" Guyyaa ar'aa kaa gidiina baalee Aanaa Agaarfaa gabaasni OBN gabaase gabaasa sobaa gabaase waan namaa gaddisiisu kessa

Obbo lammaan nidhufaa nuu jedhaani ummata Aanaa gutuu waliitti nuyaasani
Huji dhabeeyyi lafa kennina jedhaani
Walitti nuyasani
Lafa wayituu homaa hin keniine
Gabasaa sobaa lafa kenineef jedhanii gabaasan
Waan nama gaddisiisu dargaagessa Lama osoo achiif demuu balaa konkolaatatiin lubbun isaani dabree
Nama du Eee dhisani kijibaa gabaasan
Aatis nuu dhagahi ummataan nugahiin"

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.