Rakkinni qubattoonni magaalale Oromiyaa keessatti Oromoo irraan gayaa jiran kun barumsa nuuf kenne and hirribaa nu dammaysuuq qaba.

Alagaan magaalota keenya dhunfatte harkaa qabdu kun qabeenyuma fii Oomisha keenya nurraa bitte nutti gurgurtee nurratti dalagattee sooramtee lafa teenya nurra bitte magaalaa teenyatti galtee rakkoo dila kana nurraan gahaa jirti.
Rakkoo kana keessaa bahuuf:
1, Nama qaabenya fii Oomisha keenya itti gurgurruu fii irraa binnu sirritti adda baafannee beekuu. Mi'oota baayyee kan Oomishu ummata keenya. Kan oomisha san bitee gurguruun irraa sooramu kan biraati. Akka ummataatti, Ummanni Oromoo aadaa akkanaa hanbisuu qabu. Walirraa bitee walitti gurguratee alagaa business keessaa baasee qabeenya fii Oomisha isaa irratti abbaa tahuu qaba.

2,Mootummaan imaammata magaalaalee Oromiyaa itti Oromeessu baasee hujiirra akka oolchu dirqisiisuu qabna.
Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.