"#EessaJiru? Alfiya yusuf Ahmad ykn hangatu Ja.aamtii......
"#EessaJiru? Alfiya yusuf Ahmad ykn hangatu Ja.aamtii Bareysitu Jaal Nadhii Gammada Turte Kan Dhalatte Godina Harargee Bahaa Magaala Haroomayya Erga Gaaf Jaal Nadhii Wajiin Qabaamte Hanga Ammaati Essa Butteen hin Bekkamne.