Posts

Showing posts from April 30, 2018

Abbaan Aangoo #Asmallaash_Walda_sillaasee Magalaa Sulultaa irraa lafti koo na jalaa bade jechaa jira

Abbaan Aangoo #Asmallaash_Walda_sillaasee Magalaa Sulultaa irraa lafti koo na jalaa bade jechaa jira. Eessa fuuudhee as kaa'e laa? === Asmalaash nama "komaandi poostiin labsamuu banaan na du'a" jechuun Oromoo irratti du'a labsaa lafa bara saamuu danda'u saame meeqa keessa tokkotu na jalaa bade jechuun Sulultaati marmaaraa jira. #Maqaa feedareeshiinii ispoortiitiin lafa gurrachaa turan dhabanii barbaacharra jiru. ====  Bara maqaa tuuta atleetiitiin lafa Sulultaa gootoota atleetiksiittii maxxannuun saaman sana ball'aan Asmallaash w/sillaalee kan labsii muddamaa labsiisiisuu kessatti gahee olaanaa taphatu fi mana mariicha gidiiraan raasaa jiru laftii tun jalaa baddee barbaadaa jira. Haatii warraa isaatiis guyyaa guyyaan dhaabbannii(Oolmaan) ishii waajjira lafa magaala sulultaa ta'eera. ======  Egaa laftii tun essa buteen ishii dhabamee jira . Haga yoonaa komaand postiiniis argachuu hin dandeenye. Ofii naminni iun dhalataa Sulultaatti moo akkamiti...

OROMO Arsi dresses Culture.

Image
Beautiful Oromo Culture dresses. . You can order it. at anytime.....

OROMO Hararge culture dresses

Image
        The beauty of OROMO culture dresses and beautiful OROMIYA.

Protest in Finchawa town of Guji zone against renewal og MIDROC's gold mining contract

Image
        Protest in Finchawa town of Guji zone against renewal og MIDROC's gold mining contract...

Obbo Addisu Arega Kitessa maaloo komiin miidhaafi saamichi MIDROC haaraadha moo?

Image
Obbo Addisu Arega Kitessa maaloo komiin miidhaafi saamichi MIDROC haaraadha moo? Miidhaa kana miidyaa biraa dhiisaa OBN gabaasaa ture. Hayyamni MIDROC akka hin haaromne ummanni erga isinitti himee, mootummaan keessanis akka hjin haaromne erga waadaa seenee waggaa tokko gaheera. Waadaa cabsitanii erga haaromsitanii booda 'rakkoo furuuf yaalaa jirra' jechuun maali? Ummani waadaa cabee hayyamni haarayoomuu yoo mormi dhugaa hin qabuu? Hiriirri mormii kan nagayaan bisaan osoo hin jiigsin godhamu kun hoo maal badii qaba? Inumaatuu warra MNO tuffatee hayyama kana haaromse irratti dhiibbaa uumuuf akka humna ( bargaining power) horattan  isin gargaara. Marii jechaa jirtaniifis  tumsa ta'a. Kanaafuu ummataan hiriiraa dhiisaa jechurra hayyama san saffisaan haquu irratti fuulleeffadha. Abadan albuunni Oromiyaa madda dhukkubaa ta'ee itti fufuu hin danda'u. MIDROC badii hamma ammaa uumameef beenyaa kafalee Oromiyaa keessaa ari'amuu qaba.

In this letter of renewal of license for MDROC Laga Dambi Gold Mining the Minister has stated as the envtal compliance audit has performed and endorsed for the minining corporation

Image
In this letter of renewal of license for MDROC Laga Dambi Gold Mining the Minister has stated as the envtal compliance audit has performed and endorsed for the minining corporation . However, as we believe that, in conducting the environmental audit for mining projects the ultimate aim is to identify and correct environmental and social concerns that arise with the implementation of the mininig operation, whether identified or not during the Environmental Impact Assessement ( EIA) process. The environmental audit should make such recommendations that lead to improving the operating and environmental and social conditions and long-term sustainability of those facilities and activities of the project. The recommendations seek to ensure that proponents of projects comply with environmental and social requirements and regulations in implementing the projects. ConductIng a site environmental and health risk assessment to determine risks posed to the surrounding communities must be on...