Posts

Showing posts from October 19, 2018

This is Saron Gebresilassi, a 31 year old, Eritrea-born lawyer.

Image
This is Saron Gebresilassi, a 31 year old, Eritrea-born lawyer. She is one of the front runner candidates to be the mayor of Toronto, Canada's largest city. But in Ethiopia, people campaign against you for becoming the mayor of your own city in your own country! How pathetic that is!

Qeerroo Oromoo maraaf! Waamicha leenjii waraanaa Ministeerri Ittisaa baase akka hiree guddaatti fudhachuun baay'inaan galmaahuun haalaan barbaachisaa dha.

Qeerroo Oromoo maraaf! Waamicha leenjii waraanaa Ministeerri Ittisaa baase akka hiree guddaatti fudhachuun baay'inaan galmaahuun haalaan barbaachisaa dha. Ogummaa adda addaa humna ittisaa sana keessatti lakkoofsi ilmaan Oromoo akkuma wayyabummaa sabichaatti bakka olaanaa qabachuu qaba. Waggaa 27n darban waraanni sun waraana diinaan ajajamu fi nu ajjeesuuf kan hidhate waan ta'eef balaaleffachaa turre. Akka ilmaan Oromoo waraana sanatti hin dabalamnee fi kan keessa jiranuu hidhannoo isaanii fudhatanii keessaa bahan waamicha godhaa baane.  Hojiin Janaraal Kamaal Galchuu fi jaallan isaa hojjetanis kanaan wal qabata ture. Waraana sanarraa cabsatanii bahuun kanaaf akka hojii gootummaatti faarfame. Yeroo sana humni ajajaa gubbaa akkuma jirutti diina Oromoo waan taheef achi keessa taa'anii warraaqsa geggeessuun waan hin yaadamne ture. Kanneen yaalii kana godhanis itti dammaqamee adabbii hamaa adabaman. Har'a garuu tarsiimoo sanarra cmaa tahe hordofuu qabna. Amma barri b...