Bulchinsii Magaala Finfinnee marsaa duraatif #oditii lafa godheen laftii hektara 392 (kare 3.9 milliyoon) addaan bahee jira. Kaaneen keessa lafa heektara 274 iddoo 11 mootummaa #federaalaa waggaa 15 qabamee Kan ture dha. Heektara 53.1 Naamota #dhunfaa dhaan qabaamee Kan turee Heektara 31 lafa #diplomatic dhaaf jedhaame qabamee dha. Heektara 34 immoo Hoteelaa #Sharton babalisuuf lafa Kan jiru dha. Guyyaa har'a kaabinee bulchiinsaa Magaala Finfinnee walgahii arifachisaa gochuun qabeenyii kuun fayyidaa uumataf akka oluu ni murtessaa jedhame eeggaama. Taken ittii muddaa jira .

Bulchinsii Magaala Finfinnee marsaa duraatif #oditii lafa godheen laftii hektara 392 (kare 3.9 milliyoon) addaan bahee jira.

Kaaneen keessa lafa heektara 274 iddoo 11 mootummaa #federaalaa waggaa 15 qabamee Kan ture dha.

 Heektara 53.1 Naamota #dhunfaa dhaan qabaamee Kan turee

Heektara 31 lafa #diplomatic dhaaf jedhaame qabamee dha.

Heektara 34 immoo Hoteelaa #Sharton babalisuuf lafa Kan jiru dha.

Guyyaa har'a kaabinee bulchiinsaa Magaala Finfinnee walgahii arifachisaa gochuun qabeenyii kuun fayyidaa uumataf akka oluu ni murtessaa jedhame eeggaama.

Taken ittii muddaa jira .

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa