Posts

Showing posts from September 8, 2018

POLICE PRESS RELEASE

POLICE PRESS RELEASE ___________________________ The Uganda Police Force is greatly concerned with the assassination of ASP Muhammad Kirumira at Bulenga near his home at around 9:00pm. He was with a lady residents confirmed to be his wife. She too succumbed to bullet wounds and was pronounced dead on arrival at Rubaga Hospital this evening. He was driving his personal vehicle which is still at the scene of crime at Bulenga. We condemn these heinous criminal acts and promise to hunt down these merciless criminals and bring them to book. SSP Emilian Kayima PRO Uganda Police Force

#Dirmachuu lammumma

Image
#Dirmachuu lammumma Obboleeytiin teenya tun Magartuu Abdallaa jedhamti, Iddoon dhaloota isii Aanaa Haramaayaa Addelee Ganda Leetanatti dhalatte, Guyyaa Hiriira guddicha Oromiyaa waliigalaa san Osoo gara Magaalaa Haramaayaa deemtuu Waraanni Wayyaanee Rasaasa Afuriin (4n ) miila bitaa  dhawe, hanga ammaatti Dagatamtee namni iyyaafate hin jiru, ammaa Adaamaa dhuftee Ganda 11 Ashaa Masgiida bira mana Ciisaa diyaasporaa jedhamu keessatti Kutaa lakk. 7 jirti, Obbooleeytiin teenya isin malee hin qabuu naaf dirmadhaa jechaa jirti, Lakk. Bilbilaa 09 01 32 41 03

Baayyee Namatti TolaaTolaa

Image
Baayyee Namatti Tola ================== Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa jaallee Kaffaaloo Tafarraa isa Wayyaaneen badii malee waggaa 10 mana hidhaatti darartee miilla irraa kuttee turte yaadatee guyyaa har'aa sirna cufiinsa konfiransii guyyaa sadiif Adaamaatti gaggeeffamaa ture irratti waamee badhaasuun isaa baayyee natti tole.Galatoomi Dr.Darajjee

Hoggansaa fi waraanni ABO Fulbaana 5 gara biyyaa dhufa Finfinnee, Qaammee 3,2010(FBC)- Hoggansaa fi waraanni Adda Bilisummaa Oromoo Eertiraa jiru gara biyyaa dhufuufi.

Image
Hoggansaa fi waraanni ABO Fulbaana 5 gara biyyaa dhufa Finfinnee, Qaammee 3,2010(FBC)- Hoggansaa fi waraanni Adda Bilisummaa Oromoo Eertiraa jiru gara biyyaa dhufuufi. Hoggansii fi waraanni addichaa obbo Daawud Ibsaatin kan duurfamu yammuu ta'u, Fulbaana 5,2011 ganama sa'aa 5:0tti Finfinnee kan galu ta'uu koreen simannaa addichaa fi Shaneen Gumii Sabaa ABO obbo Ibsaa Nagawoo ibsa har'a laataniin beeksisaniiru. Fulbaana 5, 2011 loltoonni ABO 1300 ta'an meeshaa waraanaa hiikkatanii obbo Daawud Ibsaa waliin Finfinnee kan dhufan ta'uu obbo Ibsaa Nagawoo himaniiru. Simannaa isaanitiifis sagantaan addaa magaalaa Finfinnee Addabaaba'ii Masqalaatti kan qophaa'u akka ta'e ibsicharraa hubanneerra. Fulbaana 7,2011 ammoo mariin jaarmiyaalee siyaasaa, hayyootaa fi bakka buutota hawaasaa hirmaachise Koomiishinii Diinagdee Afrikaatti ni gaggeeffama. Akkaataa mootummaan waamicha jaarmiyaalee siyaasatiif dhiyeessen, dhaabbileen siyaasaa hedduun gara biy...