"Lafti teenya lafee teenya Burrayyuutin wanti tahe kun raajii dha ummata kibbaa ((gaamoo ))warra hojiif nama biratti irkatee hojatu beekaa gareen G7 buqaasanii amma garuu bozanee magaalaa finfinee buqaatoota fakkeessuun nama 10,000 kuma kudhani ol itti makanii manneenii nu jalaa diigame maqaa jedhuun bulchisa magaalaa buraayyuu lafti akka keennamuuf gaafachaa jiran Dubbiin kun shira guddaa of keesaaa qaba... Kanafuu Bulchinsii Magaalaa Buraayyuu Umataa kanaa Idoo isan iraa bu'qan Gafatanii toko tokoon Jala demanii Qoratinii Lafas yoo tahee kenufii yokaa akanumatii yoo nikeninaf kan ja'an tatee Shira Guddaa of keessaa Qaba wan ta'eef Nutii Umanii Oromo Hindegaru kanaratii Akuma Bu'qanin Haa Hafanii malee.... Malif janan kan Isan Buqisee Oromo wan hintahinif..... Share nugodhaa Bulchinsaa Buraayyuu Biran Nugahaa....
"Lafti teenya lafee teenya Burrayyuutin wanti tahe kun raajii dha ummata kibbaa ((gaamoo ))warra hojiif nama biratti irkatee hojatu beekaa gareen G7 buqaasanii amma garuu bozanee magaalaa finfinee buqaatoota fakkeessuun nama 10,000 kuma kudhani ol itti makanii manneenii nu jalaa diigame maqaa jedhuun bulchisa magaalaa buraayyuu lafti akka keennamuuf gaafachaa jiran
Dubbiin kun shira guddaa of keesaaa qaba...
Kanafuu Bulchinsii Magaalaa Buraayyuu Umataa kanaa Idoo isan iraa bu'qan Gafatanii toko tokoon Jala demanii Qoratinii Lafas yoo tahee kenufii yokaa akanumatii yoo nikeninaf kan ja'an tatee Shira Guddaa of keessaa Qaba wan ta'eef Nutii Umanii Oromo Hindegaru kanaratii Akuma Bu'qanin Haa Hafanii malee....
Malif janan kan Isan Buqisee Oromo wan hintahinif..... Share nugodhaa Bulchinsaa Buraayyuu Biran Nugahaa....

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.