Posts

Showing posts from May, 2018

Heerri naannoo Oromiyaa ammoo sadarkaa hundatti mirga ofiin of bulchuu gonfachiisee jira.

Heerri naannoo Oromiyaa ammoo sadarkaa hundatti mirga ofiin of bulchuu gonfachiisee jira.Heerri MNO kwt 86 Bulchaan aanaa miseensa mana marii keessaa mana mariin filama/mudama jechuun tumee jira. Keeyyata 97 jalatti ammoo bulchaan araddaa/gandaa miseensa mana marii keessaa mana mariin muudama jedha. Haatahuu malee,qabatamaadhaan  OPDO'n waggaa 28 dabran guutuu  nama ofiif shuumaanii ummatarratti fe'uudhaan ummanni sadarkaa aanaa,gandaa fii godinaatti ofiin akka of hin bulchinu godhudhaa turan.Hoggantoonni gubbaarra jiran nama ummata saamee isaan nyaachisu shuumanii ummata qorii nyaataa fii siragee isaanii godhatan - Dhimma kanarratti ammoo Kabaj.obbo Baqqala Garbaa '’Anaan kamuu nama aanaa sanitiin buluu qaba.Gandi kamuu nama ganda sanitti  buluu qaba.Godinni kamuu nama godina isaatiin buluu.Ummanni hundi ofiin of bulchuu qaba. Bakka biraatii fuudhanii namarra kaa’uun hafuu qaba. Namni hunduu nama filateen buluu qaba'' jedhanii jiran. An yaada kana sirrittiin de...

Himannaan miidiyaalee fi namoota 2 adda cite...

Image
Himannaan miidiyaalee fi namoota 2 adda cite Finfinnee, Caamsaa 21,2010(FBC)-Abbaan Alangee Federaalaa himannaa, miidiyaalee teessoo isaanii biyya alaa taasifatan; kan OMN fi Iisaat, akkasumas kan obbo Jawaar Mahaammadii fi Dooktar Birihaanuu Naggaarratti bane akka adda citu gaafateera. Abbaa Alangee Federaalaatti daayreektoreet daayreektarri hordoffii yakkoota biyyaa daangaa ce'anii obbo Birihaanuu Wandimmaagany Faanaa Broodkaastiing Koorporeetitti akka himanitti, himannichi labsii lakkoofsa 943/08 keeyyata 6, buufata xiqqaa 3/a dhan akka adda citu murtaa'era. Abbaan Alangee Federaalaa himannaan isaanii akka addaa citu xalayaa Mana Murtii Federaalaa Olaanaa dhaddacha 19ffaaf kan barreesse yammuu ta'u, manni murtichaas gaafficha fudhateera. Himannaan miidiyaalee lamaanii, kan obbo Jawaarii fi Dooktar Birihaanuu galmee Dooktar Mararaafaa jalatti banameen ilaalamaa tureera.
ESAT's "politics" today  On the program, and I got the attention of Mr. Asmoshen Woldeselassie, head of the government.   Ato Asmelo Woldeselassie (Abby Leighs) has the following specific powers:  # 1 • House of Representatives and EPRDF Executive  # 2 • Government Chief Whip  # 3 • Board of Chairmen of Associations and Associations  # 4 •  Chairperson of the  Anti-Corruption Commission  # 5 • Broadcast Board Chairperson #  # 6 • Member of the Board of Justice and Legal Institute  # 7 • Board of Amendment Board Member  # 8 • Federal Parliamentary and Parliamentary House Representative  # 9 • Ethiopian Olympic Committee Executive Committee member  # 10 • Yettai Chan Friendship Chair  # 11 • Ethiopian Paralympics Committee chairman  # 12 • State body injuries  Union (TDVA), president of the      former power sets,  # 1 • George: good governance reform cluster Consultant # 2 • Afri...

በዛሬው የኢሳት " ፓለቲካችን!" ፕሮግራም ላይ እኔ እና ሀብታሙ አያሌው በመንግስት ዋና ተጠሪ የሆነው አቶ አስመላሽ ወልደስላሴ ላይ አተኩረናል።

በዛሬው የኢሳት " ፓለቲካችን!" ፕሮግራም ላይ እኔ እና ሀብታሙ አያሌው በመንግስት ዋና ተጠሪ የሆነው አቶ አስመላሽ ወልደስላሴ ላይ አተኩረናል።  አቶ አስመላሽ ወልደስላሴ (አባይ ነብሶ) የሚከተሉት በግልፅ የተቀመጡ ስልጣኖች አሉት፣ #1• የህውሓት እና የኢህአዴግ ስራ አስፈፃሚ #2 • የመንግስት ዋና ተጠሪ #3 • የበጐ አድራጐትና ማህበራት የቦርድ ሰብሳቢ #4 • የፀረ -ሙስና ብሔራዊ ጥምረት ሊቀመንበር #5 • የብሮድካስቲንግ የቦርድ ሰብሳቢ #6 • የፍትህ እና የህግ ኢንስቲትዩት የቦርድ አባል #7 • የፍትህ ማሻሻያ ፕሮግራም የቦርድ አባል #8• በፌዴራል የፍትህ እና አስተዳደር ካውንስል የፓርላማ ዋና ተወካይ #9•  የኢትዬጲያ ኦሎምፒክ ኮሚቴ ስራ አስፈፃሚ አባል #10•   የኢትዬ ቻይና ወዳጅነት ሊቀመንበር #11•  የኢትዬጲያ ፓር ኦሎምፒክ ኮሚቴ ሊቀመንበር #12•  የትግራይ አካል ጉዳተኞች (TDVA) ፕሬዝዳንት     የቀድሞ ስልጣናቸውን ልጨምርበት፣ #1• የመልካም አስተዳደር ማሻሻያ ክላስተር ዋና አማካሪ #2• የአፍሪካ እርስ በርስ መገማገሚያ (African peer Review) የባርድ አባል  #3• የፓርላማ የፍትህና የህግ አስተዳደር ቋሚ ኮሚቴ ሰብሳቢ  #4• የኢትዬ - እንግሊዝ የፓርላማ ግንኙነት ሊቀመንበር     በኢህአዴግ ስራ አስፈፃሚ የተሰጣቸው ስልጣን፣ #1• ኢህአዴግ ከተቃዋሚ ፓርቲዎች ጋር የሚያደርገውን ድርድር በቀጥታም ሆነ በተዘዋዋሪ መምራት #2• በፌዴራል የሚመደቡ ዳኞች ከደህንነት ፅህፈት ቤት ጋር በመሆን ማፅደቅ

Eessa badde jettanii? Lakki fagoo hin deemne.

Image
Eessa badde jettanii? Lakki fagoo hin deemne. Jirra! Akkuma yaadattan Obbo Baqqalaa Garbaa mana hidhaatti dhukkubsatanii turan. Erga bahanis waldhaansa gahaa hin arganne. Kanaafuu ogeessotaan laanchisuun barbaachisaa ture. Kanumaaf doktara  guddaa waaqi Oromoof kenne bira waliin dhufne. Doktorri kun Dr Guddataa Hinnikkaa jedhamu. Ameerikaa kutaa Kaaliforniyaa magaalaa Los Los Angeles keessatti trauma surgeon beekkamaafi bulchaa hospitaalaati. Biyyattis hospitaala guddaa ummataaf ijaaree jira. Maarree hogganaa keenya wal’aansa barbaadu doktoora keenya hangafticha bira finne. Innis waahillan isaa waliin ta’uun Baqqalaa Garbaa guyyaa sadihiif qeensaa hamma rifeensaa qoratan. Jaarsi akka sodaanne dhibee guddaa hin qabu. Doktoroonni nama waggaa hammanaa hidhameefi miidhaan irra gahee fayyaan isaa gaarii ta’uun ni ajaaibsiise. Eebba sabni halkanii guyyaa itti roobsu ta’a. Rakkoo xixiqqoo qorannoon muldhatteef waldhaansi godhameefi jira. Hamma Ameerikaa Kaabaa jiruttis itti fufa. Biyya...

Heeraafi seerri hojiirra oolchuun nama rakkisu haqamuudha qaba

Heeraafi seerri hojiirra oolchuun nama rakkisu haqamuudha qaba. Hojiirra oolchuun hin danda''amu jechuun osoo hin haqamne irra daddeebi'uun cabsuun ilaalcha seera cabsuun rakkoo hin qabu ji'u ummata ballaa biratti uumuun olaantummaa seeraa fashaleessa. FKN: heerri naannolee,  miseensi dhaabaa tokko  bulchaa aanaa tokkoo tahee mudamuuf miseensa mana marii  aanaa sanii tahuu akka qabu ni eera. Garuu, bulchootni aanaalee oromiyaa tahanii muudamanii bulchaa jiran harki caalu   miseensa mana marii aanaa bulchaa jiraniitii miti. Ani wantiin jechuu barbaade keewwatni kun hojiirra oolmayarratti kan nama rakkisu yoo ta'e fooyya'uudha qaba. Osoo hin fooyya'in gonkuma caphuu hin qabu jechuu kooti

Ummati ! Ummati ! On the Day of Judgement, when all will cry ‘nafsi, nafsi’ (‘myself, myself’), only Muhammad al-Mustafa (saw) will say ‘ummati, ummati’ (‘my people, my people’) On the authority of Anas (may Allah be pleased with him) from the Prophet (PBUH), who said: The believers will gather together on the Day of Resurrection and will say: Should we not ask [someone] to intercede for us with our Lord? So they will come to Adam and will say: You are the Father of mankind; Allah created you with His hand He made His angels bow down to you and He taught you the names of everything, so intercede for us with you Lord so that He may give us relief form this place where we are. And he will say: I am not in a position [to do that] – and he will mention his wrongdoing and will feel ashamed and will say: Go to Noah, for he is the first messenger that Allah sent to the inhabitants of the earth. So they will come to him and he will say: I am not in a position [to do that] – and he will mention his having requested something of his Lord about which he had no [proper] knowledge (Quran Chapter 11 Verses 45-46), and he will feel ashamed and will say: Go to the Friend of the Merciful (Abraham). So they will come to him and he will say: I am not in a position [to do that]. Go to Moses, a servant to whom Allah talked and to whom He gave the Torah. So they will come to him and he will say: I am not in a position [to do that] – and he will mention the talking of a life other that for a life (Quran Chapter 28 Verses 15-16), and he will fell ashamed in the sight of his Lord and will say: Go to Jesus, Allah’s servant and messenger, Allah’s word and spirit. So they will come to him and he will say: I am not in a position [to do that]. Go to Muhammad (may the blessings and peace of Allah be upon him), a servant to whom Allah has forgiven all his wrongdoing, past and future. So they will come to me and I shall set forth to ask permission to come to my Lord, and permission will be given, and when I shall see my Lord I shall prostrate myself. He will leave me thus for such time as it pleases Him, and then it will be said [to me]: Raise your head. Ask and it will be granted. Speak and it will be heard. Intercede and your intercession will be accepted. So I shall raise my head and praise Him with a form of praise that He will teach me. Then I shall intercede and HE will set me a limit [as to the number of people], so I shall admit them into Paradise. Then I shall return to Him, and when I shall see my Lord [I shall bow down] as before. Then I shall intercede and He will set me a limit [as to the number of people]. So I shall admit them into Paradise. Then I shall return for a third time, then a fourth, and I shall say: There remains in Hell-fire only those whom the Quran has confined and who must be there for eternity. There shall come out of Hell-fire he who has said: There is no god but Allah and who has in his heart goodness weighing a barley-corn; then there shall come out of Hell-fire he who has said: There is no god but Allah and who has in his heart goodness weighing a grain of wheat; then there shall come out of Hell-fire he who has said: There is no god but Allah and who has in his heart goodness weighing an atom. [It was related by al-Bukhari (also by Muslim, at-Tirmidhi, and Ibn Majah).]

Ummati ! Ummati ! On the Day of Judgement, when all will cry ‘nafsi, nafsi’ (‘myself, myself’), only Muhammad al-Mustafa (saw) will say ‘ummati, ummati’ (‘my people, my people’) On the authority of Anas (may Allah be pleased with him) from the Prophet (PBUH), who said: The believers will gather together on the Day of Resurrection and will say: Should we not ask [someone] to intercede for us with our Lord? So they will come to Adam and will say: You are the Father of mankind; Allah created you with His hand He made His angels bow down to you and He taught you the names of everything, so intercede for us with you Lord so that He may give us relief form this place where we are. And he will say: I am not in a position [to do that] – and he will mention his wrongdoing and will feel ashamed and will say: Go to Noah, for he is the first messenger that Allah sent to the inhabitants of the earth. So they will come to him and he will say: I am not in a position [to do that] – and he will me...

KFCO LIXAA OROMIYAA

KFCO 'n lixa Oromiyaa deemee akka ummataa wajjiin hin mariyanne labsii yeroo muddamaatiin dhoorkanii karaa deebisanii ofiif ammoo bakka hunda deemanii "Dhaabilee siyaasaa Oromoo wajjiin mariyanna " jedhanii haasawuun waltajjii oowwisuu fii dhihanuma miidiyaatiif malee bu'aa biraa hin qabu. OPDO'n  dhaabbilee siyaasaa Oromo hundaa wajjiin mariyachuu yoo barbaadde : -Labsii yeroo muddamaa kaasuu. -Hidhamtoota siyaasaa maqaa dhabbilee siyaasaa kanaa hidhaman hiikuu. -Moggaasaa shororkeessummaa fii labsii farra shororkeessummaa san haquudha. Kanaan ala waltajjii argame hundarratti tokkummaa Oromoo cimsuuf dhaabilee hundaa wajjiin mariyanna jechuun hirmaattota mirqaansuu fii cibcabaaf argachuuf qofa waan dubbatamu fakkaata.

Kunis deebii gaariidha

Kunis deebii gaariidha. Labsiilee kana kaasuuf hojjatamaa jiraannaan waan nama abdachiisuudha. Ammoo yeroon cehuumsaa hedduu gabaabaadha. Yeroo cehuumsaa keessatti ji’a sagala dhiisii guyyaan sagaluu dheeraadha. Cehuumsi hedduun yeroo waggaa takkaa keessatti gofachiifama. Labsiilee kana kaasuufi kanneen birootin bakka buusuuf saffisaan hojjatamuu qaba ni danda’amas. Dhugaatti hojiin kun waan hunda caalaa dursi kennamuufi qaba.

MM Ixoophiyaa hidhamtoota biyyoota ollaatti hidhaman hiiksisaa jira

MM Ixoophiyaa hidhamtoota biyyoota ollaatti hidhaman hiiksisaa jira. Biyyota ollaa kana keessatti lammiileen Ixoophiyaa akka hidhaman kan godhaa turees mootummuma ADWUI mataa isaa ture. Mootummaan ADWUI kan duraan lammiilee roorroo dheeysaanii biyya alaatti baqatan akka adamsanii hidhmaa turan godhaa ture amma akka hiikkamaniif carraaquun isaa waan gaariidha. Hidhamtoota Ixoophiyaa Suudii keessatti hidhaman MM Abiyyi hiiksise kan jedhu kun tiqqo iftoomina hin qabu. Suudiin durumaahuu lammiilee Ixoophiyaa qabdee hiitee waliin eeydee bakka takkatti ergaa turte. Inumaa Suudiin hidhamtoota Ixoophiyaa Mootummaan Ixoophiyaa akka irraa fudhattuuf gaafataa turuun isii ni yaadatama. Hidhamtootni amma Abiyyi hiiksise jedhamu kun kan seeraan himatamanii hidhaa jirani moo kanneen mana hidhaatti walitti qabamanii yeroo heddummaatan biyyatti deport tahu sana? Warruma deport tahuuf deemu san hidhaa baafne jedhu moo? Hidhamtoota ofiifuu bahuu deemu nuutu baasee jechuurra hidhamtoota biyya keessat...

Galata addaa

Galata addaa  -  Ummanni keenya miliyoonatti lakkawamu qehee fii qabeenya isaanii irraa buqqa'uun ta'ee yoomillee hin irranfatamneedha.Oromoon hundinuu hanga tabaroo osoo of hin qusatin ummata buqqa'e kana cinaa dhaabbataa ture.  Akkuma dhalli namaa hujii hunda keessatti wal caalu, ummata Oromoo buqqa'ee kana qubsiisuu fii gargaaruu keessatti namni hundi qooda qabatullee,qoodni namaa kun wal caala. Akeekni barruu tiyya tanaatiis,Ummata buqqa'e kanaaf ummata dirmachiisuu fii ummata damaysanii gargaarsa walitti guuruu kaasee hanga bakka ummanni qubatan qaamaan deemanii daawwachutti  ilmaan sabaa gumachaa hundaa olii godhan kan akka ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa, Ustaaz Sufiyaan Kadiir, Ustaaz kaamil Shamsuu, Sheek Jemaal Aliyyi faa galatoomfachuudha. Dhuguma dubbachuuf,ilmaan sabaa qaaliin kun jalqaba yeroo Ummanni buqqa'ee kaasee hanga ammatti of qusannaa tokko malee maatii fii jireenya mataa isaanii moggatti dhiiisaanii dadhabne hifanne osoo hin jedhin ummata bi...

Breaking News From Oromia.

Nice PR stunt! As if any one of  them have account in their own name :) If one thing TPLFites  are  good at it , it is hiding money. Let alone in their own name, they won't keep it in their distant relatives name. if you recall, the Swiss bank  accounts were hacked and leaked few years back. Only 10 million was linked to Ethiopia despite reports that over 30 billion has been looted since 1991. So why so little was found in Swiss banks? because TPLFites know Swiss Bank is the usual suspect when investigation starts. TPLFites have been in money laundering business since early 1980s and they know how the system works.  If the PM is really serious about retrieving looted money, since thieves cannot investigate another group of thieves, he should establish an independent task force that would work with international organizations that specializes in chasing and catching stolen money.

Breaking News

BREAKING NEWS: The Saudi Supreme Court announces that the Ramadan crescent has NOT been sighted. Therefore, the month of Sha’ban will conclude on Wednesday, May 16 (complete 30 days), and the first day & fast of Ramadan will be on May 17 (Thursday). Taraweeh Salat shall begin in Masjid Al Haram & Masjid Al Nabawi tomorrow night on the first evening of Ramadan, corresponding to Wednesday, 16 May 2018.

This is jail in Libya... for real they are killing Daly many people

Image
        Libya jail which is killing many people daily.... no rule no j In Libya now day people are killing the refugee which come to the from East and West Africa.  so if your family or brother/sister is traveling to Libya please becamefull .. don't even try to know people of Libya now day they are in bad mood.

#ODUU #GAMMACHIISAA Hawaasa Muslimaa Maraaf

Image
#ODUU #GAMMACHIISAA Hawaasa Muslimaa Maraaf ===============//=========== Hawaasa keenya baga gammaddan baga milkooftan ! Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa haala akkaan yeroon itti dhiphate keessa, oliif gad imalaa turanis hawaasa keenyaaf yeroo isaaniii dhiphaa sana keessatti Nashiidaa Albema 2 guutuu dalaguudhaan seenaa galmeessisan . Ustaazni keenya kabajamaaf jaallatamaan Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa Bara 1439 / 2018 Nashiida Albema Vo / Lakk 30 fi Albema Vo / Lakk 31 Nashiida Albema 2 guutu akka qopheessan Raadiyoo Daandi Haqaatti himaniiru. Nashiidaan kun Vol 30 handhuura Oromiyaa Magaalaa Finfinnee keessatti kan eebbifamu yommuu tahu  Nashiidaan Vol 31 qindeessummaa Raadiyoo Daandii Haqaatiin Koree Biyya Saud Arabiyaatin Magaala Makkatal Mukartamatii eebbifamuuf akka deemu beekameera . Ustaaz Raayyaan Nashiidaa laakkoofsa 30 dhimma uummata keenya qe'eef qabeenya isaanii irraa buqqaafaman, deegarsa uummanni keenya roga hundaan taassisan, akaasumas sadarkaa miidhama hawa...

Rakkon Jawar Mohammed qabu waggaa 10 nu durse yaadudha. Hubannoodhaf; JM hayyuu siyaasati

Rakkon Jawar Mohammed qabu waggaa 10 nu durse yaadudha. Hubannoodhaf; JM hayyuu siyaasati. Nama hujii saba hujii ofii godhate sa’a 24 hojjattu. Muuxxannoo yeroo dheertuu fii Qori-Qalbii siyaasa wayyanoota akka gaaritti gadi-faggeenyan hubatu. Dabalataanis nama odeeffannoo keessa beeku. Dhiheenya kana yeroo Jawar OPDO fii Muumicha Minsteera Dr Abiy Ahmed qeequ namoonni heddun ni guungumu. Jawar waan OPDOn yeroo dabarte hojjataa turte, tan amma hojjata jirtu fii hojjatu teessulee nama dursee hubatu. Kanaafu qeeqinni inni OPDO fii MM Dr Abiyillee qrrqu jara ni jabeessa malee hin laafissu ittin rakkatinaa. Kana ammo hujii isaatu isaaf ragaadha. Duula OROMO FIRST irra hanga ammatti hujii inni ummata keenyaf hojjate Galmee Seena keessa irra deebi’a laala. *Kun hundi tikka Qabsoo Oromootiif!!

" Guyyaa ar'aa kaa gidiina baalee Aanaa Agaarfaa gabaasni OBN gabaase gabaasa sobaa gabaase waan namaa gaddisiisu kessa

" Guyyaa ar'aa kaa gidiina baalee Aanaa Agaarfaa gabaasni OBN  gabaase gabaasa sobaa gabaase waan namaa gaddisiisu kessa Obbo lammaan nidhufaa nuu jedhaani ummata Aanaa gutuu waliitti nuyaasani Huji dhabeeyyi lafa kennina jedhaani Walitti nuyasani Lafa wayituu homaa hin keniine Gabasaa sobaa lafa kenineef jedhanii gabaasan Waan nama gaddisiisu dargaagessa Lama osoo achiif demuu balaa konkolaatatiin lubbun isaani dabree Nama du Eee dhisani kijibaa gabaasan Aatis nuu dhagahi ummataan nugahiin"

News From Oromia. Yuuniversitii Bulee horaa keessatti

    Hot  News From Oromia. "Yuuniversitii Bulee horaa keessatti waraanni fedraalaa Barattoota reebaa jiru. Ifaa dhaamsanii ijoollee weeraraa jiru. Ifa galgalaan dhaamsanii akkuma Godina Gujii lixaattuu ifaan waan jiru hin sehu! Magaalaa Bulee horaa galgalaan dhaamsan. Ijoollee reebaa buluu hedan fakkaata sa'aa 2 irraa reebuu jalqaban."

Barreeffama dhama qabu kana Lammii Beenyaa barreessee dubbisaa. --

Barreeffama dhama qabu kana Lammii Beenyaa barreessee dubbisaa. -- Dhimma MIDROC walqabatee falmii deemaa jiru irratti: - Ummanni akka daandiitti bahu kan dirqisiisaa jiru OPDOdha. Ummata keenyarratti shira dhoksaa dalagdee gaafa ummanni itti dammaqu ammoo waan qabduuf gadhiistu wallaalti. Dhimma MIDROC ilaalchisee dhimma kana kan hordofu Waajjira Albuudaa fi Inarjii Oromiyaa ture. Dhimma haaromfamuu hayyama MIDROC kanas hubannoo guddaa qabu. MIDROC osoo ummata miidhaa jiruu hayyamni akka haaromfamuuf kan murteessan waa lamaafi: tokko hanqina sharafa biyya alaa isaan mudatee jiru furachuuf yoo ta'u kan lammataa ammoo, gubboo fudhataniiti. Hayyama kanaan walqabatee rakkoo uumamaa jiru kanas akka waan qaamni biraan duubaan dhiibaa jiruutti lallabuun kun fudhatama hinqabu. Xalayaa hayyamaa kana kan mallatteesse qondaala OPDO Mootummaa Maqaasaa ti. Daarikteerri qunnamtii ministera sanaa miseensa OPDO kan ta'e Baacaa Raajii jedhama. Dhimma kanas itti amananii sadarkaa mootummaa...

Abbaa Gadaa heeraafi seeraa lafa jiruun ummanni filata malee mootummaan shuumuu hin. dandeessu.

Abbaa Gadaa heeraafi seeraa lafa jiruun ummanni filata malee mootummaan shuumuu hin. dandeessu. "OPDOn Magaalaa aggaaroo ijaarsa sirna gadaa osoo ummanni quba hin qabaatin ofii isaaniitii filuudhaan ummatatti dhiheessuudhaan akka mirkaneessan gaafatanullee qeerroon hin eeyyamne qeerroon magaalattii achitti argamuudhaan ijaarsi gadaa qaama mootummaatiin alatti ummanni filee ofiisaatii dhiyeessuun mirkaneessuu qaba jechuun namoota OPDOn dhiyeessite keessaa nama tokko qafa mirkaneessaniiru Kanneen biraa fudhatama dhabuun hafaniiru Ummata biraan nuuf gahi"

1 ...3 አይነት ሰዎችን አክብር # የእውቀት ባለቤቶችን # ቤተሰብን # አዛውንቶችን 2....3 ነገሮች ይኑሩክ # ታማኝነት # እምነት #መልካም ስራ 3....እራስህን ከ3 ነገሮች አርቅ # ሰዎችን ከመናቅ # ከማጭበርበር # ከብድር 4.,.... 3 ነገሮችን ተቆጣጠር # ምላስህን # ቁጣህን # ስሜትህን 5 ...,...3 ነገሮች እራስህን ጠብቅ # ከመጥፎ ስራ # ሰዎችን ከማማት # ከምቀኝነት 6 .....3 ነገሮችህን ንፁህ አድርግ # ሰውነትህን # ልብስህን # ንግግርህን 7...3ነገሮች ፈልግ.. # እውቀት # ጥሩ ስነምግባር # ታዛዥነት 8..,. 3 ነገሮችን እስታውስ # ሞትን # ሰዎች የዋሉልህን ውለታ # ሰዎች የሰጡህን ምክር

Image
1 ...3 አይነት ሰዎችን አክብር    # የእውቀት ባለቤቶችን     # ቤተሰብን     # አዛውንቶችን 2....3 ነገሮች ይኑሩክ       # ታማኝነት        # እምነት         #መልካም ስራ 3....እራስህን ከ3 ነገሮች አርቅ       # ሰዎችን ከመናቅ       # ከማጭበርበር        # ከብድር 4.,.... 3 ነገሮችን ተቆጣጠር         # ምላስህን          # ቁጣህን          # ስሜትህን 5 ...,...3 ነገሮች እራስህን ጠብቅ         # ከመጥፎ ስራ         # ሰዎችን ከማማት         # ከምቀኝነት 6 .....3 ነገሮችህን ንፁህ አድርግ         # ሰውነትህን        # ልብስህን       # ንግግርህን 7...3ነገሮች ፈልግ..     # እውቀት     # ጥሩ ስነምግባር     # ታዛዥነት 8..,. 3 ነገሮችን እስታውስ       # ሞትን      # ሰዎች የዋሉልህን ውለታ      # ሰዎች የሰጡህን ምክር

First pictures of the tortured Ethiopian Human Rights Commission Somali Region Branch Commissioner, and deputy commissioner of the National Election Board of Ethiopia, Mr Jamal Mohamed Warfa, emerge. He was beaten by Abdi Iley’s Liyu Police in Jigjiga today.

Image
First pictures of the tortured Ethiopian Human Rights Commission Somali Region Branch Commissioner, and deputy commissioner of the National Election Board of Ethiopia,  Mr Jamal Mohamed Warfa, emerge. He was beaten by Abdi Iley’s Liyu Police in Jigjiga today. It should noted that it was three weeks ago Abdi Iley kidnapped Mr Jamal Warfa's family including his infant children and grandmother.

Gaaffiin Laga Danbii Deebii Hin Arganne!! Mariin Gaggeefamu eegale kan eyyamicha mirkaneesudha!!

         Oromia news Gaaffiin Laga Danbii Deebii Hin Arganne!! Mariin Gaggeefamu eegale kan eyyamicha mirkaneesudha!! ~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ Gaafiin Lada Danbii haga ammaa deebii hin arganne, argachuufis akka deemtu wanti ifatti muldhisu hin jiru. MNO dura dubbii sobaati jedhe. Itti aansee  quba hin qabu jedhee waakkachuun dhugaadha. Faallaa sanii dubbi himaan ministeera albuudaa guyyaa har'aa ibsa kenneen, hayyamichi akka hin haqamneefi rakkoon jiru ummata hubannaa qabsiisuu dhabuudha qofa jedhe. Inumaatuu sadarkaa ministeeraa, yunivarsitii Finfinneefi  Awuroppaatti  qorachiifnee keemikaalli MIDROC miidhaa akka hin geessisin mirkaneessine jedhe. Qorannoo ( environmental impact assessmen)  godhame jedhame hamma ammaa ifa hin baafne. Wonni marii gaggeesu eegalaneefis kanuma isin amansiisuf malee eyyamicha haquuf akka hin taanee hubadha. Dhiiroo Dhimmi Midroc kun saffisaan furmaata argatee hayyamni kun haqamuun ifatti labsamuu q...

Gaafa bofni nama idde buutiin mataa namatti raasti jedhan

Image
Gaafa bofni nama idde buutiin mataa namatti raasti jedhan . Jarattiin tun ammoo qubee dhiisaa Afaan Oromoo fidalaan barreessaa jetti. Awwaala keessan irratti fidalaan ni barreessina. Sanii achi Qubeen dhigaan dhufte!!

Children's sick badly in Ethiopia... Hunde Ummanni keenya haraaraa iyyuudhaa qabaatee miti kan mormataa jiruuf. Mala fala dhabee rakkateeti falchuutti seene.

Image
Children's sick badly in Ethiopia...  Hunde Ummanni keenya haraaraa  iyyuudhaa qabaatee miti kan mormataa jiruuf. Mala fala dhabee rakkateeti falchuutti seene. Waggaa 20 ol rakkoo kanaan dararamaa bahee rakkoon sadarkaa itti fufinsa dhalatoof yaaddoo tahurra gahe. Lubbuu fii fayyaa namaa balaarra bu'ee jira.Mootummaan rakkoo waggaa 27 'f faayyaa fii lubbuu namaa balaa keessa galchaa ture Sababni amma komii funaanuuf maali? Duraan hin beekanii?  Mootummaan ati jettu kun osoo ummanni hin mormatin maal godhaa? Silaa ijoolleen keemikaalaan akkanatti miidhamte kun kee taatee " karaarratti bahanii iyyuu " jettee ummata mirga falmatu ni arrabsitaa dhiiroo?

Fayyadamummaa Uummataa

Yoo akkuma afaaniin goftaan keenya ummata keenya jettan kanatti yaaddan, kan harayoomsamuu hayyama Albuuda san quba qabu isinii, maaliif callisatanii ta'aa turtan? Silaa Ummanni keenya sagalee tokkoon mormuu baatee wanti kun ummata miidha jettanii mormiituu laata?  An natti hin fakkaatu. Ummanni keenya waggaa 20 oliif rakkoo kana baadhatee deemaa ture. Rakkaa kana furuufiis waan dandayu hunda karaa nagayaan gaafatee ijibbbaatee dadhabee mormitti seene. Isin OPDO'n tun amma aylii nutti baasuu barbaaddanii odeessitu malee dantaa ummata keenyaa eegsisuu fii kabachiisuuf fedhii fii kayyoo tokko hin qabdan. Silaa dantaa ummata keenyaa kabachiisuuf, karoora qabattanii kaka'umsa mataa keessaniitiin ummata dura gocha kana mormitanii dhaabsiftu ture. Amma Ummanni morminaan akka nama hin dhagayinittii lafaa kaatanii ni furraa nu obsaa jettannii waywaattu. -- Ummanni keenya jechaa OPDO fii gocha isiin dirqamtee hojjattu dhiisanii niyaa ( intention) isaanii laaluu qaban. Silaa Ummann...

Let me tell you an incredible story about what happens when you forgive people. Please read this because it is a pure miracle and extremely beautiful

Let me tell you an incredible story about what happens when you forgive people. Please read this because it is a pure miracle and extremely beautiful. There was a poor taxi driver in Damascus that mistakenly ran over a student studying medicine which unfortunately led to his death. Shaykh Muhammad 'Aywad and other scholars went to the boy's father who was a judge, and they asked him to forgive the poor taxi driver for killing his son, and they offered him blood money as a recompense. The father beautifully replied, 'By Allāh, I have forgiven him and I do not want a penny from him. Tomorrow, I shall go to the prison and take him out my self.' Then he said, 'Shaykh 'Aywad, you came to my House and I shall NOT allow you to leave disappointed!' The taxi driver was hence forgiven. Years later, this father became paralysed and ill so his family took him for a final visit to the Haram of Makkah. They held him up in a wooden stretcher and made Tawaf. Whilst he w...

Oromo Boranna dress culture

Image
Oromo Boranna dress culture

ddu BirraGamadii Nugahee Namoonni Hedduun Jidduu kana Akka natti Gadditan Gama keessaatiini Natti Dubbataa Turtan Argeeraa Garuu ‘Wanti Ani godhe Hammana Hunda isin Gaddisiisaa jedhe hin Yaanne

  Oddu    BirraGamadii Nugahee Namoonni Hedduun Jidduu kana Akka natti Gadditan Gama keessaatiini Natti Dubbataa Turtan Argeeraa Garuu ‘Wanti Ani godhe Hammana Hunda isin Gaddisiisaa jedhe hin Yaanne Hiriyoonnii, Firroottaan ,Namoonnii hedduun Gama keessaatiini yaadaa bilchaataa fi fudhatama qabu Akkasumas Akkaataa fi Haalaa Nama gammachiisuun naaf ibsitan hedduu galatooma baguma isin Qabaadhe Namootaa Akkanaa qabaachuu caalaa wanti Nama gammachiisuu hin jiru Kanaafu Anillee gorsaa keessan fudhadheera Wantootaa jidduu kana maxxansaa ture hundaa ni Kaasaa Akkasumas dhiifamallee naa godhaa isiniini jedha Namootaa jidduu kana Waan Ani godheefi immoo deebiin keessaan Arraabaafi jechoota safuu hin eegne darbataa turtan hundaa keessan baguma isin Argee Baayyeen isinitti gaddee dhugaa Adunyaa kanarattii Jibbaan Jaalalaa mo’atee hin beekuu Waan namni qoosaa maxxansellee fuutaanii hafarasitan Baga Addaan isin baafadhe maraafu Hanga Birra show walittii deebinuttii yeroo ...