Posts

Showing posts from October 15, 2018

Gola Wayyaanee keessaa: Warri Wayyaanee daaw'annaa pirezidaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiitti gammadoo miti. Quba qabeenya isaaniitiin ala dhufe.

Gola Wayyaanee keessaa: Warri Wayyaanee daaw'annaa pirezidaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiitti gammadoo miti. Quba qabeenya isaaniitiin ala dhufe. Waan duubaan isaanirratti shira shiruuf dhufe godhanii shakkiidhaan laalaa jiru. Shakkii isaanii isa guddaa kana gara dabarsuuf jechas olola tokko tokko tolchanii oofaa jiru. Olollan kana keessaa tokko dhufaatiin Obbo Isaayaas ABO fi ODP walitti araarsuufi kan jedhu. Jarri kun lamaan dhaabota Oromoo afaan tokko dubbatanii fi hiree takkittii waliin qaban tahuu waan dagatan fakkaatu warri TPLF.  Oromoon afaan wal wallaallaan, Oromoon qawwee walitti fudhannaan Isaayaas walitti araarsuu dhufe jechaa jiru. ABOn ammallee toyannoo Isaayaas jala waan jiruuf Dr. Abiyyi osoo hin taane Isaayaas jalaa dhagaha, kanaaf dubbiin hammaannaan Isaayaas dhufe jechuun gola keessatti dubbataa jiru. Oromoon kana irraa maal hubata? Eeyyee, maalis tahu rakkoo keenya numatu furachuu qaba. Hawwiin Wayyaanees tahee warra duraanii Oromoon akka daranuu g...

OROMIAN NEWS : OSOO SII TATEE MAL GOTTU JAALALAA AKANA KANA ?

OROMIAN NEWS: WHERE DO I HAVE A BETTER MONEY? : Osoo Sii Tatee Malo It's a good idea to take a break from the game.

OROMIAN NEWS : OSOO SII TATEE MAL GOTTU JAALALAA AKANA KANA ?

OROMIAN NEWS: WHERE DO I HAVE A BETTER MONEY? : Osoo Sii Tatee Malo It's a good idea to take a break from the game.

OSOO SII TATEE MAL GOTTU JAALALAA AKANA KANA ?

Osoo Sii Tatee Mal gottu JAALALAA Akana kana ? Ana wagaa 17 intaloo takaraa jaalalii na qabee, dubaa yerroo kana anis akan isii jaaladhuu iti himu sodadhee wagaa toko gutuu dukaa ishee demaa turee.   Yerroo kan Mucan toko ishee aka jaalatee dhagaheen martuu gahee sahiba/Wailaa kotin mariyadhee kanin duran isumatuu himu sodadhee ama nattii jabanan itti himee akan micayoo san jaladhee fii Namnii birotis aka Naduraa ishetii himatee jaalalaa walin egalan hubadhee himef.   Yerroo kana Wailii kos Nijalataa jee nagaftee anis kun mal gafii qabaa jenii debisef, yerroo kana Hayee nukasii nan jee esa demnaa jee gafanan ishee biraa demnee itti himnaa nan jedhus an sodadhee turee.   Yerroo kan guyyaa 2 bodee kararattii walitii dhufnee kan ishee walin demus sahibuma kankotii.   Anileen Akan an ishee jaaladhuu wan itti himaa jiruu faa natti fakatee turee. Garuu dubin bodee Wan biroo tatee natti dhuftee.   Yerroo garaa sa'attii galgalatii sahibaa kan kootif dawaluu...

Why do you think everyday people complain about life.

Because it's difficult sitting without job home, and those who complain about life tell life matters every single day because they don't have job. That is why I think so, and if you have different ideas please give us a comment.