Walagaa

Godina Wallagaa lixaa naannoo magaala Mandii daangaa Beneshangul Gumuzitti dubbii cimtuutu jira. Lakkoofsi namoota ajjeefamanii guddataa jira. Korri bittinneessa Oromiyaa dirmataa hin jiruun komii jiraattotaati. Jiraattoonni naannawa sanitti dhihoo jirtan waliif dirmadhaa.

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa