Posts

Showing posts from May 4, 2018

News From Oromia. Yuuniversitii Bulee horaa keessatti

    Hot  News From Oromia. "Yuuniversitii Bulee horaa keessatti waraanni fedraalaa Barattoota reebaa jiru. Ifaa dhaamsanii ijoollee weeraraa jiru. Ifa galgalaan dhaamsanii akkuma Godina Gujii lixaattuu ifaan waan jiru hin sehu! Magaalaa Bulee horaa galgalaan dhaamsan. Ijoollee reebaa buluu hedan fakkaata sa'aa 2 irraa reebuu jalqaban."

Barreeffama dhama qabu kana Lammii Beenyaa barreessee dubbisaa. --

Barreeffama dhama qabu kana Lammii Beenyaa barreessee dubbisaa. -- Dhimma MIDROC walqabatee falmii deemaa jiru irratti: - Ummanni akka daandiitti bahu kan dirqisiisaa jiru OPDOdha. Ummata keenyarratti shira dhoksaa dalagdee gaafa ummanni itti dammaqu ammoo waan qabduuf gadhiistu wallaalti. Dhimma MIDROC ilaalchisee dhimma kana kan hordofu Waajjira Albuudaa fi Inarjii Oromiyaa ture. Dhimma haaromfamuu hayyama MIDROC kanas hubannoo guddaa qabu. MIDROC osoo ummata miidhaa jiruu hayyamni akka haaromfamuuf kan murteessan waa lamaafi: tokko hanqina sharafa biyya alaa isaan mudatee jiru furachuuf yoo ta'u kan lammataa ammoo, gubboo fudhataniiti. Hayyama kanaan walqabatee rakkoo uumamaa jiru kanas akka waan qaamni biraan duubaan dhiibaa jiruutti lallabuun kun fudhatama hinqabu. Xalayaa hayyamaa kana kan mallatteesse qondaala OPDO Mootummaa Maqaasaa ti. Daarikteerri qunnamtii ministera sanaa miseensa OPDO kan ta'e Baacaa Raajii jedhama. Dhimma kanas itti amananii sadarkaa mootummaa...

Abbaa Gadaa heeraafi seeraa lafa jiruun ummanni filata malee mootummaan shuumuu hin. dandeessu.

Abbaa Gadaa heeraafi seeraa lafa jiruun ummanni filata malee mootummaan shuumuu hin. dandeessu. "OPDOn Magaalaa aggaaroo ijaarsa sirna gadaa osoo ummanni quba hin qabaatin ofii isaaniitii filuudhaan ummatatti dhiheessuudhaan akka mirkaneessan gaafatanullee qeerroon hin eeyyamne qeerroon magaalattii achitti argamuudhaan ijaarsi gadaa qaama mootummaatiin alatti ummanni filee ofiisaatii dhiyeessuun mirkaneessuu qaba jechuun namoota OPDOn dhiyeessite keessaa nama tokko qafa mirkaneessaniiru Kanneen biraa fudhatama dhabuun hafaniiru Ummata biraan nuuf gahi"

1 ...3 አይነት ሰዎችን አክብር # የእውቀት ባለቤቶችን # ቤተሰብን # አዛውንቶችን 2....3 ነገሮች ይኑሩክ # ታማኝነት # እምነት #መልካም ስራ 3....እራስህን ከ3 ነገሮች አርቅ # ሰዎችን ከመናቅ # ከማጭበርበር # ከብድር 4.,.... 3 ነገሮችን ተቆጣጠር # ምላስህን # ቁጣህን # ስሜትህን 5 ...,...3 ነገሮች እራስህን ጠብቅ # ከመጥፎ ስራ # ሰዎችን ከማማት # ከምቀኝነት 6 .....3 ነገሮችህን ንፁህ አድርግ # ሰውነትህን # ልብስህን # ንግግርህን 7...3ነገሮች ፈልግ.. # እውቀት # ጥሩ ስነምግባር # ታዛዥነት 8..,. 3 ነገሮችን እስታውስ # ሞትን # ሰዎች የዋሉልህን ውለታ # ሰዎች የሰጡህን ምክር

Image
1 ...3 አይነት ሰዎችን አክብር    # የእውቀት ባለቤቶችን     # ቤተሰብን     # አዛውንቶችን 2....3 ነገሮች ይኑሩክ       # ታማኝነት        # እምነት         #መልካም ስራ 3....እራስህን ከ3 ነገሮች አርቅ       # ሰዎችን ከመናቅ       # ከማጭበርበር        # ከብድር 4.,.... 3 ነገሮችን ተቆጣጠር         # ምላስህን          # ቁጣህን          # ስሜትህን 5 ...,...3 ነገሮች እራስህን ጠብቅ         # ከመጥፎ ስራ         # ሰዎችን ከማማት         # ከምቀኝነት 6 .....3 ነገሮችህን ንፁህ አድርግ         # ሰውነትህን        # ልብስህን       # ንግግርህን 7...3ነገሮች ፈልግ..     # እውቀት     # ጥሩ ስነምግባር     # ታዛዥነት 8..,. 3 ነገሮችን እስታውስ       # ሞትን      # ሰዎች የዋሉልህን ውለታ      # ሰዎች የሰጡህን ምክር

First pictures of the tortured Ethiopian Human Rights Commission Somali Region Branch Commissioner, and deputy commissioner of the National Election Board of Ethiopia, Mr Jamal Mohamed Warfa, emerge. He was beaten by Abdi Iley’s Liyu Police in Jigjiga today.

Image
First pictures of the tortured Ethiopian Human Rights Commission Somali Region Branch Commissioner, and deputy commissioner of the National Election Board of Ethiopia,  Mr Jamal Mohamed Warfa, emerge. He was beaten by Abdi Iley’s Liyu Police in Jigjiga today. It should noted that it was three weeks ago Abdi Iley kidnapped Mr Jamal Warfa's family including his infant children and grandmother.

Gaaffiin Laga Danbii Deebii Hin Arganne!! Mariin Gaggeefamu eegale kan eyyamicha mirkaneesudha!!

         Oromia news Gaaffiin Laga Danbii Deebii Hin Arganne!! Mariin Gaggeefamu eegale kan eyyamicha mirkaneesudha!! ~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ Gaafiin Lada Danbii haga ammaa deebii hin arganne, argachuufis akka deemtu wanti ifatti muldhisu hin jiru. MNO dura dubbii sobaati jedhe. Itti aansee  quba hin qabu jedhee waakkachuun dhugaadha. Faallaa sanii dubbi himaan ministeera albuudaa guyyaa har'aa ibsa kenneen, hayyamichi akka hin haqamneefi rakkoon jiru ummata hubannaa qabsiisuu dhabuudha qofa jedhe. Inumaatuu sadarkaa ministeeraa, yunivarsitii Finfinneefi  Awuroppaatti  qorachiifnee keemikaalli MIDROC miidhaa akka hin geessisin mirkaneessine jedhe. Qorannoo ( environmental impact assessmen)  godhame jedhame hamma ammaa ifa hin baafne. Wonni marii gaggeesu eegalaneefis kanuma isin amansiisuf malee eyyamicha haquuf akka hin taanee hubadha. Dhiiroo Dhimmi Midroc kun saffisaan furmaata argatee hayyamni kun haqamuun ifatti labsamuu q...

Gaafa bofni nama idde buutiin mataa namatti raasti jedhan

Image
Gaafa bofni nama idde buutiin mataa namatti raasti jedhan . Jarattiin tun ammoo qubee dhiisaa Afaan Oromoo fidalaan barreessaa jetti. Awwaala keessan irratti fidalaan ni barreessina. Sanii achi Qubeen dhigaan dhufte!!