni tokkummaa uummata Oromoof dhimmu, kan nageenya Oromiyaaf yaaddoo qabu kan gochuu qabu harka rukutee eebbisuu miti, gaaffii lafa-qabataa gaafachuudha. Mallattoo mallatteessaniif ittigaafatamummaa akka fudhatan gochuudha. Kana gochuuf sababa ga'aatu jira: 1. Yeroo kam caalaa dhimmi 'territorial integrity' Oromiyaa gaaffii jala galee jira; 2. Mootummaan maqaa Oromoon da'atee aangoo qabate uummaticha ganee ganda Ormaatti galuudhaan Oromoon kasaaree jira, diino...

Kan hawwaa fi waywaachaa turre jalqabbii gaarii mul'isee jira.

Image
Kan hawwaa fi waywaachaa turre jalqabbii gaarii mul'isee jira. Dhaabonni Oromoo gaaddisa waloo tokko moggaafatanii walii galtee mallattessuun isaanii waan gammachiisaa dha. Walii galtee milkii kan hojiitti hiikamu nuuf haa tahu! Waa jalqabuu qofa osoo hin taane waan jalqabe kabajee, kunuunsee warra galii isaan gahu nu haa godhu! Kan walii galtee har'a itti amane kana bor deebi'ee cabsu yoo jiraate gabaa siyaasaa Oromoo keessaa haa bahu. Ulfina wal dhowwachuu fi waliin hojjechuu dadhabuudhaan waan heddu wal kasaarsine. Walii galteen kun kan itti hundi buufatuu fi hunda caalaa saba guddatee bicuudhaan tuffatamaa jiru kanatti kabaja horu haa tahu. Ummanni Oromoos waan jalqabame kana meerre eessa gaheera jedhee yeroo yeroodhaan hordofuu toyachuu dagachuu hin qabu.Hunda caalaa walii galteen jaarmayaalee siyaasaa Oromoo gidduutti tahe kun olola ganda keessatti hammaatee qoqqoodee nu laaffisaa jirutti xumura godhee fuulleffannaa keenya 100% alatti akka deebifnu nu dandeessisuu qa...

WALALLOO AFAN OROMO

Wayyoo yaa uummata koo.. - Maal wayya - maal siif ta'u? Kan kee garaa na nyaata Siif darbuu kee utuun eeguun Ofii koo darbaa laata? Walaloon koo har'as gadda Akkuma isa kaleessaa "Ishoo baga siif darbe" jedhee Gaafa kamin barreessaa? Qe'ee keetti salphattee Boquudhaan lafa ilaalta Ganama tokko awwaaltee Galgalas tokko awwaalta! Gidiraa keefi caba kee Hin agarree Waaqayyo? Bara naaf darba jettes Siif darbu dide wayyoo! - Ilmaan kee - ijoolleen kee Haara galfiif abdattee Dafqa illeerraan facaastee Warri ati barsiifatte.... Tokkummaa ijaarrattee Gatii kee baasuu mannaa Wabiifi gaachana taatee Lafaa si kaasuu mannaa.... Har'as akkuma durii Si hambisuuf rakkootti Gamaafi gamana teessee Ciqileedhaan wal dhoofti. - Kaleessa ormaan boossee Har'a ilmaan keen yoo boossu Coba imimmaan fuula kee Mee maaliin sirraa qoorsu? Na waade rakkinni kee Mar'umaantu na cabe Wayyoo yaa uummata koo Waanan siif godhun dhabe!

Gaddi Oromoo tokkoo isa kaaniif gammachuu ta'uu hin danda'u

Gaddi Oromoo tokkoo isa kaaniif gammachuu ta'uu hin danda'u. Salphinni Oromoo bakka tokko jiruu, isa bakka biraa jiruuf ulfina ta'uu hin danda'u. Inni Oromoo tokko cabsee...gidirsee bulchuu yaadu, Oromoo isa biraa mirgasaa eegeefii bilisummaadhaan bulcha jedhanii yaaduu caalaa gowwummaan hin jiru. Oromoo qoodanii bulchuun amala abbaa irrummaa - amala wayyaaneeti. ~ Yaa Oromoo, siidaa tokkummaa kee hin jigsiin. Warra abalu xuraawaadha, abalu qulqulluudha siin jedhus hin dhaggeeffatiin. Walumaan dhiignee - walumaan du'aa baane. Budaafi jinniin hin jiru. Dogoggorte wal gorfadhu. Laafte wal jabeessi. Firris, diinnis gaafas si kabaja!

Ani haadan fo'a

Ani haadan fo'a Qallisi maa hin jenne? Ani yaadan boo'a Callisi maa hin jenne? Ani haadan fo'a Haada waraabessaa Ani yaadan boo'a Yaada garaa keessaa! Ani haadan fo'a Maaltuu si foosisa? Ani yaadan boo'a Maaltuu si boossisa? Wanti na boossisu Si boossisa taanaan Wanti ana dhukkubsu Si dhukkubsa taanaan.... Ija waliin laalaa Miila waliin dhaqnee Rakkinaa ni baana Harka wal qabannee! jedhan warri #Harargee! Gaazexeessaa Ibraahim Hajii Aliitu gaaftokko natti hime!

IBSA DHAABBILEE SIYAASAA OROMOO (ONKOLOLESSA 1,2019)

Akkam Ooltan? Nu waan agartan saniifi kan birootti oolle. Abdiin jira. Shakki akka qabdan naaf gala. Dhugaa qabdan. Wanti akkanaa amma duras yaalamee akka bakka eeggame hin gain namuu beekna. Marsaa kana garuu kan duriin adda gochuu yaallee jirra. Waan hojjanne hunda ammatti isinitti hin himnu. Waanuma ijoon isiniif qooda. - Ji'a 6 yeroo ta'uuf marii hogganoota paartilee siyaasaa geggeessaa turre. Marii kana hayyoonni hirmaachuun gargaaraa turan. Dhaabbata CBCD jedhamutu qindeessuun nu gargaare. Dhumarratti waliigaltee lamaafi ijaarsa tokko gadi baafne. Ejjannoo waloofi safuu/irbuu jaarmayoota siyaasaa Oromoo har'a mallatteessan kana qopheessine. Akkasumas wixinee Gaaddisa Hoggansa Oromoo dhaabuu lafa keenye. - Guyyoota lamaan kana waan ji'a jahaaf dalagne san lafa qabsiisnee hojitti huukuuf mariifi shaakala nu dandeessisu hojjanne. Marii guyyoota alamaanii kana dura taa'ota dabalatee jaarmayoota hunda irraa nama kudhan kudhan hirmaachifne. Mariifi shaakkala ja...

Breaking News DAIMAN OROMO Walloo

Qaama dhimmi kuni ilaallatu hundaaf "Ijoolleen oromoo walloo kanaan dura kutaa 1 - 4 kitaaba barnootaa oromiyaatti qophaa'ee ergamuun barachaa as gahan.nutis isuma oromiyaatti qophaa'een barannee as geenye.garuu amma mootummaan naannoo amaaraa kan oromiyaarraa dhufu ugguree kitaaba kolleejjii debrebiranitti amaarri aadaa,seenaa fi hambaalee amaara amaara urgaahuun qopheessanii, gadi galoo eenyummaa isaaniif dantaa hin qabne barsiisoota koolleejjii barsiisota kamiseetiin gara afaan oromoo jijjiramee hojiirra oolee erga itti barsiisamuu jalqabee bubbuleera.gochi kuni yeroo godhamuu itti gaafatamaan biiroo barnootaa godina oromoo walloo yeroo sana tures calliseetuma akka hojiirra oolu taasise.Afaan oromoo wallootti akka baduuf dadhabsiisuudhaaf gosa barnootaa Afaan oromoo kutaa 1-4 barataaf hin kennamu.maaliif yeroo jedhaman tokkittii kan barsiisaan itti barsiisu malee hin jiru jedhu.garuu kitaaba afaan oromoo 1-4 haarawa isaa kutaalaan fa'anii suuqiitti yeroo gurgura...

New Oromo Drama Essaa Jirtaa Habibii kiyaa America Jiraa part 3.

Image

NEW ETHIOPIAN MOVIE MY GIRLFRIEND | NEW OROMO MOVIE QADHIMAA TIYYA.

Image
https://youtu.be/GI0A_0puix4

#HORDOFAA HIRINA DHIIGAA (ANEMIA)

Image
https://youtu.be/0ceiVtNPcE8

#QeerroFiQarree Walalloo Dr. Abiy Ahmed | walalloo Gababduu MNGAAN Mali?

Image

#QEERROO NEW ETHIOPIAN MOVIE ABIY AHMED |NEW OROMO DRAMA ABIY AHMED 2019

Image

GAFI FII DEBII KARARATTI | ASKING PEOPLE QUESTIONS ON STREET SO FUNNY.

Image

#Qamaryusuf New Ethiopian Music Afan Oromodhaa / Afan Oromodhaa

Image

ADDAAN MALII ?

Image

sexy somali girl top 10, that you have never seen before ( big butt somali women all in one )

Image

somali sexy girls

Image

DINNICHA MOO HANQAAQUU ?

Image

Robert Mugabe passed away.

Image
ROBERT MUGABE, first Zimbabwe president who was ousted in 2018, has died aged 95 while receiving treatment in Singapore, local media reports.

When will be Eid Al Adha 2019

Eid al Adha 2019 will be celebrated on Monday, 12th of August 2019. This is the tentative date as the actual date is contingent on the sighting of the moon of Dhul Hijjah. Eid ul Adha is a festival celebrated among Muslims all over the world in remembrance of the sacrifice that Prophet Ibrahim (AS) made out of his strong faith in Allah (SWT). Ibrahim (AS) showed a willingness to sacrifice his son Ismail (AS) but his son was replaced with a lamb by Allah (SWT). Allah (SWT) was so pleased with Ibrahim’s (AS) submission to Him that He made this demonstration of sacrifice and faith a permanent part of a Muslim’s life. Hence, every year on the 10th of Dhul Hijjah, Muslims all over the world celebrate Eid ul Azha. On this day, Muslims slaughter a lamb, sheep, goat or a camel to honor the sacrifice of Ibrahim (AS). A sense of generosity and gratitude colors this festival. This festival is meant to make a Muslim more virtuous in his or her deeds. It should not be meant only to offer sac...

How to change your life just by doing small things!

How to change your life just by doing small things. 10 Things You Can Do Now to Change Your Life Forever Share Pin it Tweet Share Email The one constant thing in our life is change. We cannot avoid it and the more we resist change the tougher our life becomes. Trust me, I know this because I was very skilled at deflecting change in my life. We are surrounded by change and it is the one thing that has the most dramatic impact on our lives. Change has the ability to catch up with you at some point in your life. There is no avoiding it because it will find you, challenge you, and force you to reconsider how you live your life. Change can come into our lives as a result of a crisis, as a result of choice or by chance. In either situation we are all faced with having to make a choice – do we make the change or not? I believe it is always better to make changes in your life when you choose to rather than being forced to. We however cannot avoid the unexpected events (crisis)...
What we do is not what we know all of it!

Mohammed Mursii said They don't know that Am Hafizul-Quran / means he Memoried Quran long time ago

Image
"Mana Hidhaan Itti Hidhame Kessattii Akka Qur'aanni Naaf Hin seennee Dhorkameen Ture. Akkaan Ani Amata 30 Dura Qur'aana Haffazee Qomaa Qabu Ni Irraanfatan Ani Garuu Fedhinnaan Kiyyaa Qur'aana Jaalalaan Harkaan Qaqabachaa Qara'uu Waan Tureefiin Gaafadhe". #Mahammed_Mursii Namuu Du'aa'ii godhaaf Mee Ikhwaani.

Abiy Ahmed was born in the town of Beshasha in the historic Kaffa Province (in the present day Jimma Zone, Oromia Region), Ethiopia on 15 August 1976. His deceased father, Ahmed Ali, was a Muslim Oromo (and had four wives), while his deceased mother, Tezeta Wolde,) was an Orthodox Christian Amhara.

Abiy  Ahmed  was born in the town of Beshasha in the historic Kaffa Province (in the present day Jimma Zone, Oromia Region), Ethiopia on 15 August 1976. His deceased  father ,  Ahmed  Ali, was a Muslim Oromo (and had four wives), while his deceased mother, Tezeta Wolde,) was an Orthodox Christian Amhara.

OROMORAA DHALATEE

" Oromoo keessaa dhalatee namni hanga Dr. Abiyyi Ahmed Amaara amansiisuu fi gammachiisuuf rakkatu gonkumaa kana booda kan dhufu natti hin fakkaatu. Inni jara gammachiisuuf waan hin jedhinii fi hin godhin hin qabu. Kana godhu malee biyya kana diigama irraa oolchuun rakkoo dha jedhee yaadeeti tahuu mala. Wareegama hin barbaachifne kan saba irraa dhalate gatii baasisaa jiru kafale. Waan godhe kanaan osoo milkaahee waan tokko ture. Garuu gama lachuunuu rakkoo mudataa jira. Gama Oromootiin maqaa horataa deemaa jiru beeyna. Sabboonummaa Oromoo wajjin wal dhabuu jechuun miidhama hamaa dha. Warra gamaa birattis taanaan galata hin arganne. Inumaa gugguufee jara tajaajiluu fi Oromoo caalaa jaraaf harka bal'isuun isaa 'ati ABO' dha jedhamuurraa isa hin oolchine. Oromoo irraa dhalannaan hangamuu Habashaa gabbartus ati ABO dha, abadan hin amanamtu. Wanjalli kee Oromoorraa dhalchuu qofa. Jara gammachiisuuf rakkachuu caalaa saba ofiif amanamtee likkii jaraatti jara hubachuutu dubbii...

Breaking News

Image
Oduu Gaddaa Abbaan Dr Abiyyi Ahimad Obbo Ahimad Alii boqotan. Abbaan Dr Abiyyi Ahimad Obbo Ahimad alii dhibamanii wallaanamaa otoo jiraniiti guyyaa Kaleesa du’aan addunyaa kanarraa boqotanii jiru. Bulchiinsi #Aanaa Ciroo Boqochuu Obbo Ahimad Aliitti gadda itti dhaga’ame ibsaa,Rabbi jannataan isa haa qananiisu  jechaa maatii fi firoottan isaaniitiif jajjabina hawwa....

What relateMangerten and Semetic ?

Mangerten is one of a tripe which go through Somali people and they are also they are Semetic not Kushitic like other Somali tripes. The first depiction of historical   ethnology   of the world separated into the Biblical   sons of Noah : Semites,   Hamites   and   Japhetites , 1771,   Gatterer 's Einleitung in die Synchronistische Universalhistorie. Gatterer explains that modern history has shown the truth of the Biblical prediction of Japhetite supremacy Genetic. Semites ,  Semitic people  or  Semitic cultures  (from the history book " Shem ",  Hebrew :  שם ‎) was a term for an ethnic, cultural or racial group who speak or spoke the  Semitic languages . First used in the 1770s by members of the  Göttingen School of History , the terminology was derived from  Shem , one of the three  sons of Noah  in the  Book of GENESIS together with the parallel terms HAMITES and ...