Posts

Showing posts from July 24, 2018

Rayyaa Abba Manccaa

Image
Ustaz Raayyaa Abamecha Hadiisa akkaan nama rifachiisu kana oso hin dubbisin bira hin dabrin! nabiyyiin keenya s.a.w waa'ee fatanaa guyyaa Qiyaamaa yammuu dubbatan akkana jedhan: rabbiin s.w guyyaa qiyaamaa erga ilma namaa hunda wantoota 4 irraa gaafateen booda kan qormaaticha dabree fi kan kufes akka gara Jannataa deeman ajaja jedhan garuu oso jannata hin geenye riqicha Jahannam gubbatti argamu kan Siraax jedhamu kan rifeensarra qal'aa kan Seyfirra qaraa kan jalli isaa jahannam gubbarra dabruun dirqama jedhan, kan qormaaticha dabran akkuma hojii isaaniitiin garii akka hangaasuu, garii hamma liphuu ijaa, garii akka farda collee, garii akka nama akkaan figutti riqicha kana irra darbaa oso jiruu namni hojiin keyrii isaa baay'e xinnaa ta'e kan lafa irra shorroqu tokko dhufa jedhan yero kana riqicha kana gubbaa shorroqaa hookkoo riqicha kana irratti argamuun qaamni isaa kutamee garuu wanta hojii keyrii qabuuf shorroqaatuma gara jannataa darba jedhan, kana booda warri ...

Nafxanyaa

Image
Nafxenyoottin wan biraa bira dabranii maqa soreessa  jaarraa abbaa gadaatilee kan du'ee qabrii jalaa jiruu jalaa bahuttin jiruu bakka inni jiruu bekkani maqa issatin tabattan rabii janattan sihaa qananisuu silaa laman du'ani oromo tokummaake jabeefadhuu dinii qaawa akka hin arkkanee irre tokko yeroon taatan amma ololii qabsoo dhiiga ilman oromootin as gesse ifdubaa hindebiftuu  gadaan kenyaa tokumma jabeesaa!!

Kuno Akanatii jirtii Oromon Danbii Dolloo!!

Image
Dabii Dollo maf ustee. .. Ka'aa Hiribaa Yaa Lammii koo OPDO Hiribaa dhabdee Sigalafatuf.

YAA OROMO MALIF USTUU ?

Image
Yoo qalan dorrobaa qalu akka dallaan naatutti  Yoo ganan fira ofii ganu akka OPDO kanatti !