Posts

Showing posts from October 26, 2018

SEENNAA SHAMARAN KEENYAA BIYAA AMBAA KEESSATTI BU'AA BAYII MEQAN BODAAN ITTIN AJEFAMAN KEESSAA HANGAA TOKO.

Image
SEENNAA SHAMARAN KEENYAA BIYAA AMBAA KEESSATTI BU'AA BAYII MEQAN BODAAN ITTIN AJEFAMAN KEESSAA HANGAA TOKO.  Shamaran bayeen isani harmee ton rako keessaa basa, jirenyaa kiyyaan foyeesaa jatee yeerro mana Harmee ishee gadhifted batutii harmen ishii wan qaban gurgurtee ergitii gara biyyaa Arabatii Gageesitii. Egaa akuma harmeen ishee holaa fi Sangaa tokichaa qabduu gurgurteefi gagesitetii ishenis jirenyaa mattii ishee kana foyesuf kara biyaa amabaa imaltee, yeerroo achii geesuu jirenyii achii dacha dachan kan mattii ishee iraa baredulee garu wanii hundii aka isin yadee hintaneef turee mulatee.   Yerroo kan ishenis ciminan hojachuf murtesitee hoji egaa qacaramtee bodee ji'aan matti isheetif Qarshii argateraa ergittiif hatahuu garuu qarshin kun muramee kukutamee xina ta'ee mattii ishee kan biraa gahaa, namani ishen itti kenituu Qarshii kana iraa kutatee hangumaa isatii tolee wan erguf jechudhaa.   Isheenis Halkanifii Guyaa oso janee garaa ishee hidhatee...

JAALALAA JECHUN MAL JECHUDHAA ?

Image
JAALALAA JECHUN MAL JECHUDHAA ? Jaalalaa jechun fedhinaa yoka hawii wan tokof atti qabdudhaa, tahee garuu Jaalalattii baka 3 Qoddamtii sadenis aka asi gadii kanatii ilalamaa.  1. Jaalalaa Ijaa, jaalalaa ijaa jechun mal jechudhaa, jaalalaa ijaa jechun wantaa toko amuma agartee namas tahee amuma kan jalatudhaa, kan amas yerroo gababaa keessatii jibuu dandesuu hogaa tahuu.   2. Jaalalaa Qamaa, Jaalalaa Qamaa jechun nama tomo kan fedhinaa qamaa kee keessaa sidubisuf kan sii barbachisufi amalee jaalalaa qamaa hogaa januu kan dutuf jechudhaa.  3. Jaalalaa Onee, jaalaltii onee tan  onee qulquluu iraa burqitee hogaa tatuu alifii lamin kee kan keessatii argamanidhaa, man bultii tee ittin ijaratuu san hogaa tahuu, matti ketilee kan ittin bulfatuu jaalalaa onee kana jechudhaa. An jaalalaa aka natii fakatutin ibsee isinis yaddaa keessaanifi wan jaalaltii isinif tatee mulatee nuf ibsuu nidandesuu karaa barefamaa comment iran galatomaa dubisuu keessanif.   ...