News From Oromia. Yuuniversitii Bulee horaa keessatti

    Hot  News From Oromia.

"Yuuniversitii Bulee horaa keessatti waraanni fedraalaa Barattoota reebaa jiru.
Ifaa dhaamsanii ijoollee weeraraa jiru.
Ifa galgalaan dhaamsanii akkuma Godina Gujii lixaattuu ifaan waan jiru hin sehu! Magaalaa Bulee horaa galgalaan dhaamsan. Ijoollee reebaa buluu hedan fakkaata sa'aa 2 irraa reebuu jalqaban."

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa