" Guyyaa ar'aa kaa gidiina baalee Aanaa Agaarfaa gabaasni OBN gabaase gabaasa sobaa gabaase waan namaa gaddisiisu kessa
" Guyyaa ar'aa kaa gidiina baalee Aanaa Agaarfaa gabaasni OBN gabaase gabaasa sobaa gabaase waan namaa gaddisiisu kessa Obbo lammaan nidhufaa nuu jedhaani ummata Aanaa gutuu waliitti nuyaasani Huji dhabeeyyi lafa kennina jedhaani Walitti nuyasani Lafa wayituu homaa hin keniine Gabasaa sobaa lafa kenineef jedhanii gabaasan Waan nama gaddisiisu dargaagessa Lama osoo achiif demuu balaa konkolaatatiin lubbun isaani dabree Nama du Eee dhisani kijibaa gabaasan Aatis nuu dhagahi ummataan nugahiin"