Ciroo Gaaffillee Wal tajjii Guyyaa Boruu Ciroottii itti Aanttuu Pireezidaanttii Motummaa Naannoo Oromiyaa
Ciroo
Gaaffillee Wal tajjii Guyyaa Boruu Ciroottii itti Aanttuu Pireezidaanttii Motummaa Naannoo Oromiyaa
Addee Teyba Hasen ka'uu qaban.
1.Harargeen Dandettii Aannaa fi Goddina Ifi Bulchuu Hin Qabu? Mo Maalif Oso Dhalataan achi jiru iddoo biraa irraa irrattii Muddama?
2.Muddama Naannoo Oromiyaa Yeroo Kabbinee Hundessitan Maalif Harargee Kessaa Hoggansii Haraynii Akka Kettii,Addisuu Aragaa,Shimaliis Abdisaa fi kkf hin bahinii ?Mo Haadholiin Harargee Oromoo Hoggansa Haraya Dayyaa ykn Dhalaa hin jiran.akkasumas Hoggansa Motummaa Fedaralaa Kessa Maalif Hoggansii Harargee irraa hin Fillaminii
Mo Fedaraala Kessa Oromoon Harargee Hoggannuu hin Dandessu?

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.