Daily News From Oromia by Abse.

Daly News From Oromia by Abse. Erga warri ummata keenya ajjeechisaa ture galateeffatamuun hin oollee, badhaasni kabajaa itti aanu ammoo ( National Medal og Honor)
- Abbaay Tsahaayyeef
- Saamoraa Yuunusiif
- Abdi Ileef
- Muktaar Kadiiriif

Kennamuuf deema fakkaata. Badhaasa qofaa miti. Akki itti abiy namicha san faarse nama haqqisiisa!!

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa