Baayyee Namatti TolaaTolaa

Baayyee Namatti Tola
==================
Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa jaallee Kaffaaloo Tafarraa isa Wayyaaneen badii malee waggaa 10 mana hidhaatti darartee miilla irraa kuttee turte yaadatee guyyaa har'aa sirna cufiinsa konfiransii guyyaa sadiif Adaamaatti gaggeeffamaa ture irratti waamee badhaasuun isaa baayyee natti tole.Galatoomi Dr.Darajjee

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa