Posts

Showing posts from April 24, 2018

Ilmaan Oromoo 1,300,000 qe'ee isaanitrraa

Daily News From Oromia..... Ilmaan Oromoo 1,300,000 qe'ee isaanitrraa kan buqqaafaman bara bulchiinsa Haykmaarami. namichi sun gaafa tokko gadi bahee yakka Abdi Ilee hin balaaleffanne. Baqattoota saniif naatoo homaa hin muldhifne. Har'a baqattoonni sun irraanfatamanii Haylamaaraam badhaafamee, kabajamee faarfame!!

Jawar Mohamed. ..Erga warri ummata......

Jawar Mohamed. ..Erga warri ummata keenya ajjeechisaa ture galateeffatamuun hin oollee, badhaasni kabajaa itti aanu ammoo ( National Medal og Honor) - Abbaay Tsahaayyeef - Saamoraa Yuunusiif - Abdi Ileef - Muktaar Kadiiriif Kennamuuf deema fakkaata. Badhaasa qofaa miti. Akki itti abiy namicha san faarse nama haqqisiisa!!

Daily News From Ethio. Jawar mohamed

By Jawar Mohamed "ለምን ይዋሻል። ሀይለማሪያም ዛሬ የስንብት ንግግር ሲያደርግ 'ልጆቼ በታክሲ እየተመላለሱ ነው የተማሩት' አለ። ነገር ግን  የሱ ልጅ ጆሃና የምትባለው አዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ኪሎ ስትማር እንደማንኛውም የባለስልጥን ልጅ  በV8 ነበር እየተመላለሰች የተማረችው።  በደንብ ነው የማውቃት። ስሜ አይጠቀስ"

Daily News From Oromia by Abse.

Daly News From Oromia by Abse. Erga warri ummata keenya ajjeechisaa ture galateeffatamuun hin oollee, badhaasni kabajaa itti aanu ammoo ( National Medal og Honor) - Abbaay Tsahaayyeef - Saamoraa Yuunusiif - Abdi Ileef - Muktaar Kadiiriif Kennamuuf deema fakkaata. Badhaasa qofaa miti. Akki itti abiy namicha san faarse nama haqqisiisa!!

Daily News From Oromia by Abse.

Daly News From Oromia by Abse. "egaa qabsoo keeysatte aartiin gahee guddaa akka qabu kana siif ibsuun narra hin jiraatu kanaafu FIILMII AFAAN OROMOO zoolaa riftivaalitiin dhiyaate kana ilmaan oromoo oromiyaa keeysa jiran hundi akka ilaalaniif nuu maxxansuun aartii keenya guddisuu keessattis abbaa aartii tai jenna galatoomi si jaalanna"