Posts

Showing posts from June 2, 2018

#Eessa_jirtii? "Simmanyi Dayyaasaa ykn Hawwii jedhamti

Image
#Eessa_jirtii? "Simmanyi Dayyaasaa ykn Hawwii jedhamti , Jiraattuu Amboo yoo taatu, Fincila bara 1998 keessa humna tika wayyaaneetiin qabamtee mana hidhaa qaallittii seentee turte. Yeroo muraasa booda mana hidhaa keessaa baatee Qabsoo Adda Bilisummaa oromootti makamte. achi keessaas sababa hin beekamneen bara 2000 baatee gara Magaalaa Ambootti deebitee utuu dhoksaan jiraattuu haaluma yeroo keessa achi buuteen ishee dhabamee afe!"

" Bekele Dawano Hebano, a geologist, was arrested on Oct. 25, 1992 ●○●○

Image
" Bekele Dawano Hebano, a geologist, was arrested on Oct. 25, 1992 and tortured at the military camp in Dodola. He was a graduate of Addis Ababa University and held a master’s degree from a Dutch university. He disappeared while in detention in 1993 from Agarfa prison, according to the International Committee of the Red Cross, which documented his detention. He was last seen on Sep.14, 1993 at Agarfa, being escorted away from the prison centre by heavily armed men. Efforts made by his family to locate him have thus far been unsuccessful. " Now the government should disclose the fate of Bekele Dewano and many others disappeared political prisoners.

#EessaJira

Image
#EessaJira “Qabsaawaan Kun eessuma kiyya maqaan isaa Aammed Daawwid Ali jedhama bara 1993 dhabamsiisna jiraf due isaa hin beeku hamma ammaa ijoollee lamaan moggaa sun ammoo anaa fi Kan naa waliin lakkuu suni”