Aanaan Dawaa Caffee Naannoo Affaariin eessatti wal daangessaa?
Aanaan Dawaa Caffee Naannoo Affaariin eessatti wal daangessaa? OMN dhumaatii naannoo kanatti ta’eef sababni Affaar akka ta’etti oduu tamsaasee jira. Kan naannoo aanaa kanaatti balaa geessisuu malu Amaara malee Affaar hin fakkaatu. Kaaba Lixaan Godina Addaa Argobbaa,Kibbaan Aartumaa Fursii, Kibba Lixaan Godina Kaaba Shawaa , Karaa Kaaba Lixaan Godina Kibba Walloo fi Kaaba Bahaan Dawaa Harawaa dha.
Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.