Posts

Showing posts from September 15, 2018

😢😢እምባዬን መቆጣጠር እያቃተኝ ነው Oromo koo suma bar Abbaan biyyaa Isinin jaladha qomowan koooo❤️❤️❤️

Image
😢 😢 እምባዬን መቆጣጠር እያቃተኝ ነው Oromo koo suma bar Abbaan biyyaa Isinin jaladha qomowan koooo ❤️ ❤️ ❤️ 😰 😰

Artistti Kabajamaa fi jaalatamaa #Nuhoo Gobaan Bagaa Rabbiin lubbuu kee si jirachisee guyyaa Bareeda kanaa si argisisee Hedduu isaaniti Artistooni teenyaa warrii osoo Hawwii kanaa qaban lubbuu dhumaan kan akkaa #Ebbissaa Adunyaa ,#Usumyyoo musaa 😭😭😭 fi kkkff lakayaee hin fixuu Seenaa yomuu hin dagaatuu hundaa isaani

Image
Artistti Kabajamaa fi jaalatamaa  # Nuhoo  Gobaan Bagaa Rabbiin lubbuu kee si jirachisee guyyaa Bareeda kanaa si argisisee Hedduu isaaniti Artistooni teenyaa warrii osoo Hawwii kanaa qaban lubbuu dhumaan kan akkaa # Ebbissaa  Adunyaa , # Usumyyoo  musaa  😭 😭 😭  fi kkkff lakayaee hin fixuu Seenaa yomuu hin dagaatuu hundaa isaani

AMURUU Wallaggaa #SimannaaABO

Image
AMURUU Wallaggaa  # SimannaaABO "WBO gaachanni oromoo aanaa AMURUU keessatti akkasiin simachaa jirra! Poolisiin oromiyaa fi korri bittinneessaa obboleessa isaanii WBO'f eegduu ta'aanii haala nama ajaa'ibuun eegaa jiru!"

The moment Oromo nations been waiting for 20+ years it’s finally proclaimed. May our freedom will be a long lasting, peaceful and symbol of unity . Proud to be Oromo/ Ethiopian

Image
The moment Oromo nations been waiting for 20+ years it’s finally proclaimed. May our freedom will be a long lasting, peaceful and symbol of unity . Proud to be Oromo/ Ethiopian  💯 💯 ❤️

Haradhaa ganamaa kuno hallaa kanaa Warraana WBO Magallaa Adaa giraatiti simaanan ho'aan tasifameefi sagantaa cirree Aferamani jiraan Achirraa ka'aani garaa finfineeti imaaluti jiru qeerroon finffinee dhichisaa simachaa jiruu Itti Muddii Qeerroo Abbdi sabaa

Image
Haradhaa ganamaa kuno hallaa kanaa Warraana WBO Magallaa Adaa giraatiti simaanan ho'aan tasifameefi sagantaa cirree Aferamani jiraan Achirraa ka'aani garaa finfineeti imaaluti jiru qeerroon finffinee dhichisaa simachaa jiruu Itti Muddii Qeerroo Abbdi sabaa

Tokuman Kana kunoo

Image
Tokuman Kana kunoo

Dargaggoo Kafyaloo Tafarraa ABO/WBO akkasitti simate

Image
Dargaggoo Kafyaloo Tafarraa ABO/WBO akkasitti simate

Fakkeenyummaa Bilchina Qabu, Abshaalummaa fi Obsa Mo'ataa Guyyaa Hara'aa agarsiifteen,Gulantaa Qabsoo oromoo keessatti madaallii guddaa Qaba!

Image
CIROO GOLAA International.n et Fakkeenyummaa Bilchina Qabu, Abshaalummaa fi Obsa Mo'ataa Guyyaa Hara'aa agarsiifteen,Gulantaa Qabsoo oromoo keessatti madaallii guddaa Qaba! == Qeerroon Oromoo Guyyaa Har’aa Namuusa oromummaa Agarsiiftaniif Galatoomaa! Jechaa waaniin taajabee irraa namichaa Alaaba Oromoo gurguruu tokottu " Qoricha-budaaa,Qoricha Budaa"" jedhu dhugumattii Budaa nu jibbaa turteef,Guyyaa Qoricha itti argamee dha,(Galanni guddaan DrAbiyyiifi Lammaafi Akkasuma Qerroo oromootiif hata'u!!!)

Olmaynii Oromia kanaa Fakataa guyyaa Hardhaa...

Image
 ·  Olmaynii Oromia kanaa Fakataa guyyaa Hardhaa...

Kan Abdii hin kutanne,Iddoo yaade ni gaha

Image
Kan Abdii hin kutanne,Iddoo yaade ni gaha. Dhiigaan as geenye jirra kunoo. # Buli_Qeerro  Garaagarummaa waggaa lamaatti dhufe keessa tokko kuni.