Jawar Mohamed. ..Erga warri ummata......
Jawar Mohamed. ..Erga warri ummata keenya ajjeechisaa ture galateeffatamuun hin oollee, badhaasni kabajaa itti aanu ammoo ( National Medal og Honor)
- Abbaay Tsahaayyeef
- Saamoraa Yuunusiif
- Abdi Ileef
- Muktaar Kadiiriif
Kennamuuf deema fakkaata. Badhaasa qofaa miti. Akki itti abiy namicha san faarse nama haqqisiisa!!
- Abbaay Tsahaayyeef
- Saamoraa Yuunusiif
- Abdi Ileef
- Muktaar Kadiiriif
Kennamuuf deema fakkaata. Badhaasa qofaa miti. Akki itti abiy namicha san faarse nama haqqisiisa!!
Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.