Habashoonni Wayyaneen Mal Jedhuu.

Habashoonni Wayyaneen Muka Itti Cabsun Lafa jala Dhabamsiiste Eessa Akka Jirtu Ishee hin Beekne Madammaritti fayyadamtee Qabsoo Qeerrootiin Daaraa Ofirra Dhadhawatte haaratti Abba Qabsoo Of Godhuuf Waa'ee Siidaa haasa'a jirti

Waliin jiraachu filannan Akka Kaleessa hoji Ishe Barte Ol'antumma isa Wayyanem Timkanyinati Jedhe Awwale Ol baasuu Barbaaddi Kan Isaani Yoo Didan Filanno Keenya Isaan Qulqullessutti Nu Naquuf Nu tuttuqu Dafaa Biiroole Keessa Harcaatu Minilik Qulqullessa

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa