Posts

Showing posts from September 12, 2018

#Finfinneedhaa hin shakkinaa Dubbiin baranaa akkana Jaalattan taanaan ✅Like share πŸ’ͺπŸ’ͺ Habashaa garaa gubaa

#Finfinneedhaa hin shakkinaa Dubbiin baranaa akkana Jaalattan taanaan ✅Like share πŸ’ͺπŸ’ͺ Habashaa garaa gubaa

Shame on cowardly Finfinne Police and Foolish Federal Police! AFTER ALL, YOU DID NOTHING!!!! My witness!!!!

Shame on cowardly Finfinne Police and Foolish Federal Police! AFTER ALL, YOU DID NOTHING!!!! My witness!!!! Akkuman dhimma dhoowwamuu qeerroo dhagayeen gara Finfinnee naannoo Madaanaalam deemeen ture. Qeerroon karaa Buraayyuu irraa dhufe, qalama alaabaa akka hin dibne akka dhorkameefi walitti bu'iinsaan qeerroon duubatti akka deebi'e dhagayeen deeme. Yeroon addababayii Madaanaalam gahu Qeerroon gurmaayee gara toora Piyaassaatti deemaa ture. Anis walumaan deemuun jalqabe. Cinaatti bayuudhaanis namoonni miira qabaniif taajjabaan ture. Dhugumatti Oromoon lafumaafi qe'ee isaatti hangam akka jibbamu taajjabaan ture. Kashilabboonni hedduun ijji diimateera. Wanti arrabsoo qabus jira... Qeerroo dhiichisuu fi qalama dibu waliin deemaa bakka addababayii Paster yeroo geenyu Poolisiin Finfinnee karaa bitaa fi mirgaatiin dhaabbataniiru. (Karaa kuwaas meedaa deemu fi kara harka hospitaala phaawuloosiin). Fuula dura (kallattii Piyaassaatin) poolisiin federaalaa dhaabbataniiru. Qeerroon ...

#Finfinnee "Ethiotelecom Gatiin interneetii hir'ise jedhee ibsa baase hanga har'aatti akka hin sirreesine

#Finfinnee "Ethiotelecom Gatiin interneetii hir'ise jedhee ibsa baase hanga har'aatti akka hin sirreesine tajaajilamtootni komii dhiheessa jiru. Ethio telecom maaliif sirreessuu akka hin dandeenye gaaffii guddaa dha. Biyyii tajaajilli interneetii fi moobayilii qaalii tahe itoophiyaa dha."