Posts

Showing posts from October, 2018

SEENNAA SHAMARAN KEENYAA BIYAA AMBAA KEESSATTI BU'AA BAYII MEQAN BODAAN ITTIN AJEFAMAN KEESSAA HANGAA TOKO.

Image
SEENNAA SHAMARAN KEENYAA BIYAA AMBAA KEESSATTI BU'AA BAYII MEQAN BODAAN ITTIN AJEFAMAN KEESSAA HANGAA TOKO.  Shamaran bayeen isani harmee ton rako keessaa basa, jirenyaa kiyyaan foyeesaa jatee yeerro mana Harmee ishee gadhifted batutii harmen ishii wan qaban gurgurtee ergitii gara biyyaa Arabatii Gageesitii. Egaa akuma harmeen ishee holaa fi Sangaa tokichaa qabduu gurgurteefi gagesitetii ishenis jirenyaa mattii ishee kana foyesuf kara biyaa amabaa imaltee, yeerroo achii geesuu jirenyii achii dacha dachan kan mattii ishee iraa baredulee garu wanii hundii aka isin yadee hintaneef turee mulatee.   Yerroo kan ishenis ciminan hojachuf murtesitee hoji egaa qacaramtee bodee ji'aan matti isheetif Qarshii argateraa ergittiif hatahuu garuu qarshin kun muramee kukutamee xina ta'ee mattii ishee kan biraa gahaa, namani ishen itti kenituu Qarshii kana iraa kutatee hangumaa isatii tolee wan erguf jechudhaa.   Isheenis Halkanifii Guyaa oso janee garaa ishee hidhatee...

JAALALAA JECHUN MAL JECHUDHAA ?

Image
JAALALAA JECHUN MAL JECHUDHAA ? Jaalalaa jechun fedhinaa yoka hawii wan tokof atti qabdudhaa, tahee garuu Jaalalattii baka 3 Qoddamtii sadenis aka asi gadii kanatii ilalamaa.  1. Jaalalaa Ijaa, jaalalaa ijaa jechun mal jechudhaa, jaalalaa ijaa jechun wantaa toko amuma agartee namas tahee amuma kan jalatudhaa, kan amas yerroo gababaa keessatii jibuu dandesuu hogaa tahuu.   2. Jaalalaa Qamaa, Jaalalaa Qamaa jechun nama tomo kan fedhinaa qamaa kee keessaa sidubisuf kan sii barbachisufi amalee jaalalaa qamaa hogaa januu kan dutuf jechudhaa.  3. Jaalalaa Onee, jaalaltii onee tan  onee qulquluu iraa burqitee hogaa tatuu alifii lamin kee kan keessatii argamanidhaa, man bultii tee ittin ijaratuu san hogaa tahuu, matti ketilee kan ittin bulfatuu jaalalaa onee kana jechudhaa. An jaalalaa aka natii fakatutin ibsee isinis yaddaa keessaanifi wan jaalaltii isinif tatee mulatee nuf ibsuu nidandesuu karaa barefamaa comment iran galatomaa dubisuu keessanif.   ...

Gola Tigraay keessaa: Amaarri lola nurratti bane sagaleen jedhu Tigraay keessatti jabaateera.

Gola Tigraay keessaa: Amaarri lola nurratti bane sagaleen jedhu Tigraay keessatti jabaateera. Rogeeyyii fi miidiyaaleen Tigraay baayeen guyyaa lamaan kana ummata kakaasaa jiru, Lola Amaarri nurratti bane ofirraa qolachuuf humna qabduun of qopheessi jechaa jiru.  Amaaronni Lammii Tigraay naannoo jaraa jiraatu haleeluu fi buqqisanii aryachuun itti xiqqaannaan amma ammoo daangaa keenya seenanii nu waraanuuf socho'aa jiru jechuun dhaamsa hafuura waraanaa labsu dabarsaa jiran. Oromoonoo maal jedha? Baay'een keenya ''wal haa nyaattu maaltu nu dhibe'' jechuu malla taha. Garuu wantichi deemee deemee mootummaa harka Oromoo jirutti quba qabsiisa. Oromoon aangotti dhufnaan Amaarrii fi Tigireen wal fixxe yoo jedhame waanuma Oromoon haaloo isaa baroota dabranii bahachuuf jecha walitti jara naqe fakkeessa. Jara kana ulee jabaa malee wanti bulchuu danda'u hin jiru. Arrabni nagaan jaraaf arrabsoo dha. Tola hin jaalatan, hin barannes.  Uleedhaan cagadamanii bul...

Amaara's homeless poloticians should stop creating unnecessary war in alamata.

Amaara's homeless poloticians should stop creating unnecessary war in alamata. I am sure you will all be embarrassed the day you found out the truth about raya people as to why they are saying Raayyaa Raayyummaa, so we advise you finish walkite issue instead.

Har'a Allaamaaxaa (lafa Raayyaa) keessatti Amaarrii fi Tigreen wal haleelteetti. Wari Amaaraa ummata naannoo wal gahii waaman

Har'a Allaamaaxaa (lafa Raayyaa) keessatti Amaarrii fi Tigreen wal haleelteetti. Wari Amaaraa ummata naannoo wal gahii waaman. Polisoonni Tigrraay ammoo wal gahiin sun seeraan ala jechuun wrra wal gaherratti dhukaasa bananii lama irraa ajjeesan. Dubbii jarjarsaadhaan qabamnee dhimma Raayyaa boruuf ol kaayyannaan jarri gowwaan lafa abbaa qaburratti wal afuufaa jirti.

Welcome home to our undeniable heroic human rights advocate, athlete Feyisa Lelisa.

Image
Welcome home to our undeniable heroic human rights advocate, athlete #Feyisa #Lelisa. Great to have you back in the country! #imwithDrAbiy

It's clear Jamal Khashoggi killed by Saudi crown prince

Jamal Khashoggi murdered October 2/2018 in istanbul Turkey. Whoever behind his death must get the price.

Shashamane Referral Hospital (SRH), one of the two biggest hospitals under Oromia Regional Health Bureau (ORHB), has no radiologist.

Shashamane Referral Hospital (SRH), one of the two biggest hospitals under Oromia Regional Health Bureau (ORHB), has no radiologist. Patients need to go to other cities to get this service. It takes two to three days for patients to complete OPD service that needs consultation of radiologist.  For example a patient stays two to three days for his/her X-ray result to arrive. This is totally unacceptable for such referral hospital; the bureau and governing board of the hospital should find a way to hire a radiologist in contract or permanent deal. By the way, what is the importance of sitting at bureau when our people is not getting such services at referral hospital? How many radiologists are sponsored by the bureau? How many of them returned to the region? ORHB, wake up from your deep sleep! Don't sleep on people who are in pain!

This is Saron Gebresilassi, a 31 year old, Eritrea-born lawyer.

Image
This is Saron Gebresilassi, a 31 year old, Eritrea-born lawyer. She is one of the front runner candidates to be the mayor of Toronto, Canada's largest city. But in Ethiopia, people campaign against you for becoming the mayor of your own city in your own country! How pathetic that is!

Qeerroo Oromoo maraaf! Waamicha leenjii waraanaa Ministeerri Ittisaa baase akka hiree guddaatti fudhachuun baay'inaan galmaahuun haalaan barbaachisaa dha.

Qeerroo Oromoo maraaf! Waamicha leenjii waraanaa Ministeerri Ittisaa baase akka hiree guddaatti fudhachuun baay'inaan galmaahuun haalaan barbaachisaa dha. Ogummaa adda addaa humna ittisaa sana keessatti lakkoofsi ilmaan Oromoo akkuma wayyabummaa sabichaatti bakka olaanaa qabachuu qaba. Waggaa 27n darban waraanni sun waraana diinaan ajajamu fi nu ajjeesuuf kan hidhate waan ta'eef balaaleffachaa turre. Akka ilmaan Oromoo waraana sanatti hin dabalamnee fi kan keessa jiranuu hidhannoo isaanii fudhatanii keessaa bahan waamicha godhaa baane.  Hojiin Janaraal Kamaal Galchuu fi jaallan isaa hojjetanis kanaan wal qabata ture. Waraana sanarraa cabsatanii bahuun kanaaf akka hojii gootummaatti faarfame. Yeroo sana humni ajajaa gubbaa akkuma jirutti diina Oromoo waan taheef achi keessa taa'anii warraaqsa geggeessuun waan hin yaadamne ture. Kanneen yaalii kana godhanis itti dammaqamee adabbii hamaa adabaman. Har'a garuu tarsiimoo sanarra cmaa tahe hordofuu qabna. Amma barri b...

Gola Wayyaanee keessaa: Warri Wayyaanee daaw'annaa pirezidaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiitti gammadoo miti. Quba qabeenya isaaniitiin ala dhufe.

Gola Wayyaanee keessaa: Warri Wayyaanee daaw'annaa pirezidaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiitti gammadoo miti. Quba qabeenya isaaniitiin ala dhufe. Waan duubaan isaanirratti shira shiruuf dhufe godhanii shakkiidhaan laalaa jiru. Shakkii isaanii isa guddaa kana gara dabarsuuf jechas olola tokko tokko tolchanii oofaa jiru. Olollan kana keessaa tokko dhufaatiin Obbo Isaayaas ABO fi ODP walitti araarsuufi kan jedhu. Jarri kun lamaan dhaabota Oromoo afaan tokko dubbatanii fi hiree takkittii waliin qaban tahuu waan dagatan fakkaatu warri TPLF.  Oromoon afaan wal wallaallaan, Oromoon qawwee walitti fudhannaan Isaayaas walitti araarsuu dhufe jechaa jiru. ABOn ammallee toyannoo Isaayaas jala waan jiruuf Dr. Abiyyi osoo hin taane Isaayaas jalaa dhagaha, kanaaf dubbiin hammaannaan Isaayaas dhufe jechuun gola keessatti dubbataa jiru. Oromoon kana irraa maal hubata? Eeyyee, maalis tahu rakkoo keenya numatu furachuu qaba. Hawwiin Wayyaanees tahee warra duraanii Oromoon akka daranuu g...

OROMIAN NEWS : OSOO SII TATEE MAL GOTTU JAALALAA AKANA KANA ?

OROMIAN NEWS: WHERE DO I HAVE A BETTER MONEY? : Osoo Sii Tatee Malo It's a good idea to take a break from the game.

OROMIAN NEWS : OSOO SII TATEE MAL GOTTU JAALALAA AKANA KANA ?

OROMIAN NEWS: WHERE DO I HAVE A BETTER MONEY? : Osoo Sii Tatee Malo It's a good idea to take a break from the game.

OSOO SII TATEE MAL GOTTU JAALALAA AKANA KANA ?

Osoo Sii Tatee Mal gottu JAALALAA Akana kana ? Ana wagaa 17 intaloo takaraa jaalalii na qabee, dubaa yerroo kana anis akan isii jaaladhuu iti himu sodadhee wagaa toko gutuu dukaa ishee demaa turee.   Yerroo kan Mucan toko ishee aka jaalatee dhagaheen martuu gahee sahiba/Wailaa kotin mariyadhee kanin duran isumatuu himu sodadhee ama nattii jabanan itti himee akan micayoo san jaladhee fii Namnii birotis aka Naduraa ishetii himatee jaalalaa walin egalan hubadhee himef.   Yerroo kana Wailii kos Nijalataa jee nagaftee anis kun mal gafii qabaa jenii debisef, yerroo kana Hayee nukasii nan jee esa demnaa jee gafanan ishee biraa demnee itti himnaa nan jedhus an sodadhee turee.   Yerroo kan guyyaa 2 bodee kararattii walitii dhufnee kan ishee walin demus sahibuma kankotii.   Anileen Akan an ishee jaaladhuu wan itti himaa jiruu faa natti fakatee turee. Garuu dubin bodee Wan biroo tatee natti dhuftee.   Yerroo garaa sa'attii galgalatii sahibaa kan kootif dawaluu...

Why do you think everyday people complain about life.

Because it's difficult sitting without job home, and those who complain about life tell life matters every single day because they don't have job. That is why I think so, and if you have different ideas please give us a comment.

Oromoon hundi basaasaa ta’uu qaba. Oromoon hundi humna tikaa fi nageenyaa ta’uu qaba. Bakka jirutti gurra diinatti qabee shokoksaa fi shira diinaa dhageeffachuu qaba.

Image
Oromoon hundi basaasaa ta’uu qaba. Oromoon hundi humna tikaa fi nageenyaa ta’uu qaba. Bakka jirutti gurra diinatti qabee shokoksaa fi shira diinaa dhageeffachuu qaba. Simannaa fi simatamuu, shubbisuu fi shubbisiisuun gabaabbachuu qaba. Bara 1991 Osoo Oromoon bilisoomne jedhee shubbisu diinni halkanii fi guyyaa ijaaramee bilisummaa dhalatte yeroo muraasa keessatti gabrummaa haaratti nuuf jijjiire. Ammas Yaa Oromoo.. Yeroo bilisoomne jennee shubbisa itti fuufnu bira hin geenye. Diinni keenya ijaaramee dhufaa jira. Yoo xiqqate waan kaleessa 4-kiilotti ta’e  irraa Oromoon osoo hin dhagahinii fi itti hin qophaayin diinni masaraa mootummaa weeraruuf dhufe. Oromoo dammaqi. Shubbisa gabaabsi. Gurraa kee diinatti qabi. Odeeffannoo hatantamaan waliinis mootummaanis dhaqqabi.

People make mistakes. We are allowed to make mistakes. But the actions we take while in a rage will haunt us forever. Pause and ponder. Think before you act. Be calm and keep patience.

Image
Let's read this story….!! A man came out of his home to admire his new truck. To his puzzlement, his three-year-old son was happily hammering dents into the shiny paint of the truck. The man ran to his son, knocked him away, and hammered the little boy’s hands into pulp as punishment. When the father calmed down, he rushed his son to the hospital. Although the doctor tried desperately to save the crushed bones, he finally had to amputate fingers from boy’s both hands. When the boy woke up from the surgery and saw his bandaged stubs, he innocently said, “Daddy, I’m sorry about your truck.” Then he asked, “But when are my fingers going to grow back?” The father went home and committed suicide. Think about this story the next time someone steps on your feet or you wish to take revenge. Think first before you lose your patience with someone u love. Trucks can be repaired. Broken bones and hurt feelings often can’t. Too often we fail to recognize the difference betwe...

Warraaqsi tokko yoo tahu qilleensi dhalatu dafee hin calalu. Sun dhugaa dha. Bara Nugusichi buqqa'u Dargiin hanga miila lamaan gad of dhaabutti lubbuu nama hedduutu bade.

Warraaqsi tokko yoo tahu qilleensi dhalatu dafee hin calalu. Sun dhugaa dha. Bara Nugusichi buqqa'u Dargiin hanga miila lamaan gad of dhaabutti lubbuu nama hedduutu bade. Hookkara hamaatu biyya liqimsee ture. Dargiin waan sana abbaa irrummaatiin toyate.  Gara jabinaan fi dhiiga dhangalaasuudhaan aangoo isaa itiche. Bara Dargiin kufee Wayyaaneen dhuftus akkasuma. Sirni Wayyaanee akka salphaatti gad of hin dhaabne. Koree ''ሰላምና መረጋጋት" jedhamu dhaabdee turte. Koreen sun ummata keessaa namoota dhageettii qaban irraa haa jaaramu malee akka itti aangoon Wayyaanee itittu irratti hojjechiifamaa ture. Sana qofaan tasgabbiin hin dhufne. ABOn Chaartera keessaa bahuun wal qabatee tarkaanfiin sabboontota Oromoo irratti fudhatamaa ture ragaa tokko. Wayyaaneenis akkuma Dargii qawweetti fayyadamtee ''tasgabbiin buuse'' ofiin jette. Ammas hafuura haaromsaa kana keessatti biyyattiin tasgabbii dhabaa jirti. Ibiddi tokko yoo dhaamfamu tokko gama sanaan qabata. H...

በንጉሠ ነገሥቱ የመጨረሻ ዘመነ ንግሥና ኮረኔል አጥናፉ አባተ ወታደሮችን ወደ አዲስ አበባ ጠርተው የደመውዝ ጭማሪ እንዲጠይቁ አስደረጉ።

Image
በንጉሠ ነገሥቱ የመጨረሻ ዘመነ ንግሥና ኮረኔል አጥናፉ አባተ ወታደሮችን ወደ አዲስ አበባ ጠርተው የደመውዝ ጭማሪ እንዲጠይቁ አስደረጉ። ጥያቄው ተቀባይነት አግኝቶ ወታደሩ ወደ ካምፑ ይመለሳል። የንጉሠ ነገሥቱ ሥልጣናቸው በአመፅ እና ተቃውሞ እየደከመ ባለበት ብዙም ሳይቆይ ኮረኔል አጥናፉ ተመሳሳይ ጥያቄ ያለው ወታደር ወደ ንጉሠ ነገሥቱ አምጥተው እንዲያነጋግሩኣቸው አደረጉ። በዚህ ሰዓት ወታደሩ ፍላጎቱን አገኘ፦ ሥልጣን። ያ ወታደር ደርግ ነበር። ቀዳማዊ ኃይለሥላሴን ከሥልጣን አውርደው እሥር ቤት ከተቱኣቸው። እራሳቸው መምግሥት ሆነው እርፍ አሉ። ኮረኔል አጥናፉም በደርግ ማዕከላዊ ኮሚቴ (ሸንጎ) የተወሰነውን የንጉሠ ነገሥቱ የመጨረሻ እጣ ፈንታ ፈርመው ያጸደቁት ሰው ናቸው። እንዲገደሉ የፈረሙት እሳቸው ናቸው። የመንግሥቱ ኃይለማሪያም እጅግ የቅርብ ሰው እንደሆኑ የሚታወቁት ኮረኔል አጥናፉ የሴራ ፖለቲካው ግን እሳቸውንም በመንግሥቱ እጅ አስበላቸው። የሴራ ፖለቲካ ታሪካችንን ሞልቶታል። ከእውቀት እና የሐሳብ ፍጭት ይልቅ ሴራ እና አሻጥር እጅግ የሚገልጸው የሀገራችን ፖለቲካ ዛሬም ክፉ እንድናስብ ያስገድደናል። የሴራ ፖለቲካን ስለምናውቀው፣ ስለጎዳን እንዳይደገም እንጂ ሐገርን ስለማንወድ አይደለም። ይልቁንም ስለምንወዳት፣ ስለምንሳሳላት እና ክፏን ላለመስማት ነው። ታሪክ እራሱን ደግሞ  እንደገና ሌላ ሸፍጥ እንዳይውቅጠን ነው። ዋጋ እንዳንከፍል ነው። እንዳንባላ ነው። ታዋቂው ጸሐፊ Mark Twain እንዲህ ብሎነበር። "If there is one thing we learn from history is that we don't learn from it". የዛሬውን ትዕይንት ዝም ብዬ ማለፍ አልቻልኩም። ተሳስታችኋልና Push Up እን...

Oduu biraatiin Har'a Obbo Daawud Ibsaa waliin wal agarree dubbii tibbanaa irratti mari'annee jirra. Garagaagarummaan mootummaafi ABO jidduu jiru hamma miidiyaan hafarfamuu miti. Dubbiin bakkuma amma dura haasofne akka jirtuun hubadhe. (Waliigalteen kun waraqaa irra kaayamuu dura hoggana gama lachuu afaan kiyyaan dubbisee waanin beekuudha)

Oduu biraatiin Har'a Obbo Daawud Ibsaa waliin wal agarree dubbii tibbanaa irratti mari'annee jirra. Garagaagarummaan mootummaafi ABO jidduu jiru hamma miidiyaan hafarfamuu miti. Dubbiin bakkuma amma dura haasofne akka jirtuun hubadhe. (Waliigalteen kun   waraqaa irra kaayamuu dura hoggana   gama lachuu afaan kiyyaan dubbisee waanin beekuudha) 1) Waraanni Bilisummaa Oromoo akkuma waliigalametti mooraa leenjii galuun qaamota nageenyaa biyyaatti makama. Kana gochuuf mootummaafi hoggansi haala jiru waliin mijeessu. Yeroo gabaabaa keessattis sirni kabajaa xumura waliigaltee kanaa ni geggeeffama. 2) Waliigaltee kana hojiitti hiikuu irratti harkifannaafi guututti walhubannaa dhabuun ni muldhata. Kun saffisaan furamee waliigalteen hojiitti hiikkamuu qaba. Warri ABO obsa godhadhaa, warri mootummaa qalbii sassaabadhaa saffisaan tarkaanfii fudhaa. Ummanni rabbi kadhaadhaa, tasgabbaayaa, hoggana dhaggeeffadhaa. 3) Waliigalteen gama lamaanii akka hojiitti hin hiikamne wa...

“ABOn Hidhannoo Hafe Ni Hiikkata” Ministeera Deetaa Dhimmoota Koominikeeshinii Federaalaa Obbo Kaasaahuun Goofee.....

Image
“ABOn Hidhannoo Hafe Ni Hiikkata”  Ministeera Deetaa Dhimmoota Koominikeeshinii Federaalaa Obbo Kaasaahuun Goofee. ABOn gara biyyaa kan gale hidhannoo hiikkateeti; ammas kan hafe ni hiikkata jechuun ministirri deettaan Ministeera Dhimmoota Koominikeeshinii Federaalaa obbo Kaasaahuun Goofen ibsan. Addichi hidhannoo hafe yoo hiikkachuu baate mootummaan nageenya ummataa fi heera mootummaa eegsisuudhaf hojii hidhannoo hiikkachiisuu ni hojjeta jedhan. Mootummaan dirree siyaasaa bal’isuudhaf waamicha dhaabbilee siyaasatiif taasiseen, loltoonni ABO 1300 ta’an gara biyyaa galanii Wiirtuu Leenjii Xoollaayitti leenjirra akka jiran obbo Kaasaahuun eeraniiru. Akka obbo Kaasaahuun jedhanitti ABO waliin marii si’a 3 Asmaraatti taasifameen addichi gara biyyaa galee dorgomuuf waliigaleera jedhan. Obbo Kaasaahuun ibsa isaanitiin yeroo marichaa hidhannoo hiikkachiisun ajandaa hin turre jedhan. Qabsoon nageenyaa yaadan malee afaan qawweetin waan hin taanef, hidhannoo hiikkachiisun mariid...

#Finfinnee The military officers who went to the palace this morning are demanding per diem, pay raise, and other related benefits.

#Finfinnee The military officers who went to the palace this morning are demanding per diem, pay raise, and other related benefits. These officers are said to be the ones who were deployed for quelling the incidents around Buraayyuu a few weeks ago. They are currently having a discussion about their demands with the Prime Minister. The officers are unarmed. The ones who refused to put down their arms are surrounded by a reinforcement of forces from outside. The 'news' about  the Deputy PM is unconfirmed yet. There is a felt presence of military personnel in uniform near the palace in Arat Kilo. But over all,  the situation is calm.

LTV Show and the Noise Around it =================== BetyTafese (of LTV Show) seems to have tested the limits of our society's tolerance to journalistic insistence on posing hard questions to politicians.

LTV Show and the Noise Around it =================== BetyTafese (of LTV Show) seems to have tested the limits of our society's tolerance to journalistic insistence on posing hard questions to politicians. In a country where the media hardly challenges politicians to account for their words, decisions, and deeds, Bety's baby steps at confronting public figures (including politicians, activists, preachers, and civic society leaders) with hard and critical questions has touched nerves in some corners. In my view, the interview she had with Dr Desalegn (of አብን) last week was nothing different from her other interviews. (And to his credit, unlike the villain his adversaries have tried to make out of him, I think Dr Desalegn did well actually. He stood his ground. I think he explained what he was asked to explain in as much as he could; he has expressed his concerns, causes, and plans in the best way he thought he could; and above all, he showed readiness to apologize for exce...
DHAAMSA_ARIIFACHIISAA QEERROO OROMOO fi HOGGANOOTA #ABO fi OPDO/ODP. GARAAGARUMMAA KEENYA DHIPHISAA TOKKUMMAA KEENYA CIMSAA DEEMUUTU GALII KEENYAAN NU GA'A. Fawaz Ahmad Oromiya tiin Qabsoon FXG irraa gara warraaqsaatti jijjiiramtee qeerroo dargaggoota Oromootiin finiinaa jirtu guyyaadhaa gara guyyaatti babbalachaa fi jabaachaa deemuudhaan yeroo ammaa kana diina ulaa/ holqa/ duubatti deebi’uun hin danda’amne seensiisee jira. Oromoon firii qabsoo isaa,  qabsoo FXG gara warraaqsaatti jijjiiramee qeerroo dargaggoota ilmaan isaan finiinaa jiru dhandhamuuf sadarkaa xumuraarra gahee jira jechuun ni danda’ama. Har’a caasaan diinaa gutummaa Oromiyaa keessaa ciramee bahaa jira. Caasaan diinaa duraan ummata goolaa ture Miseensa xiqqaa irraa hanga kaabinee gandaa, Onaa fi Godinaatti Oromiyaa keessaa gara magaalaalee gurguddoo biyyattiitti baqachaa jiru. Gariin bakka irraa dhufanitti deebi'aa jiru. Injifannoon kun salphaatti lafaa ka'ee waan dhufee miti, Dhiiga qeerroo kumaan...

Dhimma hidhannoo hidhachuu fi hiikkachuu #Dr_Abiy_Ahmad fi #Jaal_Daawud_Ibsaaf haa dhiifnu. Dhimmi kun isaan ilaallata.

Dhimma hidhannoo hidhachuu fi hiikkachuu #Dr_Abiy_Ahmad fi #Jaal_Daawud_Ibsaaf haa dhiifnu. Dhimmi kun isaan ilaallata. •Ani kan na dhibe bara kana hundinuu hogganaadha, beekaa, xiinxalaadha.. Kuni hin barbaachisu. Dhimmi kamuu nama ilaallatu qaba, Waa'een hidhannoo hiikkachuu fi dhiisuu kan ilaallatu hogganoota lamaan mootummaa biyya bulchuu fi Hoggana dhaabichaa ilaallata. Kabajamoo #Dr_Abiy_Ahmed akkasuma kabajamoo #Jaal_Daawit_Ibsaa akkuma kanaan dura walii galtee godhuun jaalalaa fi gammachuun wal dhaga'aa waliin deemaa turtanitti adaraa dhiiga ilmaan Oromo dhangala'eetin isin qabnee jirra, Walii galtee keessan kan dur caalaa jabeessaa fuula duratti deemaa. •Sabni kuni yoo isin waliif galtan waanjoo gabrummaa firraa kaasuun diinagdeen of ijaaree addunyaan dorgomuu danda'a. Yoo isin wal dhabdan gabrummaan jaarraa tokkoo oliif nurra ture ammaas nurra dheerata. •Warri #FACEBOOK Irraa ololaan hidhachiisuu fi hiikkachiisuu irratti duula ololaa habashootaa waliin...
Image

This is a serious Question but what Do we Do as Oromo that is the big problem..... "Humnootni hidhatanii socho’aa turan hidhannoo isaanii waliin itti fufuu moo gaaffii jedhuuf hidhannoo qabatanii itti fufu taanaan maaliif gara biyyaa dhufu?

Image
"Humnootni hidhatanii socho’aa turan hidhannoo isaanii waliin itti fufuu moo gaaffii jedhuuf hidhannoo qabatanii itti fufu taanaan maaliif gara biyyaa dhufu?  Qajeeltoo ijoon irratti walii galle  qabsoo siyaasaatiif qawwee hidhachuun walitti dhukaasuun  hinbarbaachisu kan jedhudha.  Jaarmiyaaleen siyaasaa yaadaa mo’ataa qofa hidhachuu qabu.  Kitaaba qofa hidhachuun dhufuu  qabu malee  kilaashii qabatanii dhufuu hinqabani. Kilaashii qabatani gara biyyatti dhufuun hinbarbaachisu.  Humnootni hidhatanii turan erga hidhannoo hiikatanii booda maal ta’u kan jedhuuf mana hojii dhimma kana karaa qabsiisu hundeessuuf  qorannaa geggeessaa jirra.  Qorannaa kana akka xumurreen manni hojii dhimma kana hogganee karaa qabsiisu ni hundaa’a. Humnootni hidhatanii socho’aa turanis hidhannoo isaanii hiikkatanii haala isaan gara hojiitti bobbaa’an ni mijieessina.  Isaan keessaa kan nama siyaasaa ta’uu fedhu nama siiyaasaa, kan hojii biraa hojjechuu ...

AKKAMITTI? Gaafa Liyyuu Poolisiin ilmaan Oromoo #Harargee #Baale #Arsii #Gujii #Booranaa fi kkf irraa kumaantamaan fixxee Miiliyoona Caalan lafa isaanii irraa buqqisan mootummaa tokko keessa waraanni lama jiraachuu hin qabu kanaafuu haa hiikkatan hin jedhamin.

AKKAMITTI? Gaafa Liyyuu Poolisiin ilmaan Oromoo #Harargee #Baale #Arsii #Gujii #Booranaa fi kkf irraa kumaantamaan fixxee Miiliyoona Caalan lafa isaanii irraa buqqisan mootummaa tokko keessa waraanni lama jiraachuu hin qabu kanaafuu haa hiikkatan hin jedhamin. Gaafa humni beenishaangul meeshaa gurguddaa hidhatee Oromoota naannoo sana jiraatan kuma dhibbaa ol ta'an lafa isaanii irraa buqqaasuun, lubbuu 20 ol ta'an ajjeessanii, Kurnootaan madeessan mootummaa tokko keessa waraanni lama jiraachuu hin qabu kanaaf haa hiikkatan hin jedhamin. Gaafa Oromoota Walloo fi Kamisee akkasuma Raayyaa gama Kaabaatin humni meeshaa gurguddaa hidhate ummata keenya nagayaa kumaantamaan fixaa jiranitti mootummaa tokko keessa waraanni lama jiraachuu hin qabu haa hiikkatan hin jedhamin... •Akkamitti/hamilee kamiin waraana bilisummaa Oromoo qabsoo hidhannoo dhiisee karaa nagaan qabsaawuuf murteesse haa hiikkatu, kana caalaa Obsa fixannee jirra, tarkaanfii fudhanna jedhee qaamni mootummaa ani q...

Yeroon amma keessa jirru bara 1991 wajjin maaliin wal fakkaata, maaliin gara gara? Waan wal fakkaatu: - Ummanni Oromoo irra hedduun mirqaana olaanaadhaan guutamee waan bor itti aanee dhufaa jiru arguu dadhabuu

Yeroon amma keessa jirru bara 1991 wajjin maaliin wal fakkaata, maaliin gara gara? Waan wal fakkaatu: - Ummanni Oromoo irra hedduun mirqaana olaanaadhaan guutamee waan bor itti aanee dhufaa jiru arguu dadhabuu -  Ummanni keenya afaanii aadaa qofa osoo hin taane, siyaasaa fi dinagdeedhaan bilisoomuuf hawwii guddaa qabaachuu. (dubbii Finfinnee irraa kan hafe siyaasaadhaan bilisoomeera) - Hidhannoon waraanaa biyya keessa faca'ee jiraachuu. Murna sirna beekuu fi sirna hin beekne hunda bira ibiddi nama ajjeesuu toyannoo tokko malee qaama hin beekamneen tamsa'ee argamuu. - Ummatoonni biroon Oromoon ijaaramuu fi dammaquusaatti shakkii fi sodaa qabaachuu Garaagarummaa har'aa fi 1991 gidduu jiru: - Sadarkaan dammaqiinsa ummataa kan har'aa kan bara 1991 fagoo caala. (kun abadchiisaa dha) - Hireen saffisaan wal qunnamuu har'a jiru kan 91 baay'ee caala. (kun faayidaa qaba) - Dhaabni siyaasaa Oromoo kan namni sabboonummaa qabu irra hedduun itti amanu tokkic...
Addis Ababa, September 2, 2011 (CG) A member of the Federal Police was attacked by his band members in the Bole sub-district of Bole Sub-District, Bole sub-district. The Federal Police Commissioner, General Zeitem Jamal, told Fana Broadcasting Corporation: Two members of the federal police were killed and two others were killed in the attack on the Federal Police. Commissioner Gen. Zayn Jamal announced that the attack was carried out by the Federal Police who had carried out the attack. It is still in its infancy

Dozens killed in Ethiopia ethnic clashes

Image
Dozens killed in Ethiopia ethnic clashes At least 44 people were killed during fighting between rival ethnic groups in western Ethiopia over the weekend, state affiliated media reported. At least 44 people were killed and 70,000 fled their homes amid violence in western Ethiopia, local officials say. The clashes occurred on the border between the central Oromia and western Benishangul-Gumuz regions, local officials said on Tuesday. Residents in Benishangul-Gumuz region said violence erupted on Friday after four local officials were killed during a visit to neighbouring Oromiya region.

The problem which is near to Finfinnee we have seen this year is

Rakkoo Guddaa naannawa Finfinneetti arge -------------- Guyyaa har'aa kibbaa fi kibba-baha Finfinnee hanga tokko ilaaleen turee. Naannofni Ani ilaale, Labuu ganda jedhamurraa ka'ee karaa Haarawa Magaalaa Aqaaqii gara kibbaarraaan bahee maxxana Tulludiimtuutiin gara karaa "express way" gara Hadaamaatti deemutti turee. Itti aansees, express way sanirraa jalqabee karaa gara kaabaa deemu "outer ring road" jedhurraa deemuudhaan hanga "industrial park" Lammuu jedhamutti turee. Akka waligalaatti kibba-Lixa Finfinneetirraa ka'ee hanga baha Finfinnee naannoo Summit jedhamutti turee. 1. Lafti Oromoo akka jirtuutti qabamtee jirti. 2. Lafa Kana kan qabatanimmoo, gara daangaa Oromiyaatti achi maxxanuudhaan gamowwan hedduu ijaaruudhaan lafa jiddutti hambisuudhaani. 3. Lafti Oso jirtu wanti daangaarraa jalqabaniif, daangaa Oromiyaa dhiibuudhaafi. 4. Lafti jiddutti hambisan heektaara kumaatamaan Kan lakkaawamudhaa. Ammallee miidhaan qonnaan bulaatiin...
Biyya kana Oromoon akka bulchaa hin jirre reefu natti mul'achaa jira, kana mara gowwoomuun keenya anaafuu gaafiidha, osoo Biyyi kuni kan Oromoon hoganamaa jiru ta'ee Oromoon akkasitti guyyaan ajjeefamaa guyaadhaan lafa isarraa buqqaafamaa daandii irratti beelaaf dheebuufi qorraan daa'immaniif manguddooniis nu jalaa hin boo'aan Oromoon ammaas dhiichisaaf osoo hin ta'in qabsoodhaaf qophaa'uu qaba. Bilisummaan kanaa miti Kuni boqonnaa haraadha

Breaking News from Ethiopia right now....

Image
Breaking news Dr.Abiy Ahmed mummee minsteera xoophiyaa fi hogganaan paartii ADWUI walga'ii dhaabbatummaa 11ffaa  boruuf magaalaa HAWAASAAtii taa'amu irraatii hirmaachuufii marsaa itti aanuuf filatamuuf ODP qaadhimamee harra galgala kana magaalattii  seene. Nuttiis carraa gaarii hawwinaaf goota keenya ilma abbaa gadaa kanaaf.

#Boojii_Dirmajii (via inbox) "G/W/Lixaa Aanaa Boojji Dirmajjii keessatti wanti ta'aa jiru waan addaati.

#Boojii_Dirmajii (via inbox) "G/W/Lixaa Aanaa Boojji Dirmajjii keessatti wanti ta'aa jiru waan addaati. Har'a ganama namoota keenya rasaasaan rukuttan isaan keessaa tokko kora bittinneessaa dha. Maqaan isaa Dabalaa jedhama. Yeroo ammaa hospitaala Gimbii ciisee wallaanamaa jira. Galgala kanammoo uummatni 'meeshaa nuuf kennaa; ummata keenyaaf  birmannaa,' jedhee waajjira poolisii aanaa Boojji Dirmajjii dhaqnaan korri bittinneessaa uummatatti dhukaasee, kan du'es jira. Maqaan isaa Taarikuu jedhama. Kanneen biroon miidhamanis jiru. Iyya dabarsi, adaraa."

Biyya kana Oromoon akka bulchaa hin jirre reefu natti mul'achaa jira

Biyya kana Oromoon akka bulchaa hin jirre reefu natti mul'achaa jira, kana mara gowwoomuun keenya anaafuu gaafiidha, osoo Biyyi kuni kan Oromoon hoganamaa jiru ta'ee Oromoon akkasitti guyyaan ajjeefamaa guyaadhaan lafa isarraa buqqaafamaa daandii irratti beelaaf dheebuufi qorraan daa'immaniif manguddooniis nu jalaa hin boo'aan Oromoon ammaas dhiichisaaf osoo hin ta'in qabsoodhaaf qophaa'uu qaba. Bilisummaan kanaa miti Kuni boqonnaa haraadha

ARE YOU READY TO MAKE YOUR HUSBAND HAPPY YES IF YES THERE IS, 10 WAYS TO MAKE YOUR HUSBAND HAPPY FOR YOU.

Image
10 WAYS TO MAKE YOUR HUSBAND HAPPY 1. Give him sex. 2. Obey him. 3. Love his parent. 4. Never argue with him. 5. Respect his siblings. 6. Never investigate his phone. 7. Don't waste his property. 8. Kiss him when he insult you. 9. Support him when he's broke. 10. Always make him feel he's the superior. 10, WAYS TO MAKE YOUR WIFE HAPPY 1. Give her money 2. Always give her money

Ummani Oromoo namicha kana beekee shira inni hamma har'aa hojjechaa tureefi har'aas hojjechaa jiru hubachuu qab.

Image
Ummani Oromoo namicha kana beekee shira inni hamma har'aa hojjechaa tureefi har'aas hojjechaa jiru hubachuu qab. GEETACHO ASEFFAA Suuraan armaam gadii kuni Nama Maqaan kuni isaa Geetachoo Aseffaa jedhamuudha Geetachoo Aseffaa  Namni jedhamu kun nama miidiyaa irraa dhokatee caasaa isaas dhoksee duguugga sanyii ilmaan  Oromoo irratti nama raawwachaa tureefi raawwachaa jiruudha Geetachoo Aseffaa bara 1993 irraa jalqabee dhaabbata Humna Tika Biyyattii (INSA) jedhamu nama hogganaa tureedha, Tasfaayee Urgee itti aanaa isaati ture jarri Qabsaa'ota Oromoo baay'ee hanga har'aa du'aafi jiruun isaanii hin beekamne galaafate isaan kana. Warri ilmaan Oromoo mana hidhaa keesatti gocha suukanneesaa irratti raawwachaa turees isaan kana. Warri ilmaan Oromoo biyyoota akka Somaliland, Jabuutii, Keeniyaa Suudaanifi k.kfktn keessaa akka qabamanii Makalaawi fi Qilinxoo galan gochaa turees isaanuma kana. Jarri Qabsaa'ota Oromoo ukkaamsee kan ajjeesaa kaawwan hidhaa tur...

OROMIAN NEWS : JAWAR MOHAMED SAID " It has been on public record ...

OROMIAN NEWS : JAWAR MOHAMED SAID " It has been on public record ... : JAWAR MOHAMED  It has been on public record that I expressed my desire to travel to Mekele to engage the civic and political leaders of t...

Why #ESAT, Tamegne, and Ethiopwint propagandist have kept silent while 74,000 Oromos and Amaharas displaced from Benshagul???

Why #ESAT, Tamegne, and Ethiopwint  propagandist have kept silent while 74,000 Oromos and Amaharas displaced from Benshagul??? They matter about Burayu only or Oromo are not Ethiopian ???? This day is the fifth day since they are displaced from their village. Flase unity propaganda failed here. Where is your humanity Henok Yared ?????

JAWAR MOHAMED SAID " It has been on public record that I expressed my desire to travel to Mekele to engage the civic and political leaders of the region

JAWAR MOHAMED  It has been on public record that I expressed my desire to travel to Mekele to engage the civic and political leaders of the region. My hope was to help start the process of healing  wounds created by TPLF's 27 years of repressive rule and pave the way for starting the process of reconciliation. I was of opinion that the people Tigrai should not remain isolated from the rest of the country for the crimes of TPLF. I even hoped it might be possible to bring TPLF in from the darkness and get them aboard the reform train in the country's transition to democracy. I debated with scholars, government officials and activists in support of this point. But with its recent decision to reelect Getachew Asefa to its EC, TPLF has proven me wrong about their willingness to change. They are incapable seeing the light. They are not embarking on the process of reform and transition. Instead, they seem to want to derail it. They are clearly signaling that they want a return t...

It has been on public record that I expressed my desire to travel to Mekele to engage the civic and political leaders of the region

It has been on public record that I expressed my desire to travel to Mekele to engage the civic and political leaders of the region. My hope was to help start the process of healing  wounds created by TPLF's 27 years of repressive rule and pave the way for starting the process of reconciliation. I was of opinion that the people Tigrai should not remain isolated from the rest of the country for the crimes of TPLF. I even hoped it might be possible to bring TPLF in from the darkness and get them aboard the reform train in the country's transition to democracy. I debated with scholars, government officials and activists in support of this point. But with its recent decision to reelect Getachew Asefa to its EC, TPLF has proven me wrong about their willingness to change. They are incapable seeing the light. They are not embarking on the process of reform and transition. Instead, they seem to want to derail it. They are clearly signaling that they want a return to the the past - t...

JAWAR MOHAMED IS GOING TO MAQALEE VERY SOON...

Image
Milkiin nuuf galii Maqaleen Ilmaa Abbaa Gadaa Jawar Mohammed Simaachuudhaaf qophii gochaa jirtii. Guyyaa Roobii deema. Presidentii Naannoo Tigraay Dr Debrastion waliin marii ni godhaa. Barii guyyaa kamisaa hayyoota Yuunivaarsitii Maqalee waliin marii ni godha, gaafii ka'uuf deebii ni keenna jedhame eeggaama. Akkaanattii biyyaa ijaara, sileetin deemnaa, warrii ESAT torbee kana of ajjeessuu isaani hin oluu.

JAWAR MOHAMED SPEAK UP ABOUT REELECTING THE NOTORIOUS GETACHEW ASEFA TO EC...

JAWAR MOHAMED SAID "By reelecting  the notorious Getachew Asefa to EC instead of purging him and handing him over to federal authorities TPLF has clearly indicating intention to renew conflict. With this decision they will either leave or kicked out of EPRDF very soon. I feel bad for people of Tigray who have live under recycled and outdated bunch of warlords who are out of touch with reality" SO GOD NOW'S WHAT THEY ARE PLANNING FOR THE COUNTRY CALLED ETHIOPIA.... 

Breaking NEWS TPLF elects the following into its executive committee and keeps Debretsion and Fetlework as chairman and deputy.

Breaking NEWS TPLF elects the following into its executive committee and keeps Debretsion and Fetlework as chairman and deputy. 1) Debretsion Gebremikael 2) Fetlework Gebregziabher 3) Alem Gebrewahd 4) Asmelash Woldeselasie 5) Abraham Tekeste 6. Getachew Reda 7) Kerya Ibrahim 8/ Getachew Assefa 9) Addis Alem Balema The first six are on the record in criticizing the Prime Minister's reforms over the past couple of months. And Getachew Assefa needs no introduction. TPLF has squandered its one last chance to redeem itself.

The expansive culture in the world is Oromo Culture dress.

Image
What a beautiful culture is this ? It's Oslo the expansive culture in the world. Add caption

Harargee girls culture dress

Image
Harargee Girls Culture dreess