Posts

Showing posts from August, 2018

NAGEENYA MM DR. Abiyyi Laalchisee.

Nageenya MM Dr. Abiyyi laalchisee namoonni hedduun na gaafachaa jiru. An dhimma kana irratti odeessa qulqulluu hin qabu. Madda amanamaa irraa kanin dhagahe garuu USA irraa gaafa deebi'u yaaliin ajjeechaa yeroo lammaffaaf irrtti godhamuu isaati. Dr. Abiyyi laalchisee garuu wantin amma ammaatti hubachaa jiru nagayummaa mataa isaaf nama xiyyeeffannoo guddaa kenne natti hin fakkaatu. Bakkoota itti argamu baay'eetti fayyaalummaadhaan waan dhihaateef yoo nyaatu, dhugu, shakkii tokko malee bakka fedhetti argamu hubanna. Nageenyi isaa kan mataa isaa qofa miti. Kan mataa keenyaati. Abdii argaa jirru kana hoggansa isaatu fide. Abdii kana nutti dukkaneessuu kan barbaadu diinni isaa diina keenya mara. Kanaaf nageenya isaaf ummanni hundi yaadda'a. Innis yaaddoo fi yaadachiisa ummata isaa dhagahee naannoo isaa akka qulqulleessu abdanna. Dr. Abiyyi nama yeroo murteessaatti tarkaanfii murteessaa fudhachuun keessaa fi alaan diinota hedduu horate dha. Nageenya isaaf kanneen yaadda'an hun...

Abdi Mohamed ( Abdi Ily)

Image
I can't wait to see abdi dhilloo in court soon. Dawn dawn waraabesa guyyaa.