Posts

Showing posts from September 22, 2018

በውሸት እና በሁከት ሃገር ለመምረት መቋመጥ አይቻልም ሀረም ነው። የግ7 ደጋፊዎች አባሎች የውጭ ሀገርን አሰቃቂ ፎቶዎች በመልቀቅ ህዝብን እያሸበሩ ነው ሀገሩን የሚወድ ሁሉ ግ7ን ይጠንቀቀው አሸባሪ ነው የሄ የተከስተው Uganda ሃገር ውስጥ ነው.

Image
በውሸት እና በሁከት ሃገር ለመምረት መቋመጥ  አይቻልም ሀረም ነው። የግ7 ደጋፊዎች አባሎች የውጭ ሀገርን አሰቃቂ ፎቶዎች በመልቀቅ ህዝብን እያሸበሩ ነው ሀገሩን የሚወድ ሁሉ ግ7ን ይጠንቀቀው አሸባሪ ነው የሄ የተከስተው Uganda ሃገር ውስጥ ነው.

"Lafti teenya lafee teenya Burrayyuutin wanti tahe kun raajii dha ummata kibbaa ((gaamoo ))warra hojiif nama biratti irkatee hojatu beekaa gareen G7 buqaasanii amma garuu bozanee magaalaa finfinee buqaatoota fakkeessuun nama 10,000 kuma kudhani ol itti makanii manneenii nu jalaa diigame maqaa jedhuun bulchisa magaalaa buraayyuu lafti akka keennamuuf gaafachaa jiran Dubbiin kun shira guddaa of keesaaa qaba... Kanafuu Bulchinsii Magaalaa Buraayyuu Umataa kanaa Idoo isan iraa bu'qan Gafatanii toko tokoon Jala demanii Qoratinii Lafas yoo tahee kenufii yokaa akanumatii yoo nikeninaf kan ja'an tatee Shira Guddaa of keessaa Qaba wan ta'eef Nutii Umanii Oromo Hindegaru kanaratii Akuma Bu'qanin Haa Hafanii malee.... Malif janan kan Isan Buqisee Oromo wan hintahinif..... Share nugodhaa Bulchinsaa Buraayyuu Biran Nugahaa....

Bulchinsii Magaala Finfinnee marsaa duraatif #oditii lafa godheen laftii hektara 392 (kare 3.9 milliyoon) addaan bahee jira. Kaaneen keessa lafa heektara 274 iddoo 11 mootummaa #federaalaa waggaa 15 qabamee Kan ture dha. Heektara 53.1 Naamota #dhunfaa dhaan qabaamee Kan turee Heektara 31 lafa #diplomatic dhaaf jedhaame qabamee dha. Heektara 34 immoo Hoteelaa #Sharton babalisuuf lafa Kan jiru dha. Guyyaa har'a kaabinee bulchiinsaa Magaala Finfinnee walgahii arifachisaa gochuun qabeenyii kuun fayyidaa uumataf akka oluu ni murtessaa jedhame eeggaama. Taken ittii muddaa jira .

Hubachiisa Cimaa Uummataaf, Akeekkachiisa Ariifachiisaa Mootummaaf 🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳 Mootummaan cehumsaa akka hundaahu taasisuun qaxxaamuraan aangoo qabachuuf yaaliin adda addaa taasifamaa akka jiru ni hubatama. Kana milkeeffachuufis xiyyeeffannoo guddaan tooftaan isaan fayyadamaa jiran inni dursaa jeequmsoonni adda addaa biyyitti keessatti akka uumaman taasisuuni dha. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Gaafa simannaa ABO Buraayyuutti walitti bu’iinsi uumamee gara magaalaa Finfinnee fi kan birootti akka baballatuuf yaaliin taasifamee jalaa fashalaa’eera. Inni kun walitti bu’uunsa sabaaf sab-lammootaa uumuun mootummaan cehumsaa akka dhaabbatu taasisuuf ture. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Yeroo ammaa immoo jaalala uummati Oromoo fi kan biroo Dr. Abiyyii fi hooggansa isaaniif qabutti fayyadamuun waan Dr. Abiyyiif quuqaman fakkeessanii hiriira deeggarsaa Dr. Abiyyiif waamuutti argamu. Ergaa sagalee (audio message) isaan keessoon waliif ergaa jiran akkas jedha: “Walgahii waliigalaa ADWUI magaalaa Hawaasaatti gaafa Fulbaana 23 geggeeffamu irratti qaamonni jijjiirama jiru hin barbaanne Dr. Abiyyiin aangoo irraa kaasuuf shira xaxaa jiru waan taheef deeggartoonni Dr. Abiy taatan hundi kana mormuun hiriira bahuu qabdu. Kun Itoophiyaa oolchuuf carraa dhumaa nuti qabnu dha.” Hooggansa jijjiiramaa kana deeggaruuf gorsi ormaa nu hin barbaachisu obboleewwan koo. Haa abshaalomnu!! ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Kanaaf uummati keenya Dr. Abiyyiinan deeggaraa jira jedhee shira waamichaa hiriiraa kana irratti akka hin hirmaanne wal hubachiisuu qabna. Yeroo ammaa hooggansa jijjiiramaa kana kan deeggarru biyya tasgabbeessuuni dha malee hiriira hin barbaachifne keessatti hirmaachuun akka hin taane jala murree wal hubachiisuu qabna. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Mootummaanis shiirri akkasii jiraachuu isaa hubatee qaamota shira kana keessatti hirmaatan to’annoo jala oolchuun seeratti akka dhiheessu akeekkachiisuun barbaachisaa dha. Xawalwaalloti faayidaa dhuunfaaf jecha hoogansa jijjiiramaa kana irratti danqaa/gufuu ta’an jiraachuu dandahu waan taheef mootummaan qorannoo taasisee tarkaanfii dhumaa isaanirratti akka fudhatu akeekkachiisuun nurraa eegama. Uummannis xawalwaallota mootummaaf saaxiluun tarkaanfiin akka fudhatamu taasisuu qaba. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Dhimma kana uummannis hubatee akka wal hubachiisuuf, akkasumas mootummaanis ef-eegganno barbaachisu gochuun tarkaanfii olaantummaa seera kabachiisu akka fudhatu akeekkachiisuuf ergaa kana yoo xiqqaate namoota 10iif erguun dirqama lammummaa keessanii bahadhaa! ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Gadaan Gadaa Bilisummaati! Horaa Bulaa! ~ by Manaye A.Shagrdi.

Hubachiisa Cimaa Uummataaf, Akeekkachiisa Ariifachiisaa Mootummaaf 🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳 Mootummaan cehumsaa akka hundaahu taasisuun qaxxaamuraan aangoo qabachuuf yaaliin adda addaa taasifamaa akka jiru ni hubatama. Kana milkeeffachuufis xiyyeeffannoo guddaan tooftaan isaan fayyadamaa jiran inni dursaa jeequmsoonni adda addaa biyyitti keessatti akka uumaman taasisuuni dha. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Gaafa simannaa ABO Buraayyuutti walitti bu’iinsi uumamee gara magaalaa Finfinnee fi kan birootti akka baballatuuf yaaliin taasifamee jalaa fashalaa’eera. Inni kun walitti bu’uunsa sabaaf sab-lammootaa uumuun mootummaan cehumsaa akka dhaabbatu taasisuuf ture. ♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦♦ Yeroo ammaa immoo jaalala uummati Oromoo fi kan biroo Dr. Abiyyii fi hooggansa isaaniif qabutti fayyadamuun waan Dr. Abiyyiif quuqaman fakkeessanii hiriira deeggarsaa Dr. Abiyyiif waamuutti argamu. Ergaa sagalee (audio message) isaan keessoon waliif ergaa jiran akkas jedha: “Walgahii waliigalaa ADWUI magaalaa Hawaasaatti gaafa Ful...

“Namni Tefarii Lemmaa jedhaamu dhalootan shawa lixaa Ijaajji iddoo jedhamura jimaata darbee duriyyoota magaala finffinneetin reebame hospitaala Xiquur Ambessaa turee

“Namni Tefarii Lemmaa jedhaamu dhalootan shawa lixaa Ijaajji iddoo jedhamura jimaata darbee duriyyoota magaala finffinneetin reebame hospitaala Xiquur Ambessaa turee guyyaa hara sa'aatii 12:30 ganama kana boqootera Barsiisa yuunivarsiiti turee akkaa nuuf galmeesitan bilbiiltanii qulleefachu nii dandeessu”

Guyya irraa Guyyatti addadumma duratti deema jiruun laakofsii diina keenya dabala deema jira.

Guyya irraa Guyyatti addadumma duratti deema jiruun laakofsii diina keenya dabala deema jira.  Nus adeemsa mana keenya ijaaru keessatti Tokkummaan bifa roga kamiinu wol dhiibun keessa hin jireen  , Bifa namu muldhisa / Calaqissa  eenyumma issa keessatti arguu dandahuun qaawwa osso hin banin duratti deemudha qabna . Imala kana keessatti harkuma keenyan qaawwa ifitti saaqun gaari nat hin fakaatu . wantootta qaawwa fakaattan huunda tokkummaaf Qabsoo kanaaf jecha cufaa deemudha qabna.  Ergaan kiyya kun maal akka itti kajeelamme iffa nat fakaata. Iccittiin milkaa'ina Tokkummaa keenyadha ! Mana keenya osso wol hin dhiibin wol uttubba ni ijaarra.