- Get link
- X
- Other Apps
Posts
Showing posts from October 8, 2018
This is a serious Question but what Do we Do as Oromo that is the big problem..... "Humnootni hidhatanii socho’aa turan hidhannoo isaanii waliin itti fufuu moo gaaffii jedhuuf hidhannoo qabatanii itti fufu taanaan maaliif gara biyyaa dhufu?
- Get link
- X
- Other Apps
"Humnootni hidhatanii socho’aa turan hidhannoo isaanii waliin itti fufuu moo gaaffii jedhuuf hidhannoo qabatanii itti fufu taanaan maaliif gara biyyaa dhufu? Qajeeltoo ijoon irratti walii galle qabsoo siyaasaatiif qawwee hidhachuun walitti dhukaasuun hinbarbaachisu kan jedhudha. Jaarmiyaaleen siyaasaa yaadaa mo’ataa qofa hidhachuu qabu. Kitaaba qofa hidhachuun dhufuu qabu malee kilaashii qabatanii dhufuu hinqabani. Kilaashii qabatani gara biyyatti dhufuun hinbarbaachisu. Humnootni hidhatanii turan erga hidhannoo hiikatanii booda maal ta’u kan jedhuuf mana hojii dhimma kana karaa qabsiisu hundeessuuf qorannaa geggeessaa jirra. Qorannaa kana akka xumurreen manni hojii dhimma kana hogganee karaa qabsiisu ni hundaa’a. Humnootni hidhatanii socho’aa turanis hidhannoo isaanii hiikkatanii haala isaan gara hojiitti bobbaa’an ni mijieessina. Isaan keessaa kan nama siyaasaa ta’uu fedhu nama siiyaasaa, kan hojii biraa hojjechuu ...