Shame on cowardly Finfinne Police and Foolish Federal Police! AFTER ALL, YOU DID NOTHING!!!! My witness!!!!

Akkuman dhimma dhoowwamuu qeerroo dhagayeen gara Finfinnee naannoo Madaanaalam deemeen ture. Qeerroon karaa Buraayyuu irraa dhufe, qalama alaabaa akka hin dibne akka dhorkameefi walitti bu'iinsaan qeerroon duubatti akka deebi'e dhagayeen deeme. Yeroon addababayii Madaanaalam gahu Qeerroon gurmaayee gara toora Piyaassaatti deemaa ture. Anis walumaan deemuun jalqabe. Cinaatti bayuudhaanis namoonni miira qabaniif taajjabaan ture. Dhugumatti Oromoon lafumaafi qe'ee isaatti hangam akka jibbamu taajjabaan ture. Kashilabboonni hedduun ijji diimateera. Wanti arrabsoo qabus jira...
Qeerroo dhiichisuu fi qalama dibu waliin deemaa bakka addababayii Paster yeroo geenyu Poolisiin Finfinnee karaa bitaa fi mirgaatiin dhaabbataniiru. (Karaa kuwaas meedaa deemu fi kara harka hospitaala phaawuloosiin). Fuula dura (kallattii Piyaassaatin) poolisiin federaalaa dhaabbataniiru. Qeerroon battala addababayiirra gahutti poolisiin Finfinnee daandii cufan. Qeerroon dhiibee itti dhufnaan cinaatti goran. Battaluma kanatti kashilabboonni mandara keessaa bayan poolisii Finfinnee irraan dhagaa darbachuu jalqaban. Poolisiin Finfinnees gara daandii kuwaas meedaatti siqan. Kashilabboonni mandara garbuu akaayuun gurguran sanarraa dhagaa darbatanitti Qeerroon garagale. Kashilabboonnis mandara keessa badde. Poolisiin federaalaa daandii cufanii boombii imimmaanii darbachuu itti fufan. Qeerroonis duubatti jedhee wali ilaaluun jalqabe. Anis boombii imimmaanii kana sirriitti argadheera. Yeroo dheeraf lafti naan marteen ture. Amma Qeerroon toora karaa Askoo hoo'isaa jira. Poolisiin Finfinnee ofiifuu dheensaa turte, garuu ishee irraan kashilabbeen dhagaa darbataa turte.
Ani gara Madaanaalam deemuu kootin dura kara Beetel fi Anfoon tureera. Achi qeerroon akka fedhetti alaabaa isaa fannifataa, qalama alaabaa isaa dibaa, dhiichisaa ture.
Kaleessas jechaa ture, Oromoon magaalaa hin qabu. Jarri demokraasii jettu dhimmi Oromoo fi Finfinnee isheef hin ta'u.
Maalumaafuu qeerroon boombii imimmaanii mitii rasaasayyuu hin sodaanne. Haqaaf malee mirga namaa hin tuqu.
Borus gurmaa'ee keessummaa isaa simata. Sodaa xxxxxx0
Qeerroo akka feerroo
Yoom sodaata roorroo?

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.