Posts

Showing posts from April 27, 2018

MM Abiyyi Ahmed magaalota adda addaa daawwachuun haasawa godhee

             Daily News From Oromia. MM Abiyyi Ahmed magaalota adda addaa daawwachuun haasawa godhee ummataa wajjiin marihachaa jira . Torbaan dhufu kanaas magaalaa Baalee akka  dawwatuuf deemu himamama. Bakka deeme hundatti umanni baayyeen bahee MM simatee harka dhawaafii jira.:) -- Kaanaan dura ammoo kommandi postiin hoggantoota OFC Naqamte dhaqee ummata daawwachuud deemu humnaan dhoorkitee akka Fiinfinnetti deebi'an gootee lubbuu namaa galafachuun isaa ni yaadatama.  -- ADWUI 'n labsii yeroo hatattamaatiin mormitoonni akka ummataan walhinargine dhoorkaa ofiif ammoo marii adda addaa ummataan wajjiin godhaa akkamiin dirree siyaasaa ballisuuf deema?

MIDROC fi TUFFII ADWUI

   Daily News From Oromia. MIDROC fi TUFFII ADWUI, Kampaanii MIDROC GOLD Shaakkisoo Laga dambii woggoota 20 darban hawaasa keenna worqii keessaa funaannataa kemikaalaan faalaa naafaa fi ballaa, raatuu fi fafa haawwotii fi horiin keenna akka dhalan godhe kana adoo lubbuun jirruu dhaabbitti lafee duddaa nu burkutteesse, deebisanii eeyyama woggaa kudhaanii keennuufiin tuffii Oromoo ( Gujiit) ADWUI'n qabu agarsiisa. Akka baraa malee aka baranne hin bullu jenne malee kunuunsa seenaan kaasuu kunuunsuu hin dandeenna, beekuus. Adoo lageen keenna faalamaanii, adoo bosonni keenna ciramuu, adoo madaalli uumamaa keenna faallawee artiin Waaqi nuu kenne nu jalaa boorottuu adoo nuun hin mar'atin Finfinnee tee'anii haaromsuun kun wolgagalaafata taati. Iyya wollaallee malee lola hin wollaalle. Albuudi kibba Oromiyaa akkuma fedhan abbaa fedhaanii qoodan kun jaarmaya hin barbaachifnee fi jeequmsa waaraa hin qabne akka biyya Koongoo fi Naayijeeriyaa akka dhalatan karaa saaqa.

Abdi Iley advisor and Oromophobe Ali Abdi Isse in Addis Ababa for a dirty job...

Image
            Daily News From Oromia.  Abdi Iley advisor and Oromophobe Ali Abdi Isse in Addis Ababa for a dirty job Ali Abdi Isse, an ex Somalia intelligence officer and key Abdi Iley advisor, was given 5 million Birr yesterday by Abdi Iley and is deployed to Addis Ababa to bribe, dismantle and bully somali politicians and business people who run away from the injustices in Somali Region and are organizing against Abdi Iley in Addis Ababa. Ali Abdi Isse, who is remembered for referring to Oromos as people “with numbers but no quality” in 2016, has played a role similar to the Hutu hate radio Mille Collins in Rwanda during the eviction of Oromos from the Somali Region. Ali Abdi Isse: “Oromos have numbers, not quality”.

have read the Prime Minister's response regarding the uproar following his decision to award medal of honor to his predecessor

         Daily News From Oromia. I have read the Prime Minister's response regarding the uproar following his decision to award medal of honor to his predecessor. - He says 'some people complain they lost loved ones during his ( former PM) rule. No, its not some people. Over 5000 people were killed by armed forces under his command. Moreover, a state sponsored crime is a crime against the collective people ( the whole country)  not just direct victims - He says the former PM, 'let alone order killing people, he used to cry with us ( OPDO?)' when people die. That might be true. HD might be a sympathetic person. But that does not absolve him from responsibility. In dealing with state sponsored crime, command responsibility  is much important than individuals who perpetuate the crime directly. HD was commander in chief the entire armed forces and leaders of the ruling party.  He publicly gave order to the security forces to take all actions neces...