Posts

Showing posts from October 9, 2018

LTV Show and the Noise Around it =================== BetyTafese (of LTV Show) seems to have tested the limits of our society's tolerance to journalistic insistence on posing hard questions to politicians.

LTV Show and the Noise Around it =================== BetyTafese (of LTV Show) seems to have tested the limits of our society's tolerance to journalistic insistence on posing hard questions to politicians. In a country where the media hardly challenges politicians to account for their words, decisions, and deeds, Bety's baby steps at confronting public figures (including politicians, activists, preachers, and civic society leaders) with hard and critical questions has touched nerves in some corners. In my view, the interview she had with Dr Desalegn (of አብን) last week was nothing different from her other interviews. (And to his credit, unlike the villain his adversaries have tried to make out of him, I think Dr Desalegn did well actually. He stood his ground. I think he explained what he was asked to explain in as much as he could; he has expressed his concerns, causes, and plans in the best way he thought he could; and above all, he showed readiness to apologize for exce...
DHAAMSA_ARIIFACHIISAA QEERROO OROMOO fi HOGGANOOTA #ABO fi OPDO/ODP. GARAAGARUMMAA KEENYA DHIPHISAA TOKKUMMAA KEENYA CIMSAA DEEMUUTU GALII KEENYAAN NU GA'A. Fawaz Ahmad Oromiya tiin Qabsoon FXG irraa gara warraaqsaatti jijjiiramtee qeerroo dargaggoota Oromootiin finiinaa jirtu guyyaadhaa gara guyyaatti babbalachaa fi jabaachaa deemuudhaan yeroo ammaa kana diina ulaa/ holqa/ duubatti deebi’uun hin danda’amne seensiisee jira. Oromoon firii qabsoo isaa,  qabsoo FXG gara warraaqsaatti jijjiiramee qeerroo dargaggoota ilmaan isaan finiinaa jiru dhandhamuuf sadarkaa xumuraarra gahee jira jechuun ni danda’ama. Har’a caasaan diinaa gutummaa Oromiyaa keessaa ciramee bahaa jira. Caasaan diinaa duraan ummata goolaa ture Miseensa xiqqaa irraa hanga kaabinee gandaa, Onaa fi Godinaatti Oromiyaa keessaa gara magaalaalee gurguddoo biyyattiitti baqachaa jiru. Gariin bakka irraa dhufanitti deebi'aa jiru. Injifannoon kun salphaatti lafaa ka'ee waan dhufee miti, Dhiiga qeerroo kumaan...

Dhimma hidhannoo hidhachuu fi hiikkachuu #Dr_Abiy_Ahmad fi #Jaal_Daawud_Ibsaaf haa dhiifnu. Dhimmi kun isaan ilaallata.

Dhimma hidhannoo hidhachuu fi hiikkachuu #Dr_Abiy_Ahmad fi #Jaal_Daawud_Ibsaaf haa dhiifnu. Dhimmi kun isaan ilaallata. •Ani kan na dhibe bara kana hundinuu hogganaadha, beekaa, xiinxalaadha.. Kuni hin barbaachisu. Dhimmi kamuu nama ilaallatu qaba, Waa'een hidhannoo hiikkachuu fi dhiisuu kan ilaallatu hogganoota lamaan mootummaa biyya bulchuu fi Hoggana dhaabichaa ilaallata. Kabajamoo #Dr_Abiy_Ahmed akkasuma kabajamoo #Jaal_Daawit_Ibsaa akkuma kanaan dura walii galtee godhuun jaalalaa fi gammachuun wal dhaga'aa waliin deemaa turtanitti adaraa dhiiga ilmaan Oromo dhangala'eetin isin qabnee jirra, Walii galtee keessan kan dur caalaa jabeessaa fuula duratti deemaa. •Sabni kuni yoo isin waliif galtan waanjoo gabrummaa firraa kaasuun diinagdeen of ijaaree addunyaan dorgomuu danda'a. Yoo isin wal dhabdan gabrummaan jaarraa tokkoo oliif nurra ture ammaas nurra dheerata. •Warri #FACEBOOK Irraa ololaan hidhachiisuu fi hiikkachiisuu irratti duula ololaa habashootaa waliin...