Children's sick badly in Ethiopia... Hunde Ummanni keenya haraaraa iyyuudhaa qabaatee miti kan mormataa jiruuf. Mala fala dhabee rakkateeti falchuutti seene.
Children's sick badly in Ethiopia... Hunde Ummanni keenya haraaraa iyyuudhaa qabaatee miti kan mormataa jiruuf. Mala fala dhabee rakkateeti falchuutti seene. Waggaa 20 ol rakkoo kanaan dararamaa bahee rakkoon sadarkaa itti fufinsa dhalatoof yaaddoo tahurra gahe. Lubbuu fii fayyaa namaa balaarra bu'ee jira.Mootummaan rakkoo waggaa 27 'f faayyaa fii lubbuu namaa balaa keessa galchaa ture Sababni amma komii funaanuuf maali? Duraan hin beekanii? Mootummaan ati jettu kun osoo ummanni hin mormatin maal godhaa? Silaa ijoolleen keemikaalaan akkanatti miidhamte kun kee taatee " karaarratti bahanii iyyuu " jettee ummata mirga falmatu ni arrabsitaa dhiiroo?