Posts

Showing posts from September, 2018

Oromo beautiful culture and dreess

Image
The beauty of Oromo People and culture

Professor Easkeil Gabisa said "Best moments of the 2018 irrecha festival ,where high discipline, unity , harmony and entertainment seen. I wish similar occasion for the coming years"

Image
Professor Eskeil Gabisa said,      "Best moments of the 2018 irrecha festival ,where high discipline, unity , harmony and entertainment seen. I wish similar occasion for the coming years "

Best moments of the 2018 irrecha festival ,where high discipline, unity , harmony and entertainment seen. I wish similar occasion for the coming years.

Image
I am really happy to see like this Oromo culture, wearing by Oromo professor. Professor Eskeil Gabisa .... Wow he looks so nice and what he wearing is beautiful... Best moments of the 2018 irrecha festival ,where high discipline, unity , harmony and entertainment seen. I wish similar occasion for the coming years.

Getting orientation with OPA in forming emergency medical team at bishoftu management institute.

Image
It was really good day... Getting orientation with OPA in forming emergency medical team at bishoftu management institute.

Himata shoororkeessummaa namoota Boonbii Meskel adda baabayitti dhoosuun shakkaman irratti baname san keessatti maqaa ABO kaasuun maaliif barbaachise?

Himata shoororkeessummaa namoota Boonbii Meskel adda baabayitti dhoosuun shakkaman irratti baname san keessatti maqaa ABO kaasuun maaliif barbaachise? Himata yakkaa san osoo maqaa ABO'n tuqin dhiheessuun hin dandayamu turee? Jechi himatamaa akkuma jiruun himannaa keessatti eeramuu qabaa? Himannicha ija ogummaatiin yoon ilaalu dogogora natti fakkaata! Jechi himatamaa akkuma jiruun himannaa keessatti hammatamuu qabaa? Isin maal jettu?

Ilmaan Oromoo Wallaggaa kanneen gandoota Daangaa buulchiinsa Beenishaangul Gumuz Irra Jiran Hidhattoota Gumuziin Rukkutamaa, Ajjeefamaa fi Qabeenyi Isaanii Barbadaa'aa Jira.

Image
Ilmaan Oromoo Wallaggaa kanneen gandoota Daangaa buulchiinsa Beenishaangul Gumuz Irra Jiran Hidhattoota Gumuziin Rukkutamaa, Ajjeefamaa fi Qabeenyi Isaanii Barbadaa'aa Jira. Goodina Wallagga Bahaa fi lixaa ilmaan Oromoo daangaa bulchiinsa naannoo Beniishaangul Gumuz keessa jiraatan hidhattoota Beniishaangul Gumuziin rukkutamaa, ajjeefamaafi qabeenyi isaaniis barbadaa'aa akka jiru beekameera. Haaluma kanaan goodina wallagga lixaatti ilmaan Oromoo Aanaa Mana Sibuu Daaleti fi Odaa Goodarree, Karaa Najjoo, Billaa dangaa Kamashii Agaloo Meexxii, Wallaggaa baha Aanaa Saasiggaa gandoota Baloo, Bareedaa, Soogee, Aana Giddaa Ayyaanaa ganda Lallistuu Angar, aanaa Limmuu ganda Caakkaa dhiigaa, haroo limmuu fi kkf keessa jiraatan lubbuu isaanii baraaruuf qe'ee isaanii dhiisanii baqachaa akka jiran gabaafameera. Dabalataanis haleellaa kanaan walqabatee abbootiin warraa 13,000 ol tahan qe'ee fi qabeenya isaanii dhiisuun naannoo Benishaangul Gumuz keessaa gara Oromiyaatti baqat...

Update on Liyu Police fugitives

Update on Liyu Police fugitives The fugitive Liyu Police commanders, who were on the run since last month, were seen today in Kampala, Uganda. They were in a local travel bureau trying to purchase tickets secretly. Their destination is unknown. There is rumor that these fugitives are looking for safe-haven in some little known African country. They have with them large amount of money looted from Oromia Bank branch in Jigjiga and Somali regional state confers. Follow these criminals where ever they are.

The 2018 Irreechaa of Ethiopian OROMO

#Irreechaa IRREECHII BARANA KAN BARRA 2018 WANI ADDA ISA GODHUU BILISUMADHAA AKAA ? Irreechi ijaarsa tokkummaa Oromoo qofaa otoo hin ta’iin ijaarsa biyya keenyaatiif shoora guddaa taphachaa dhufeera. Aadaa fi eenyummaa Oromoo dagachiisuuf, cunqursuuf, waanjoo gabrummaa irratti fe’uuf waggaa dheeraa yoo taasifamaa tures , haarsaa wal irraa hin cineen sadarkaa har’aa irra geenyeerra. Borus , ijaarsaa fi tokkummaa biyyaa keenyaa ijaaramaa jiru sadarkaa ol’aanaatti ceesisuuf akkuma Abootiii keenyaa jaalalaan ayyaana keenya kabajanna. Dilbata Bishooftuuu Hora Arsadiitti wal argina ..!! Irreechi Irree Keenya! Irreechi Tokkummaa Keenyaaf!

2018 IRREECHAA

#Irreechaa Irreechi ijaarsa tokkummaa Oromoo qofaa otoo hin ta’iin ijaarsa biyya keenyaatiif shoora guddaa taphachaa dhufeera. Aadaa fi eenyummaa Oromoo dagachiisuuf, cunqursuuf, waanjoo gabrummaa irratti fe’uuf waggaa dheeraa yoo taasifamaa tures , haarsaa wal irraa hin cineen sadarkaa har’aa irra geenyeerra. Borus , ijaarsaa fi tokkummaa biyyaa keenyaa ijaaramaa jiru sadarkaa ol’aanaatti ceesisuuf akkuma Abootiii keenyaa jaalalaan ayyaana keenya kabajanna. Dilbata Bishooftuuu Hora Arsadiitti wal argina ..!! Irreechi Irree Keenya! Irreechi Tokkummaa Keenyaaf!

NO ONE CAN WINE His/Her LIFE BUT YOU CAN CHANGE IT..

I know no body is around but God is with me always so no need to worry for me..   It's life no one can wine it but you can change it...

Everyone complain about life everyday night and day so why do you think it happened?

Everyone complain about life everyday night and day so why do you think it happened? 

~By Yaya Beshir Odeessa kana keessa beekessa tokkotu naa erge. Miidiyaaleen keenya biyya keessaa dubbii kana qorattanii ummatatti saaxiluutu isinirraa eegama. Oromia Media Network, OBN Afaan Oromoo, Raadiyoo Daandii Haqaa - RDH fi kan biroonis. ========================== Dhimma armaan gadii kanarratti yoo miidiyaan qorate (investigative) gaarii dha. Haaromsi bakka san waan jiru miti. Waan PFSA(pharmaceutical Fund and Supply Agency) kana mootummaan quba qabaa laata? Miidiyaan immoo kanarratti maal hojjechaa jiru laata?Hannatu baay'ate,hanna qorichaa. PFSA'n kun dhaabbata qorichaa fi meeshaalee tajaajila fayyaa dhiyeessuun Itiyoophiyaa keessatti beekama. Bulchiinsi PFSA ministeera fayyaa federaalaa jalatti hoogganama. Haatahu malee bara 2010 keessa qofa kuusaa(store) bakka 3 (Shogolee,Qaallittii ,Jimmaa) fi 2011 immoo bakka 1(αŠ α‹°αˆ΅ αŠ α‰ α‰£ α‰…αˆ­αŠ•αŒ«α ቁαŒ₯ር 2,naanoo Jacrose adda babbahii) hatame. KAN SHOGOLEE: #Qoricha tilmaama qarshii miliyoona 4 olitu hatame. #Hojjettoota waajjira kan Shogolee hojjetan 2tu himatame.Tahus yeroof mana adabaa turanii bahan. Dhimmi isaas erga waajjira abbaa alangaa federaalaa gahee baatii 6. Achumaan cic jedhee jira. KAN JIMMAA: # Qoricha tilmaamaan miliyoona hedduu kan gargaarsaan dhaabbilee mit-mootummaan arjoomame gara dabarsan. #Odiitarri PFSA(internal auditor) gara Jimmaatti imalee sanadni gara darbee achumaan cic jedhe. KAN QAALLITTII FI FINFINNEE LAKKOOFSA 2(JACROSE AREA) #Kan lachuu hunda caalaa qarshii miliyoona hedduu yoo xiqqaate miliyoona 20 oli. #Waardiyootni waajjira kanaa ejensii MALTO jedhamuun bara 2010 keessa akka qacaraman tahe. 2010 dura waajjira PFSA tu ofii beeksisa baasee qacarata ture. Waardiyootni karaa ejensii MALTO jedhamuun PFSA tti qacaramanii guyyaa kuusaan Qaallittii fi Finfinnee lakk.2 hatame eegaa turan badanii jiru. Maqaan waardiyoota guyyaa qabeenyi bade eegaa turan MAQAA SOBAA, GANDAA FI KUTAA MAGAALAA galmeeffame keessa hin jiran. Kanaaf qaamni na ilaallata jedhu miidiyaa dabalatee dhimma kana gadi fageenyaan qorachuu qaba. Hoogganootni PFSA fi ejensii MALTO jedhamu akkasumas waajjirri ministeera fayyaa federaalaa haaqorataman, miidiyaatti bahanii dhimma kanarratti ibsa haa kennan. UUMMATNI QORICHA DHABUUN DARARAMU XIQQAA TAHUU BAATUS,RAKKOON BAKKA KAM AKKA TAHE BEEKAMUU QABA.

Odeessa kana keessa beekessa tokkotu naa erge. Miidiyaaleen keenya biyya keessaa dubbii kana qorattanii ummatatti saaxiluutu isinirraa eegama. Oromia Media Network, OBN Afaan Oromoo, Raadiyoo Daandii Haqaa - RDH fi kan biroonis. ========================== Dhimma armaan gadii kanarratti yoo miidiyaan qorate (investigative) gaarii dha. Haaromsi bakka san waan jiru miti.  Waan PFSA(pharmaceutical Fund and Supply Agency) kana mootummaan quba qabaa laata? Miidiyaan immoo kanarratti maal hojjechaa jiru laata?Hannatu baay'ate,hanna qorichaa. PFSA'n kun dhaabbata qorichaa fi meeshaalee tajaajila fayyaa dhiyeessuun Itiyoophiyaa keessatti beekama. Bulchiinsi PFSA ministeera fayyaa federaalaa jalatti hoogganama. Haatahu malee bara 2010 keessa qofa kuusaa(store) bakka 3 (Shogolee,Qaallittii ,Jimmaa) fi 2011 immoo bakka 1(αŠ α‹°αˆ΅ αŠ α‰ α‰£ α‰…αˆ­αŠ•αŒ«α ቁαŒ₯ር 2,naanoo Jacrose adda babbahii) hatame. KAN SHOGOLEE: #Qoricha tilmaama qarshii miliyoona 4 olitu hatame. #Hojjettoota waajjira kan Shogolee ho...

Ethiopia PM to IMF: Sustaining rapid Ethiopian Prime Minister has told the International Monetary Fund, IMF, that sustaining the country’s rapid and stable economic growth was his utmost priority. Abiy Ahmed made the remarks on Monday when he met a delegation from the global finance outfit in the capital Addis Ababa. The delegation arrived for the annual ‘Article IV Consultations

Ethiopia PM to IMF: Sustaining rapid Ethiopian Prime Minister has told the International Monetary Fund,  IMF , that sustaining the country’s rapid and stable economic growth was his utmost priority. Abiy Ahmed made the remarks on Monday when he met a delegation from the global finance outfit in the capital Addis Ababa. The delegation arrived for the annual ‘Article IV Consultations.’ Abiy’s chief of staff said the  IMF  team presented their findings on Ethiopia’s economic and financial developments after which Abiy stressed his main economic priority of sustaining economic gains. The last publicized meeting the PM held with the  IMF  was in July 2018 when he met with Christine Lagarde Managing Director of  IMF  in Washington DC. The meeting formed part of his first diaspora tour. He also met with World Bank boss on the same trip.

Life Question...

The Question is why life is not important to Everyone ?

No one can say something without knowing.

The violence is started after OLF come back to the country on that day so that means. There must be something.  No one can say something without knowing. So the problem is as far we can see the only party in ethiopia which opened propaganda on OROMO people is G7 and they are followers, they must come to Court.

Whatever is going on in ethiopia G7 is behind it.

Whatever is going on in ethiopia G7 is behind it.  The Ethiopian Government should bring them to justice before things get ugly.

Dr Abiyyi Ahmed ilmii Abbaa Gadaa sirni filannoo biyyattiin hordoftu duubatti hafaa waan ta’eef,galmee filannoo teeknooloojii Baayoomeetriik(Ashaara) fayyadamuun filannoon gaggeeffamu haqa qabeessa fi amanamaa taasisuuf muuxxanno biyyoota addaa addaa irraa akkaa fudhatanii gochaa jiru.

Image
Dr Abiyyi Ahmed ilmii Abbaa Gadaa sirni filannoo biyyattiin hordoftu duubatti hafaa waan ta’eef,galmee filannoo teeknooloojii Baayoomeetriik(Ashaara) fayyadamuun filannoon gaggeeffamu haqa qabeessa fi amanamaa taasisuuf muuxxanno biyyoota addaa addaa irraa akkaa fudhatanii gochaa jiru.

α‰ α‹αˆΈα‰΅ αŠ₯αŠ“ α‰ αˆαŠ¨α‰΅ αˆƒαŒˆαˆ­ αˆˆαˆ˜αˆαˆ¨α‰΅ αˆ˜α‰‹αˆ˜αŒ₯ αŠ α‹­α‰»αˆαˆ αˆ€αˆ¨αˆ αŠα‹። α‹¨αŒ7 α‹°αŒ‹αŠα‹Žα‰½ αŠ α‰£αˆŽα‰½ α‹¨α‹αŒ­ αˆ€αŒˆαˆ­αŠ• αŠ αˆ°α‰ƒα‰‚ αŽα‰Άα‹Žα‰½ α‰ αˆ˜αˆα‰€α‰… αˆ…α‹α‰₯αŠ• αŠ₯α‹«αˆΈα‰ αˆ© αŠα‹ αˆ€αŒˆαˆ©αŠ• α‹¨αˆšα‹ˆα‹΅ αˆαˆ‰ ግ7αŠ• α‹­αŒ αŠ•α‰€α‰€α‹ αŠ αˆΈα‰£αˆͺ αŠα‹ α‹¨αˆ„ α‹¨α‰°αŠ¨αˆ΅α‰°α‹ Uganda αˆƒαŒˆαˆ­ α‹αˆ΅αŒ₯ αŠα‹.

Image
α‰ α‹αˆΈα‰΅ αŠ₯αŠ“ α‰ αˆαŠ¨α‰΅ αˆƒαŒˆαˆ­ αˆˆαˆ˜αˆαˆ¨α‰΅ αˆ˜α‰‹αˆ˜αŒ₯  αŠ α‹­α‰»αˆαˆ αˆ€αˆ¨αˆ αŠα‹። α‹¨αŒ7 α‹°αŒ‹αŠα‹Žα‰½ αŠ α‰£αˆŽα‰½ α‹¨α‹αŒ­ αˆ€αŒˆαˆ­αŠ• αŠ αˆ°α‰ƒα‰‚ αŽα‰Άα‹Žα‰½ α‰ αˆ˜αˆα‰€α‰… αˆ…α‹α‰₯αŠ• αŠ₯α‹«αˆΈα‰ αˆ© αŠα‹ αˆ€αŒˆαˆ©αŠ• α‹¨αˆšα‹ˆα‹΅ αˆαˆ‰ ግ7αŠ• α‹­αŒ αŠ•α‰€α‰€α‹ αŠ αˆΈα‰£αˆͺ αŠα‹ α‹¨αˆ„ α‹¨α‰°αŠ¨αˆ΅α‰°α‹ Uganda αˆƒαŒˆαˆ­ α‹αˆ΅αŒ₯ αŠα‹.

"Lafti teenya lafee teenya Burrayyuutin wanti tahe kun raajii dha ummata kibbaa ((gaamoo ))warra hojiif nama biratti irkatee hojatu beekaa gareen G7 buqaasanii amma garuu bozanee magaalaa finfinee buqaatoota fakkeessuun nama 10,000 kuma kudhani ol itti makanii manneenii nu jalaa diigame maqaa jedhuun bulchisa magaalaa buraayyuu lafti akka keennamuuf gaafachaa jiran Dubbiin kun shira guddaa of keesaaa qaba... Kanafuu Bulchinsii Magaalaa Buraayyuu Umataa kanaa Idoo isan iraa bu'qan Gafatanii toko tokoon Jala demanii Qoratinii Lafas yoo tahee kenufii yokaa akanumatii yoo nikeninaf kan ja'an tatee Shira Guddaa of keessaa Qaba wan ta'eef Nutii Umanii Oromo Hindegaru kanaratii Akuma Bu'qanin Haa Hafanii malee.... Malif janan kan Isan Buqisee Oromo wan hintahinif..... Share nugodhaa Bulchinsaa Buraayyuu Biran Nugahaa....

"Lafti teenya lafee teenya Burrayyuutin wanti tahe kun raajii dha ummata kibbaa ((gaamoo ))warra hojiif nama biratti irkatee hojatu beekaa gareen G7 buqaasanii amma garuu bozanee magaalaa finfinee buqaatoota fakkeessuun nama 10,000 kuma kudhani ol itti makanii manneenii nu jalaa diigame maqaa jedhuun bulchisa magaalaa buraayyuu lafti akka keennamuuf gaafachaa jiran Dubbiin kun shira guddaa of keesaaa qaba... Kanafuu Bulchinsii Magaalaa Buraayyuu Umataa kanaa Idoo isan iraa bu'qan Gafatanii toko tokoon Jala demanii Qoratinii Lafas yoo tahee kenufii yokaa akanumatii yoo nikeninaf kan ja'an tatee Shira Guddaa of keessaa Qaba wan ta'eef Nutii Umanii Oromo Hindegaru kanaratii Akuma Bu'qanin Haa Hafanii malee.... Malif janan kan Isan Buqisee Oromo wan hintahinif..... Share nugodhaa Bulchinsaa  Buraayyuu Biran Nugahaa....

Bulchinsii Magaala Finfinnee marsaa duraatif #oditii lafa godheen laftii hektara 392 (kare 3.9 milliyoon) addaan bahee jira. Kaaneen keessa lafa heektara 274 iddoo 11 mootummaa #federaalaa waggaa 15 qabamee Kan ture dha. Heektara 53.1 Naamota #dhunfaa dhaan qabaamee Kan turee Heektara 31 lafa #diplomatic dhaaf jedhaame qabamee dha. Heektara 34 immoo Hoteelaa #Sharton babalisuuf lafa Kan jiru dha. Guyyaa har'a kaabinee bulchiinsaa Magaala Finfinnee walgahii arifachisaa gochuun qabeenyii kuun fayyidaa uumataf akka oluu ni murtessaa jedhame eeggaama. Taken ittii muddaa jira .

Image
Bulchinsii Magaala Finfinnee marsaa duraatif #oditii lafa godheen laftii hektara 392 (kare 3.9 milliyoon) addaan bahee jira. Kaaneen keessa lafa heektara 274 iddoo 11 mootummaa #federaalaa waggaa 15 qabamee Kan ture dha.  Heektara 53.1 Naamota #dhunfaa dhaan qabaamee Kan turee Heektara 31 lafa #diplomatic dhaaf jedhaame qabamee dha. Heektara 34 immoo Hoteelaa #Sharton babalisuuf lafa Kan jiru dha. Guyyaa har'a kaabinee bulchiinsaa Magaala Finfinnee walgahii arifachisaa gochuun qabeenyii kuun fayyidaa uumataf akka oluu ni murtessaa jedhame eeggaama. Taken ittii muddaa jira .

Hubachiisa Cimaa Uummataaf, Akeekkachiisa Ariifachiisaa Mootummaaf 🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳 Mootummaan cehumsaa akka hundaahu taasisuun qaxxaamuraan aangoo qabachuuf yaaliin adda addaa taasifamaa akka jiru ni hubatama. Kana milkeeffachuufis xiyyeeffannoo guddaan tooftaan isaan fayyadamaa jiran inni dursaa jeequmsoonni adda addaa biyyitti keessatti akka uumaman taasisuuni dha. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Gaafa simannaa ABO Buraayyuutti walitti bu’iinsi uumamee gara magaalaa Finfinnee fi kan birootti akka baballatuuf yaaliin taasifamee jalaa fashalaa’eera. Inni kun walitti bu’uunsa sabaaf sab-lammootaa uumuun mootummaan cehumsaa akka dhaabbatu taasisuuf ture. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Yeroo ammaa immoo jaalala uummati Oromoo fi kan biroo Dr. Abiyyii fi hooggansa isaaniif qabutti fayyadamuun waan Dr. Abiyyiif quuqaman fakkeessanii hiriira deeggarsaa Dr. Abiyyiif waamuutti argamu. Ergaa sagalee (audio message) isaan keessoon waliif ergaa jiran akkas jedha: “Walgahii waliigalaa ADWUI magaalaa Hawaasaatti gaafa Fulbaana 23 geggeeffamu irratti qaamonni jijjiirama jiru hin barbaanne Dr. Abiyyiin aangoo irraa kaasuuf shira xaxaa jiru waan taheef deeggartoonni Dr. Abiy taatan hundi kana mormuun hiriira bahuu qabdu. Kun Itoophiyaa oolchuuf carraa dhumaa nuti qabnu dha.” Hooggansa jijjiiramaa kana deeggaruuf gorsi ormaa nu hin barbaachisu obboleewwan koo. Haa abshaalomnu!! ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Kanaaf uummati keenya Dr. Abiyyiinan deeggaraa jira jedhee shira waamichaa hiriiraa kana irratti akka hin hirmaanne wal hubachiisuu qabna. Yeroo ammaa hooggansa jijjiiramaa kana kan deeggarru biyya tasgabbeessuuni dha malee hiriira hin barbaachifne keessatti hirmaachuun akka hin taane jala murree wal hubachiisuu qabna. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Mootummaanis shiirri akkasii jiraachuu isaa hubatee qaamota shira kana keessatti hirmaatan to’annoo jala oolchuun seeratti akka dhiheessu akeekkachiisuun barbaachisaa dha. Xawalwaalloti faayidaa dhuunfaaf jecha hoogansa jijjiiramaa kana irratti danqaa/gufuu ta’an jiraachuu dandahu waan taheef mootummaan qorannoo taasisee tarkaanfii dhumaa isaanirratti akka fudhatu akeekkachiisuun nurraa eegama. Uummannis xawalwaallota mootummaaf saaxiluun tarkaanfiin akka fudhatamu taasisuu qaba. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Dhimma kana uummannis hubatee akka wal hubachiisuuf, akkasumas mootummaanis ef-eegganno barbaachisu gochuun tarkaanfii olaantummaa seera kabachiisu akka fudhatu akeekkachiisuuf ergaa kana yoo xiqqaate namoota 10iif erguun dirqama lammummaa keessanii bahadhaa! ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Gadaan Gadaa Bilisummaati! Horaa Bulaa! ~ by Manaye A.Shagrdi.

Hubachiisa Cimaa Uummataaf, Akeekkachiisa Ariifachiisaa Mootummaaf 🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳 Mootummaan cehumsaa akka hundaahu taasisuun qaxxaamuraan aangoo qabachuuf yaaliin adda addaa taasifamaa akka jiru ni hubatama. Kana milkeeffachuufis xiyyeeffannoo guddaan tooftaan isaan fayyadamaa jiran inni dursaa jeequmsoonni adda addaa biyyitti keessatti akka uumaman taasisuuni dha. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Gaafa simannaa ABO Buraayyuutti walitti bu’iinsi uumamee gara magaalaa Finfinnee fi kan birootti akka baballatuuf yaaliin taasifamee jalaa fashalaa’eera. Inni kun walitti bu’uunsa sabaaf sab-lammootaa uumuun mootummaan cehumsaa akka dhaabbatu taasisuuf ture. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Yeroo ammaa immoo jaalala uummati Oromoo fi kan biroo Dr. Abiyyii fi hooggansa isaaniif qabutti fayyadamuun waan Dr. Abiyyiif quuqaman fakkeessanii hiriira deeggarsaa Dr. Abiyyiif waamuutti argamu. Ergaa sagalee (audio message) isaan keessoon waliif ergaa jiran akkas jedha: “Walgahii waliigalaa ADWUI magaalaa Hawaasaatti gaafa Ful...

“Namni Tefarii Lemmaa jedhaamu dhalootan shawa lixaa Ijaajji iddoo jedhamura jimaata darbee duriyyoota magaala finffinneetin reebame hospitaala Xiquur Ambessaa turee

“Namni Tefarii Lemmaa jedhaamu dhalootan shawa lixaa Ijaajji iddoo jedhamura jimaata darbee duriyyoota magaala finffinneetin reebame hospitaala Xiquur Ambessaa turee guyyaa hara sa'aatii 12:30 ganama kana boqootera Barsiisa yuunivarsiiti turee akkaa nuuf galmeesitan bilbiiltanii qulleefachu nii dandeessu”

Guyya irraa Guyyatti addadumma duratti deema jiruun laakofsii diina keenya dabala deema jira.

Guyya irraa Guyyatti addadumma duratti deema jiruun laakofsii diina keenya dabala deema jira.  Nus adeemsa mana keenya ijaaru keessatti Tokkummaan bifa roga kamiinu wol dhiibun keessa hin jireen  , Bifa namu muldhisa / Calaqissa  eenyumma issa keessatti arguu dandahuun qaawwa osso hin banin duratti deemudha qabna . Imala kana keessatti harkuma keenyan qaawwa ifitti saaqun gaari nat hin fakaatu . wantootta qaawwa fakaattan huunda tokkummaaf Qabsoo kanaaf jecha cufaa deemudha qabna.  Ergaan kiyya kun maal akka itti kajeelamme iffa nat fakaata. Iccittiin milkaa'ina Tokkummaa keenyadha ! Mana keenya osso wol hin dhiibin wol uttubba ni ijaarra.

Rumana Abawaritiin Burraayyuu! Lafti keenyaa Lafee keenya! Buqqaatootni Burraayyuu irraa buqqahan Manas ta'ee qabeenyaa hin qabanu jedhamaa jira.

Rumana Abawaritiin Burraayyuu! Lafti keenyaa Lafee keenya! Buqqaatootni Burraayyuu irraa buqqahan Manas ta'ee qabeenyaa hin qabanu jedhamaa jira. Haata'u malee yeroo ammaa Namoota 200 ta'anuuf lafti akka kennamuuf waliif gadi fiigamaa jira. Gochi kun itti yaadamee saamicha Lafaatiif Gim 7 tiifi ashakaroota isaatiin qophaa'e.Kun yoo milkaa'eef Naannoo adda addaa irraa Namoota Mana hin qabne buqqisuun lafti akka kennamuuf godhu. Kanaafuu Qeerro tapha  dirree kee irratti siif qophaa'e karaa bilchina qabuun fuula isaanii dura dhaabbachuun injifachuu qabda. Dhimma kana sababeeffachuun Lafti k.meetirri tokko karaa seeraan alaatiin kennamuu hin qabu.

finfinnee today

Image
Finfinnee today

Rakkinni qubattoonni magaalale Oromiyaa keessatti Oromoo irraan gayaa jiran kun barumsa nuuf kenne and hirribaa nu dammaysuuq qaba.

Rakkinni qubattoonni magaalale Oromiyaa keessatti Oromoo irraan gayaa jiran kun barumsa nuuf kenne and hirribaa nu dammaysuuq qaba. Alagaan magaalota keenya dhunfatte harkaa qabdu kun qabeenyuma fii Oomisha keenya nurraa bitte nutti gurgurtee nurratti dalagattee sooramtee lafa teenya nurra bitte magaalaa teenyatti galtee rakkoo dila kana nurraan gahaa jirti. Rakkoo kana keessaa bahuuf: 1, Nama qaabenya fii Oomisha keenya itti gurgurruu fii irraa binnu sirritti adda baafannee  beekuu. Mi'oota baayyee kan Oomishu ummata keenya. Kan oomisha san bitee gurguruun irraa sooramu kan biraati. Akka ummataatti, Ummanni Oromoo aadaa akkanaa hanbisuu qabu. Walirraa bitee walitti gurguratee alagaa business keessaa baasee qabeenya fii Oomisha isaa irratti abbaa tahuu qaba. 2,Mootummaan imaammata magaalaalee Oromiyaa itti Oromeessu baasee hujiirra akka oolchu dirqisiisuu qabna.

l Daawud Ibsaa Ayyaanaa haasawa qabsaawaa osoo hin tahin Haasawa Bulchaa biyyaa godhe, hangafoota ABO dabalatee gootota Waraana Bilisummaa Oromootiifi Gootota Artistoota Oromoo kan osoo guyyaa gammachuu kana hin arkin wareegamaniis tokko tokkoon dubbatee nu boochiseera, Bu'aa bahii Qabsoon keessa dabartee fi Qabsaahota lubbuun as gayan kan ijaan hin arkin akka Televisiyoonaatti dura qabee agarsiiseera, Qabsoo bara dheeraa kanaamitii imalli guyyaa tokko hangam akka nama dadhabsiisuu nama hubdaaf ifa gala.

Image
l Daawud Ibsaa Ayyaanaa haasawa qabsaawaa osoo hin tahin Haasawa Bulchaa biyyaa godhe, hangafoota ABO dabalatee gootota Waraana Bilisummaa Oromootiifi Gootota Artistoota Oromoo kan osoo guyyaa gammachuu kana hin arkin wareegamaniis tokko tokkoon dubbatee nu boochiseera, Bu'aa bahii Qabsoon keessa dabartee fi Qabsaahota lubbuun as gayan kan ijaan hin arkin akka Televisiyoonaatti dura qabee agarsiiseera, Qabso o bara dheeraa kanaamitii imalli guyyaa tokko hangam akka nama dadhabsiisuu nama hubdaaf ifa gala. Haatahuuti Osoon Gootota qabsoo tanarratti kufan yaadadhe osoo arra nuuf eeganii maal qaba jedhuu jechi qawwisaan tokko Afaan Jaal Daawud keessaa bahee Onnee laafinaan imimmaan buusaa jirtu goggooysuu hin Oolle, Waliin deemuuf dhugaa walitti himuun dirqama lammummaa, tokkuummaa fi qabsooti, Jaal Daawud Hangafoota ABO hundeessan tokko tokkoon tareesse, isaan keessaa J.Baaroo Tumsaa, J.Muhee Abdoo, J.Gadaa Gammadaa, J.Abboomaa Mitikkuu, J. Bariisoo Waabee, J. Elemoo ...

jajabee Qarree

Image
qarree biyyaa

😒😒αŠ₯αˆα‰£α‹¬αŠ• αˆ˜α‰†αŒ£αŒ αˆ­ αŠ₯α‹«α‰ƒα‰°αŠ αŠα‹ Oromo koo suma bar Abbaan biyyaa Isinin jaladha qomowan koooo❤️❤️❤️

Image
😒 😒 αŠ₯αˆα‰£α‹¬αŠ• αˆ˜α‰†αŒ£αŒ αˆ­ αŠ₯α‹«α‰ƒα‰°αŠ αŠα‹ Oromo koo suma bar Abbaan biyyaa Isinin jaladha qomowan koooo ❤️ ❤️ ❤️ 😰 😰

Artistti Kabajamaa fi jaalatamaa #Nuhoo Gobaan Bagaa Rabbiin lubbuu kee si jirachisee guyyaa Bareeda kanaa si argisisee Hedduu isaaniti Artistooni teenyaa warrii osoo Hawwii kanaa qaban lubbuu dhumaan kan akkaa #Ebbissaa Adunyaa ,#Usumyyoo musaa 😭😭😭 fi kkkff lakayaee hin fixuu Seenaa yomuu hin dagaatuu hundaa isaani

Image
Artistti Kabajamaa fi jaalatamaa  # Nuhoo  Gobaan Bagaa Rabbiin lubbuu kee si jirachisee guyyaa Bareeda kanaa si argisisee Hedduu isaaniti Artistooni teenyaa warrii osoo Hawwii kanaa qaban lubbuu dhumaan kan akkaa # Ebbissaa  Adunyaa , # Usumyyoo  musaa  😭 😭 😭  fi kkkff lakayaee hin fixuu Seenaa yomuu hin dagaatuu hundaa isaani