Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa Bareentoo Aanaa Shanan Dhuuggoo magaalaa shananitti bifa nama gammachiisuu fi hawwatuun iddoo wayyaaneen ajjeeftee itti gattee baafnee bifa armaan gadiin awwaalaa oolle.
Sirna awwaalchaa kana miidhagsuu fi dirqama Oromummaa bahuuf kan waliin hirmaatan jiraattoota Poolisii Oromiyaa, gaachana ykn wabii ummataa baay'ee baay'ee galatoomaa jennaan.
M/B sadarkaa 1ffaa Magaalaa Shanan (Masalaa) illeen maqaa gooticha kanaan " M/B sadarkaa 1ffaa Galaalchaa Bareentoo" tti akka jijjiiramus murtaa'.eera.

Comments

Popular posts from this blog