Fakkeenyummaa Bilchina Qabu, Abshaalummaa fi Obsa Mo'ataa Guyyaa Hara'aa agarsiifteen,Gulantaa Qabsoo oromoo keessatti madaallii guddaa Qaba!

Fakkeenyummaa Bilchina Qabu, Abshaalummaa fi Obsa Mo'ataa Guyyaa Hara'aa agarsiifteen,Gulantaa Qabsoo oromoo keessatti madaallii guddaa Qaba!
==
Qeerroon Oromoo Guyyaa Har’aa Namuusa oromummaa Agarsiiftaniif Galatoomaa! Jechaa waaniin taajabee irraa namichaa Alaaba Oromoo gurguruu tokottu
" Qoricha-budaaa,Qoricha Budaa"" jedhu dhugumattii Budaa nu jibbaa turteef,Guyyaa Qoricha itti argamee dha,(Galanni guddaan DrAbiyyiifi Lammaafi Akkasuma Qerroo oromootiif hata'u!!!)

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa