Posts

Showing posts from October 11, 2018

Oromoon hundi basaasaa ta’uu qaba. Oromoon hundi humna tikaa fi nageenyaa ta’uu qaba. Bakka jirutti gurra diinatti qabee shokoksaa fi shira diinaa dhageeffachuu qaba.

Image
Oromoon hundi basaasaa ta’uu qaba. Oromoon hundi humna tikaa fi nageenyaa ta’uu qaba. Bakka jirutti gurra diinatti qabee shokoksaa fi shira diinaa dhageeffachuu qaba. Simannaa fi simatamuu, shubbisuu fi shubbisiisuun gabaabbachuu qaba. Bara 1991 Osoo Oromoon bilisoomne jedhee shubbisu diinni halkanii fi guyyaa ijaaramee bilisummaa dhalatte yeroo muraasa keessatti gabrummaa haaratti nuuf jijjiire. Ammas Yaa Oromoo.. Yeroo bilisoomne jennee shubbisa itti fuufnu bira hin geenye. Diinni keenya ijaaramee dhufaa jira. Yoo xiqqate waan kaleessa 4-kiilotti ta’e  irraa Oromoon osoo hin dhagahinii fi itti hin qophaayin diinni masaraa mootummaa weeraruuf dhufe. Oromoo dammaqi. Shubbisa gabaabsi. Gurraa kee diinatti qabi. Odeeffannoo hatantamaan waliinis mootummaanis dhaqqabi.

People make mistakes. We are allowed to make mistakes. But the actions we take while in a rage will haunt us forever. Pause and ponder. Think before you act. Be calm and keep patience.

Image
Let's read this story….!! A man came out of his home to admire his new truck. To his puzzlement, his three-year-old son was happily hammering dents into the shiny paint of the truck. The man ran to his son, knocked him away, and hammered the little boy’s hands into pulp as punishment. When the father calmed down, he rushed his son to the hospital. Although the doctor tried desperately to save the crushed bones, he finally had to amputate fingers from boy’s both hands. When the boy woke up from the surgery and saw his bandaged stubs, he innocently said, “Daddy, I’m sorry about your truck.” Then he asked, “But when are my fingers going to grow back?” The father went home and committed suicide. Think about this story the next time someone steps on your feet or you wish to take revenge. Think first before you lose your patience with someone u love. Trucks can be repaired. Broken bones and hurt feelings often can’t. Too often we fail to recognize the difference betwe...