Massage for Dr. Abiy Ahmed and Lamma Magarssaa

Hojjatan akka qeerroo ciroo, jeeqan akka waraabeyyi ciroo, tokkooman akka qeerro ciroo, diigaman akka qeerroo...? Tasgabbin yoo deeman akka qeerroo ciroo yoo simmeetin dubbii laaqaan akka qeerroo....? Diina hamaa keysa taa'ani yoo hojjatan akka qeerro cirooti fi dr abiyyi fi lammaa magarsaati. Kanaaf qeerro ciroo irraa muxanno gaari fudhachun gaaridha. Yeroon ammaa yeroo hojiin nama amansiisani malee oduu afuufuni miti.

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa