Habashonni Dhimma Magaalaa Finfinnee Mal iraa fedhuu.
Habashonni Dhimma Magaalaa Finfinnee ilaalchisee Qophii Guddaa Akka godhaa jiran Odeeffannoon jira
Dhimmi #kantiibaa Magaala Finfinnee dhalaata Magaala Finfinnee ta'u qaba jedhuu fi
Dhimmi #siidaa_Xaaytuun dhorkamee walqabatee Mormii guddaa magaalaa Finfinnee keessatti geggeessuuf akka Yaalaa jiran Oduun bahaa jirti .
Amma sababani callisaniif simannaa diyaasporaa irra waan jiraniif simannaa booda Mormii gochuuf akka yaalaa jiran dhageenyeerra.
Oromoon Magaala Finfinnee keessatii of ijaaru qaba, caasa hunda keessattii hirmachuun gocha isaani fashalesuu qabnaa. Bulchinsii Magaala Finfinnee illee caalisee ilaalu hin qabuu, garee isaani diiguun barbachisaa dha.
Keessatu Oromoon Godinaa Addaa Naannoo Magaala Finfinnee jirtaani, hojii guddatuu isiin eggata jira. Via Toleeraa Caalaa

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.