Posts

Showing posts from November 29, 2019

MINISTIRRII RAAYYAA ITTISA BIYYAA FI DURA TAA’AA ITTI-AANAAN HUNDEEFAMAA ብልፅግና ፓርቲ MORMUU BEEKSISAN

Image
Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Dura taa'aa itti-aanaan ODP Obbo Lammaa Magarsaa hundeeffama ብልፅግና ፓርቲ mormuu beeksisan. Obbo Lammaa Magarsaa gaaffii fi deebii VOA Afaan Oromoo waliin taasisaniin hundeeffamaa fi akkaataa hundeeffama ብልፅግና ፓርቲ irratti mormii akka qaban himaniiti jiru. Obbo Lammaa Magarsaa walitti baquu paartiilee irratti jalqabumaa qabee yaada addaan qaba jedhan. Jalqabumaa qabee akkan walitti baquu sana irratti mormii qabu ibsaan ture jedhan Obbo Lammaa Magarsaa. Uummanni Oromoo gaaffiilee hedduu nuuf dhiheesseera, nutis gaaffilee isaa deebisuuf waadaa seenneefi turre kan jedhan Obbo Lammaan, Gaaffiin Uummatichaa osoo deebii hin argatin murtoo walitti baquu paartilee kanarra ga'uun adeemsa sirrii fi yeroosaa eeggate miti jedhan. VOAn Afaan Oromoo gaaffii fi deebii taasise hin dhiheessine. VOAn Afaan Amaaraa gaaffii fi deebii guutuu Obbo Lammaa Magarsaa waliin taasifame deebii paarticha irraa yoo arganne ni dhiheessina jedhe. Obbo Lammaan ho...