Ilmaan Oromoo 1,300,000 qe'ee isaanitrraa
Daily News From Oromia.....
Ilmaan Oromoo 1,300,000 qe'ee isaanitrraa kan buqqaafaman bara bulchiinsa Haykmaarami. namichi sun gaafa tokko gadi bahee yakka Abdi Ilee hin balaaleffanne. Baqattoota saniif naatoo homaa hin muldhifne. Har'a baqattoonni sun irraanfatamanii Haylamaaraam badhaafamee, kabajamee faarfame!!

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.