JAALALAA JECHUN MAL JECHUDHAA ?
JAALALAA JECHUN MAL JECHUDHAA ?
Jaalalaa jechun fedhinaa yoka hawii wan tokof atti qabdudhaa, tahee garuu Jaalalattii baka 3 Qoddamtii sadenis aka asi gadii kanatii ilalamaa.
1. Jaalalaa Ijaa, jaalalaa ijaa jechun mal jechudhaa, jaalalaa ijaa jechun wantaa toko amuma agartee namas tahee amuma kan jalatudhaa, kan amas yerroo gababaa keessatii jibuu dandesuu hogaa tahuu.
2. Jaalalaa Qamaa, Jaalalaa Qamaa jechun nama tomo kan fedhinaa qamaa kee keessaa sidubisuf kan sii barbachisufi amalee jaalalaa qamaa hogaa januu kan dutuf jechudhaa.
3. Jaalalaa Onee, jaalaltii onee tan onee qulquluu iraa burqitee hogaa tatuu alifii lamin kee kan keessatii argamanidhaa, man bultii tee ittin ijaratuu san hogaa tahuu, matti ketilee kan ittin bulfatuu jaalalaa onee kana jechudhaa.
An jaalalaa aka natii fakatutin ibsee isinis yaddaa keessaanifi wan jaalaltii isinif tatee mulatee nuf ibsuu nidandesuu karaa barefamaa comment iran galatomaa dubisuu keessanif.
By Abse.

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.