Posts

Showing posts from October 2, 2018

The problem which is near to Finfinnee we have seen this year is

Rakkoo Guddaa naannawa Finfinneetti arge -------------- Guyyaa har'aa kibbaa fi kibba-baha Finfinnee hanga tokko ilaaleen turee. Naannofni Ani ilaale, Labuu ganda jedhamurraa ka'ee karaa Haarawa Magaalaa Aqaaqii gara kibbaarraaan bahee maxxana Tulludiimtuutiin gara karaa "express way" gara Hadaamaatti deemutti turee. Itti aansees, express way sanirraa jalqabee karaa gara kaabaa deemu "outer ring road" jedhurraa deemuudhaan hanga "industrial park" Lammuu jedhamutti turee. Akka waligalaatti kibba-Lixa Finfinneetirraa ka'ee hanga baha Finfinnee naannoo Summit jedhamutti turee. 1. Lafti Oromoo akka jirtuutti qabamtee jirti. 2. Lafa Kana kan qabatanimmoo, gara daangaa Oromiyaatti achi maxxanuudhaan gamowwan hedduu ijaaruudhaan lafa jiddutti hambisuudhaani. 3. Lafti Oso jirtu wanti daangaarraa jalqabaniif, daangaa Oromiyaa dhiibuudhaafi. 4. Lafti jiddutti hambisan heektaara kumaatamaan Kan lakkaawamudhaa. Ammallee miidhaan qonnaan bulaatiin...
Biyya kana Oromoon akka bulchaa hin jirre reefu natti mul'achaa jira, kana mara gowwoomuun keenya anaafuu gaafiidha, osoo Biyyi kuni kan Oromoon hoganamaa jiru ta'ee Oromoon akkasitti guyyaan ajjeefamaa guyaadhaan lafa isarraa buqqaafamaa daandii irratti beelaaf dheebuufi qorraan daa'immaniif manguddooniis nu jalaa hin boo'aan Oromoon ammaas dhiichisaaf osoo hin ta'in qabsoodhaaf qophaa'uu qaba. Bilisummaan kanaa miti Kuni boqonnaa haraadha

Breaking News from Ethiopia right now....

Image
Breaking news Dr.Abiy Ahmed mummee minsteera xoophiyaa fi hogganaan paartii ADWUI walga'ii dhaabbatummaa 11ffaa  boruuf magaalaa HAWAASAAtii taa'amu irraatii hirmaachuufii marsaa itti aanuuf filatamuuf ODP qaadhimamee harra galgala kana magaalattii  seene. Nuttiis carraa gaarii hawwinaaf goota keenya ilma abbaa gadaa kanaaf.

#Boojii_Dirmajii (via inbox) "G/W/Lixaa Aanaa Boojji Dirmajjii keessatti wanti ta'aa jiru waan addaati.

#Boojii_Dirmajii (via inbox) "G/W/Lixaa Aanaa Boojji Dirmajjii keessatti wanti ta'aa jiru waan addaati. Har'a ganama namoota keenya rasaasaan rukuttan isaan keessaa tokko kora bittinneessaa dha. Maqaan isaa Dabalaa jedhama. Yeroo ammaa hospitaala Gimbii ciisee wallaanamaa jira. Galgala kanammoo uummatni 'meeshaa nuuf kennaa; ummata keenyaaf  birmannaa,' jedhee waajjira poolisii aanaa Boojji Dirmajjii dhaqnaan korri bittinneessaa uummatatti dhukaasee, kan du'es jira. Maqaan isaa Taarikuu jedhama. Kanneen biroon miidhamanis jiru. Iyya dabarsi, adaraa."

Biyya kana Oromoon akka bulchaa hin jirre reefu natti mul'achaa jira

Biyya kana Oromoon akka bulchaa hin jirre reefu natti mul'achaa jira, kana mara gowwoomuun keenya anaafuu gaafiidha, osoo Biyyi kuni kan Oromoon hoganamaa jiru ta'ee Oromoon akkasitti guyyaan ajjeefamaa guyaadhaan lafa isarraa buqqaafamaa daandii irratti beelaaf dheebuufi qorraan daa'immaniif manguddooniis nu jalaa hin boo'aan Oromoon ammaas dhiichisaaf osoo hin ta'in qabsoodhaaf qophaa'uu qaba. Bilisummaan kanaa miti Kuni boqonnaa haraadha

ARE YOU READY TO MAKE YOUR HUSBAND HAPPY YES IF YES THERE IS, 10 WAYS TO MAKE YOUR HUSBAND HAPPY FOR YOU.

Image
10 WAYS TO MAKE YOUR HUSBAND HAPPY 1. Give him sex. 2. Obey him. 3. Love his parent. 4. Never argue with him. 5. Respect his siblings. 6. Never investigate his phone. 7. Don't waste his property. 8. Kiss him when he insult you. 9. Support him when he's broke. 10. Always make him feel he's the superior. 10, WAYS TO MAKE YOUR WIFE HAPPY 1. Give her money 2. Always give her money

Ummani Oromoo namicha kana beekee shira inni hamma har'aa hojjechaa tureefi har'aas hojjechaa jiru hubachuu qab.

Image
Ummani Oromoo namicha kana beekee shira inni hamma har'aa hojjechaa tureefi har'aas hojjechaa jiru hubachuu qab. GEETACHO ASEFFAA Suuraan armaam gadii kuni Nama Maqaan kuni isaa Geetachoo Aseffaa jedhamuudha Geetachoo Aseffaa  Namni jedhamu kun nama miidiyaa irraa dhokatee caasaa isaas dhoksee duguugga sanyii ilmaan  Oromoo irratti nama raawwachaa tureefi raawwachaa jiruudha Geetachoo Aseffaa bara 1993 irraa jalqabee dhaabbata Humna Tika Biyyattii (INSA) jedhamu nama hogganaa tureedha, Tasfaayee Urgee itti aanaa isaati ture jarri Qabsaa'ota Oromoo baay'ee hanga har'aa du'aafi jiruun isaanii hin beekamne galaafate isaan kana. Warri ilmaan Oromoo mana hidhaa keesatti gocha suukanneesaa irratti raawwachaa turees isaan kana. Warri ilmaan Oromoo biyyoota akka Somaliland, Jabuutii, Keeniyaa Suudaanifi k.kfktn keessaa akka qabamanii Makalaawi fi Qilinxoo galan gochaa turees isaanuma kana. Jarri Qabsaa'ota Oromoo ukkaamsee kan ajjeesaa kaawwan hidhaa tur...