Abbaa Gadaa heeraafi seeraa lafa jiruun ummanni filata malee mootummaan shuumuu hin. dandeessu.

Abbaa Gadaa heeraafi seeraa lafa jiruun ummanni filata malee mootummaan shuumuu hin. dandeessu.

"OPDOn Magaalaa aggaaroo ijaarsa sirna gadaa osoo ummanni
quba hin qabaatin ofii isaaniitii filuudhaan ummatatti
dhiheessuudhaan akka mirkaneessan gaafatanullee qeerroon
hin eeyyamne
qeerroon magaalattii achitti argamuudhaan ijaarsi gadaa
qaama mootummaatiin alatti ummanni filee ofiisaatii
dhiyeessuun mirkaneessuu qaba jechuun namoota OPDOn
dhiyeessite keessaa nama tokko qafa mirkaneessaniiru
Kanneen biraa fudhatama dhabuun hafaniiru
Ummata biraan nuuf gahi"

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa