Guyya irraa Guyyatti addadumma duratti deema jiruun laakofsii diina keenya dabala deema jira.

Guyya irraa Guyyatti addadumma duratti deema jiruun laakofsii diina keenya dabala deema jira.  Nus adeemsa mana keenya ijaaru keessatti Tokkummaan bifa roga kamiinu wol dhiibun keessa hin jireen  , Bifa namu muldhisa / Calaqissa  eenyumma issa keessatti arguu dandahuun qaawwa osso hin banin duratti deemudha qabna . Imala kana keessatti harkuma keenyan qaawwa ifitti saaqun gaari nat hin fakaatu . wantootta qaawwa fakaattan huunda tokkummaaf Qabsoo kanaaf jecha cufaa deemudha qabna.  Ergaan kiyya kun maal akka itti kajeelamme iffa nat fakaata.

Iccittiin milkaa'ina Tokkummaa keenyadha !
Mana keenya osso wol hin dhiibin wol uttubba ni ijaarra.

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa